โผ๏ธYaa ilma namaa
#Lafeen kun jireenya qabaachuu in danda'aa
ree?โ naan jedhe
ani immoo, โYaa
Waaqayyo Gooftaa
kana si qofatu
beeka na jedhe
โ แจแฐแ แแ แแญ แฅแแแ
แ แฅแแถแฝ แ แแญแแต แญแแซแแ?
แ แแ แฅแแ แแแ แคแ
แฅแแแ แฅแแญ แแญแฅ แ แแฐ
แณแแแแ แก แ แแ
=โฆRaaji_Hisqi'el 37:3
=แแแ แคแ 37:3
======+===+====
akkuma beekamu
Waaqayyo Muse iddoo boqonnaa isaatti isaa
fidee, kan Raajiin Hisqi'el
dursee dubbateera
Lafee namoota hedduu Waaqayyo akka lubbuu
itti godhee jirtan ni argatuu
โฆkan qofaa osoo
hin tanee Gooftaan
keenya iddoo #Golgootaa jedhamtutti yeroo
fannifamee namoota
du'oota bolla awwaala
keessan isaan kasee beekamadha
โโผ๏ธ#Awwaalonni ni
banaman,reeffota
qulqulloota #duaan
boqotan keessaa
hedduunis gadi
baan
Kiristoos erga duaa
kaee booda, namoonni
#awwaala gidduudhaa
baan sun gara magaalaa #qulqulluutti galan
namoota hedduuttis
ni mulatan.
๐Mat 27:52-53
๐ป #แแแฅแฎแฝแ แฐแจแแฑ
แฐแแฐแ แจแแ แฉแตแ #แจแ แฑแณแ
แฅแ แฅแแแฝ แฐแแก
๐ แจแตแแฃแคแแ แ แแ
#แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ
แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ
แแกแ แแฅแแแฝ แณแฉ
=แแดแแต 27:52-53
โKanaafuu Kiristoos
Musee du'a yoo,kaasee
isuma kan
โKiristoos jalqabaa duraa namoota guyyaa muraasa
bolla awwaala keessa turan kasee jira
โguyyaa kan immoo
du'oota yeroo dheeraa
turee kasuu isaa
โจ๏ธakkuma inni dubbate
๐ #Dhuguma dhuguman
isiniin jedha, saaatiin
warri #duan sagalee
Ilma Waaqayyoo itti
dhagaan ni dhufa
saaatiin sunis amma dha
warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu.
=Yoh 5:25
โ แฅแแแต แฅแแแต แฅแแฝแแแ
#แแณแ แจแฅแแแ แฅแแญแ #แแ
แตแแ แจแแฐแแ แต แฐแแต
แญแแฃแ แฅแญแฑแ แ แแ แแ แจแแฐแแตแ แ แแญแแต
แญแแซแ
=แฎแแแต 5 :25
๐ป sababi Kiristoos Muse du'a itti kasee kan biraa isaa
๐ Guyyuma sana
#Saduuqonni warri duaa
kauun hin jiru jedhan,
gara isaa dhufanii akkana jedhanii isa gaafatan
โBarsiisaa, #Museen
โNamni tokko utuu
dhala hin godhatin
yoo due, obboleessi isaa
haadha manaa namicha
due sanaa fuudhee
sanyii obboleessa isaa
bakka haa buusuโ jedhee ture.
Obbolaan 7 nuu wajjin
jiraatu turan Inni jalqabaa
niitii fuudhee utuu
dhala hin godhatin waan
dueef, obboleessi isaa dubartittii fuudhe Inni lammaffaan, inni
sadaffaan, hamma isa torbaffaatti ishii fuudhanii
utuu dhala hin godhatin
duan Hunduma isaanii
boodas dubartittiin ni
duute Kanaaf, hundi
isaanii ishii fuudhanii
waan turaniif, yeroo duaa kauutti torban isaanii
keessaa haadha manaa
isa kamii taati?โ
๐Kiristoos deebisee
akkana isaaniin jedhe
โIsin Kitaabota Qulqulluus
tae humna Waaqayyoo
waan hin beekneef ni dogoggortu sababiin
isaas, yeroo duaa kauutti
dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman kanaa mannaa akka
#maleekota samii irraa tau
๐ Duaa kauu warra
duanii ilaalchisee garuu
wanta Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee?
๐ Inni, โAni Waaqa
Abrahaam, Waaqa
Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobiโ jedheera
Inni Waaqa warra
jiranii ti malee Waaqa
warra duanii miti
=Mat 22:23-32
"kanafi innii ragaa kana akka ba'uf Muse wamee jira
Akkasumas Kiristoos jirta ta'u isaa ibsuuf ture
โ=ragaa dabalataa kan dubbisa
โYoh 10:18
โ1Qor 15:35
โ1Qor 15:52
โRome 5:14
โseera.Bau 3:6
โMat 13:43
=Tulluu Tabor irratti
Muuseen gara harka
mirgaanEliyaas gara
harka bitaan dhabatanii
=duuka bu'ooni gara
fulaa duraan turan
โxumuree jira
Galata Waaqayyo
Haataโu ameen
โyaada yoo qabtan๐
@Gutema123
โkan walda seenu yoo,barbadan immoo
Kan xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐นNamoota fannifamuu
Kiristoos Oso hin arginee
Jecha wangeela qofaan
Amanani fayyina dha
Akkuma #Kiristoos Toomaasin
Jedhe warri Oso Ana hin argin amanana gammadoo dha jedhe
โ nuuti fakkeenya
Sana akka fayyinee ibsuu
โYoh 20:28๐
๐Toomaasis deebisee, โGooftaa ko, Waaqa ko!โ jedheen.
#Kiristoos โAti waan ana
#argiteef amantee?
#Warri utuu #hin argin
#amanan_gammadoo dhaโ jedheen
=5=๐ป Fakkeenyi biraa
bofti Sibila irraa hojjatee
Fi bofti lubbuu qabuu sunii
#Qaamni isaanii bofa fakkaatuun
Tokko ta'u isa immoo
#Kiristoos foonii nama uffate
Addaami lammaffaa jedhamuu
Isaa
โ(1Qor 15:45๐
#Addaam namni jalqabaa qaama jiraataa tae
jedhamee barreeffameera
#Addaam inni #boodaa
#Affuura isa jireenya
kennu tae
=6=๐ปโbofti qoricha
ofii keessa Qabu hin fannifamee
#bofti Qulqulluu garuu inni sibiilaa irra hojjate
mukaa,irratti fannifamuu isa
Immoo #Kiristoos qofti ni
Fanifame malee Addaami
Osoo hin fannifamee hafu
Isaa ibsa
โ 1Qor 1:23๐
#Nuti garuu Kiristoos
isa fannoo irratti
fannifame lallabna
innis Yihudootaaf wanta
nama gufachiisu dha
#namoota saba
Waaqayyoo hin taaneef
immoo gowwummaa dha
=jecha kana irraa kan
Hubbanu "Kiristoos isa
Fanifame lallabaan" yeroo
Jedhu Kiristoos qofatti
Akka fannifamee ifa
Nuufi godha..
=7=โbofti Museen
fannisee #tokoo
Qofa malee lama mukaa
Irrati hin fannifamee kuni immoo fakkeenya
Kiristoos qofti akka
fannifamee ibsuu
โ1 Qor 15:20-21๐
โ Amma garuu #Kiristoos warra #duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'ee
Sababiin isaas akkuma
#duuti karaa nama
#tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama tokkoo dhufa
โKanaafuu Musen dirqama
Bofa tokko qofaa akka
Fannise hubbana fakkeenyi
Bofa sibilaa inni fannifamee
Kiristoos erga taโe
โผ๏ธHaaluma kana #fannoo
Tokko qofatu nama fayyisa
Jechuu keenya...
โค๏ธ jechamaa Kiristoos
Dubbate tokko Akkasi
Jedhee =__________
โLuqaas 23:31๐
#Yeroo mukti #jiidhaa
taee jirutti wantoota
kana yoo godhan
yeroo mukti #gogutti
immoo maaltu taa
laataโ
๐ #แ แฅแญแฅแฅ แฅแแจแต แฅแแฒแ แจแแซแฐแญแ แจแแ
#แ แฐแจแแแต แฅแแดแต แญแแโ
=แแแต 23:31
โhiika isaa beektu
laata=_____โ
โ #kuta_6-ffaa๐
๐น Yaada yoo qabatanii๐
#Gutema123
โ kan channeel ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
Jalati immoo fannoo
Kiristoos #morma keenya
irratti hidhachuun
barbaachisaa dha
Moo,hin barbachisu
kan jedhuu ilaala๐
===||===||===

๐นkutaa_18ffยชยช๐ ๐ ๐๐Gaaffii fi Deebi๐๐
๐Musiliimoota๐
====//=====
โYohaannis 7:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana jedhe:
โGara isa na #erge
Sanaa #deemuu koo
dura yeroo xinnoodhaaf
isinii wajjin nan tura.
====//===//====
โ Gaafii isaanii
Kiristoos ergamaa dha
Jedhu.....โ
โโโโโโโโโโโ
=Deebi keenya
โ Kiristoos Abbaa
Bira ergamee dhufee
Yeroo jennuu Abbaa fi
Ilmi walii caaluu hin
Argisiisuu.
โ Sababiin isaan #Abbaan Addunyaa
akka fayyiyu barbada.
โfedhin ilma(Kiristoos)
Addunyaa akka fayyisuudha.
๐ragaa kitaaba
Qulqulluu
๐ ฐ Qabxiiwwan fedhii
Abba ibsan
=1=โYohaannis 3:16
Isatti kan #amanu hundi #jireenya bara baraa
akka qabaatuuf
malee akka hin badneef, #Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa
kana #baayee_jaallateera.
๐น iddoo kan irratti
Namni humna Waaqayyon
Na, jaladhu jedhuu jira.โ
=gonkumaa hin jiruu
Waaqayyo fedha isaan
Nuu, jaalatee malee.
=2=โYohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo
namni Ilma beekee
isatti amanu hundi
jireenya bara baraa
akka qabaatuufi,Anis guyyaa dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.
=3=โ1Yohaannis 4:19
Inni dursee waan
nu jaallateef nuti jaalala
ni argisiisna
=4=โ1Yohaannis 4:9-10
#jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulateera; kunis nuti karaa isaa jireenya
akka argannuuf Waaqayyo #tokkic tokkicha Ilma
isaa gara addunyaatti
erge.
=5=โRoome 5:8
Waaqayyo utuu nuti #cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka du'u gochuudhaan #jaalala nuuf qabu argisiiseera.
Amma #dhiiga isaatiin
Qulqulloota jedhamnee waan waamamneef,
karaa isaa dheekkamsa Waaqayyoo jalaa akka oollu beekamaa dha.
๐ ฑ fedhii Kiristoos ta'u
Immoo qabxiiwwan ibsan
=1=โLuqaas 19:10
#Ilmi namaa
kan #bade barbaaduuf, akkasumas
#fayyisuuf dhufeera.โ
=2=โLuqaas 5:32
#Ani namoota Qulqulloota utuuhin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan #waamuufan dhufe.โ
=3=Luqaas 15:4
โIsin keessaa namni #hoolota_100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa badde, hoolota 99 sana
lafa onaa keessatti dhiisee ishii jalaabadde sana hamma argatutti kan hin
barbaadne jiraaโ
=4=โmaatewos 18:12-13
Maal isinitti fakkaataโ #Namni tokko hoolota 100 yoo qabaatee
fi isaan keessaa hoolaan tokko yoo jalaa #badde, hoolota 99 sana gaara
irratti dhiisee ishii jalaa badde sana
barbaacha hin deemuu? Dhuguman isiniin jedha, yoo ishii argate
hoolota 99n warra hin badne sana
caalaa ishiitti guddaa #gammada .
=5=โYohaannis 10:27_28
Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, ani isaan
beeka, isaanis ana
duukaa buu.
#Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu.
=6=โMulโata 1:5
#Iyyaasuus Kiristoos
isa โDhugaa Baatuu Amanamaa,โ isa
โwarra #duan keessaa hangafaโ ta'ee
fi isa โBulchaa mootota lafaaโ tae irraa.
Isa nu #jaallatee fi #dhiiga #ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu
baase sanaaf,
โแซแฅแญ 1:5
แจแณแแแแ แแตแญแญ แจแแณแแ แ แตแญ แจแแตแญแ แแแฅแณแต แแฅ แจแแ #แจแขแจแฑแต แญแญแตแถแต แธแแ แฐแแ แแฅแแแฐ แญแแแข #แแแฐแฐแ #แจแแขแ แณแฝแแ แ แฐแ แแ แ แ6
====//=====//=====
๐นโKiristoos gara isa
Na,erge nan deema
Jechuun isa #dubbii
#Raajoota rawwachuufi
=raajoonni Waaqayyo
Oli bahee jedhanii jiruu
๐ kanafuu Kiristoos
#Afaani isatti anii oli
Nan bahaa jedhee oli
Bahee jira.
๐โFaarfannaa 47:5-6
#Waaqayyo Gooftaan #sagalee gammachuutiin, sagalee fiinootiinis #oli ba'eera; Waaqayyoon faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa! Mootii keenya faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa
๐โ Farfannaa 68:18
Ati gara olii baatee
Booji'amtootasi ni fudhattee, yaa,
waaqa keenya ati isaan
Gidduu jiraachuufi ,namoota Eeyyee ,namoota dida ta'an illee akka kennaatti ni fudhatee..
แแแแญ 68:18
#แแฐ แแญ แแจแแ แฅ #แแญแฎแ แแจแญแ แฅ แตแฆแณแแ แแฐแแฝ แฐแ แ แฅ แฐแแแ แแแแแแฝ แ แแซ แซแตแฉ แแแต
====//====//=====
โlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===๐๐==๐๐==

๐ kutaa+25ffยชยช๐๐
=Gaafi fi Deebi
๐Musiliimota
โYohaannis 8:26๐
Ani waaee keessan
wantan dubbadhuu fi wantan itti murteessu hedduu qaba.
#Dhugaa dubbachuuf,
#Inni na, #erge dhugaa dha; anis wantan
isa irraa dhagae addunyaatti dubbachaan jira.โ
--------------------
๐Gaaffii isaani
1= Kiristoos eegamadha
Jedhu....โ
2= wanta Abbaa irraa
Dhage dubbata malee
Dubbiin kani isaa mitii
Jedhu....โ
-------------------------
deebi=โตffaa
โKiristoos ergamaadha
Jechuun samii irraa dhufee
Foonii namaa uffachuu ibsuf,
๐ =Ani abbaa biraa argame Dhufee jedhee malee, wanta biraa ibsuuf. Mitti
๐kunis dubbii kitaaba
Qulqulluu yaa, raawwatamuuf.
1=โRaajii_Isayaas 64_1
#gaaronni
akka kirkiraniif,
Maali ta'a #samiiwwan tarsaastee utuu gadi #buuteeโผ๏ธ
โง #แฐแแฎแฝแ แแตแฐแ แแแ #แฅแตแแญแต! แฐแซแฎแฝแ แแแ แขแแแก!
=แขแณแญแซแต 64:1
2=โYohaannis 1:11
Inni gara biyya
isaa dhufe; haatau malee, sabni Isaa
isa hin simanne.
โ แแฐแ แแ แจแแซแ แซแ แฅแแแฐแแ แฅแญแแ แแฐ #แแแ แญแแฃ แแ แญแข
แ แแแ แแ แจแฅ แแแแ แ แฅแญแฑ แแแฅ แแแแ #แ แแแแแแข
#แจแฅแญแฑ แแฐ แแแ แแฃ
#แจแแ แแแแนแ แ แแฐแแ แแตแแข
=(แฎแแแต 1:9-11)
3=โ Roome 10:6-8
Qulqullumaa isa amantiidhaan argamu
ilaalchisee garuu akkana jedhamee
barreeffameera:
โAti garaa keetti,
โEenyuutu gara #samiitti olii baaโ hin jedhin;
kun #Kiristoosiin_gadi buusuufi; yookiin โEenyutu gara qileetti
gadi buaโโ hin jedhin; kunis Kiristoosiin warra #duan keessaa olii baasuufi.โ
Haatau malee Kitaabni Qulqulluun maal jedha? โDubbichi sitti
#dhihoo, jechuunis afaan kee keessaa fi garaa kee keessa jiraโ; kunis, โdubbiiโ amantii isa nuti
lallabnu dha.
โง #แจแฅแแแต แจแแ แฝแตแ แแ แฅแแฒแ แญแแแกโ #แ แแฅแ แกโ แแ แแฐ #แฐแแญ_แญแแฃแโ แ แตแ แแฅ แญแ แญแญแตแถแตแ #แแแแจแต แแแค
แแญแแกโ แ แแฅแ แกโ แแฐ #แฅแแ แแ แญแแญแณแ? แ แตแ แแฅ แญแ แญแญแตแถแตแ #แจแแณแ แแแแฃแต แแแข
แแแญ แแ แแ แญแแโ แ แ แแ แ แแฅแ แ แแ แแ #แแญแฆแแแแค แญแ แ แจแแแฐแฅแจแ แจแฅแแแต แแ แแแข
=(แฎแ 10:6-8)
4=โEfesoon 4:8-10
โ #inni yommuu
gara #oliitti ba'e boojiamtoota fudhate; kennaa godhee kenneโjedha.
#Maarree jechi, โgara
oliitti baeโ jedhu,
#gadi bueera, jechuunis
gara #lafaatti gadi bueera jechuu malee
maali jechuu taaโ
Inni wantoota hundumaa gara guutummaatti geessuuf jedhee #samiiwwan_hunda
gararraatti olii bae sun isuma gadi bue
sana dha.
๐แตแแแ แกโ แแฐ แแญ #แ แแฃ แแ แแญแฎแ แแจแจแก แแฐแแฝแ แตแฆแณแ แฐแ แก แญแแแข
#แแฐ แแตแญ แณแฝแ แญแแ แฐแแ #แแจแฐ แแแต แซแแแแฅ แญแ แแฃ แแแตแต แแ แแแต แแ?
แญแ แจแแจแฐแ แแแ แญแแ แแแต #แจแฐแแซแต แแ แ แแญ แจแแฃแ แฐแแ แซแ แแแข
=(แคแแถแ 4:8-10)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โKiristoos ergamee
Jechuun samii irraa
Dhufee foonii namaa
Uffaate, fayyina namoota
Hundaa hiree.
Rajjonni kootu gadii bui
Jedhanii kadhacha turani
Kanaaf Kiristoos sami
Irraa dhufee, yeroo kanaa
Immoo ergama jedhame.
โงDeebi=โถffยชยช
โdubbii hundinuu kan
Kiristoos
=1โงYohaannis 17:10
#wanti kan
koo tae #hunding kan kee ti; #wanti kan
kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
2=โงYohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqaa
hordofa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//====//===

๐น๐โงkutaa-30ffยชยช๐๐น
๐Gaaffii fi Deebi
โMuslimootaโ
โYohaannis 8:50
Ani ofii kootiif ulfina hin barbaadu; inni ulfina barbaaduu fi murtii godhu #Tokko jira.
---------------------------
Gaaffii isaanii
1=โง #ulfina kan barbaduu Abbaa qofaa jedhuu..โ
2=โง #murtii kani kennuu Abbaa qofa jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#Deebii keenya=lakki Abbaa qofa miti kan jedhu ta'a.
๐โง.Deebi=1ffยชยช
โถ=โYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ #Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo #gatii hin qabu. #Inni(Abbaan) ulfina Anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha .
โท=โYohaannis 5:23
namni hundi #akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, #Ilmaafis(kiristoos) ulfina
akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
โธ=โ1Yohaannis 2:23
#Ilma kan ganu hundi Abbaas immoo hin qabu.
Ilma amanee kan fudhatu hundi garuu Abbaas qaba.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โง.Deebi=2ffยชยช
โต=โYohaannis 5:27
Ilma namaa waan taeefis #murtii akka kennu Aangoon isaaf kennameera.
โถ=โYohaannis 5:22
#Abbaan matumaa eenyuutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa #hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf Aangoo kenneera;
โท=โ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo duratti, akkasumas Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulachuu isaa fi #Mootummaa isaatiin
warra #jiranii fi warra #duan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen
si ajaja
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นโงsababa maalif Kiristoos ulfinni fi murtii Abbaa qofa jedhee reeโyeroo jennuu
namoonni dubbii Kiristoos fudhachuu wani didaniif
isaan Abbaas guutumaatti hin beekaani akkasumas kiristoos illee hin beekani guutummatti
1๏ธโฃ=โYohaannis 8:55
Taus isin isa hin
beekne, ani garuu isa beeka. #Ani isa hin beeku yoon jedhe, akkuma keessan sobduun taa. Haatau malee ani isa beeka, dubbii isaas
eegaan jira.
2๏ธโฃ=โYohaannis 15:21-25
isaan isa na erge Sana waan #hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu. Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa #cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban. #Namni na jibbu
hundi Abbaa koos ni #jibba. Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture; amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, #Abbaa koos jibbaniiru. Haatau malee, kun kan tae, wanti Seera isaanii keessatti, โIsaan #sababii malee na jibbanโ jedhamee #barreeffame akka raawwatamuufi (far 35:19)
โงแฅแแ แจแแ แ แ แฃแดแ แฐแแ แญแ แแ(แฎแแแต 15:23)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
0๏ธโฃโงlink kan xuqa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
====โจณโจณโจณ====

๐๐ kutaa _ 58 ffaa ๐๐
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
โฉGaaffii fi Deebi
โซ๏ธ musiliimota
โ Yohaannis 14:1
Iyyaasus(Kiristoos) itti dabalee akkana jedhe: #Garaan keessan hin raafamin. #Waaqayyotti amanaa, #Anattis amanaa.
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
โฉgaaffii isaani
A))* Abbaa akka Waaqayyotti
itti Amanuudha jedhu
B))* Kiristoos immoo akka
Raajitti itti Amanudha jedhu
โโโโโโโโโโ
๐บRagaa isaanii fidanii
โฉBara durii raajoota fi Waaqayyotti Amana kani jedhu jira jedhuu
๐Ser.Bau 14:31
Sabni Israa'eli Waaqayyo irree isaa isa guddaadhaan warra Gibxii irratti waan hojjete yommuu argan, isa in sodaatan; #isaan_Waaqayyoon, #Musee garbicha isaa in amanan
๐ ฐโฉDeebii keenya iddoo
kana irratti
Dubbii kana kani dubbatee Musee moo, saba Israa'eliโ
Lakki museen yoomi Waaqayyo ofii qixeesse Ana fi Waaqayyotti Amana jedhe.
Garuu Israa'eloonni gochaa Waaqayyo gara Musee raawate arganii Waaqayyo karaa harka Musee dinqii wani hojjateef. Kuni dhugumaa jedhanii Waaqayyo fi museetti Amanani.
Malee isaan Waaqayyo fi museen Aangoo tokko qabanii jedhanii miti.โ
โจ๏ธRagaa lammaffaa isaanii dhiyeessan
๐ ฑ2seena bara 20:20
Isaanis guyyaa itti aanu
ganama barii kaanii gara lafa
onaa Teqoohaa dhaqan. Utuu
deemaa jiraniis #Yoshaafaax
dhaabbatee, โYaa Yihudaa, isin
jiraattonni iyerusaalemis, na
dhagaaa! Jabaattanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, Waaqa keessan
Waaqayyoti amanaa.
Raajota isaatti amanaa; milkaaina ni argattu.โ
๐ ฑDeebi keenya iddoo
kana irratti
Yoshafaxi jedhee malee
warra yihudaa fi iyerusalemin.Waaqayyo fi raajoota Amana jedhee
Haataโu malee yoshafax mataa isaa iyyuu rajoota jedhee Waaqayyo irraa gargari basee jira,
โฉRaajoota keessa immoo eenyu ree? Ana fi Waaqayyo Amana kani jedhee โlakki gonkumaa hin jiruu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บGara Deebi keenya
kallattiidhaan Yohaannis 14:1 irraa kan jiruu ilaala
#Lakkii Kitaabni iddoo kana irratti Abbaa akka Waaqayyotti ,ilma immoo akka raajiitii itti Amana hin jennee (Yohaannis 14:1)โ
๐ พ akkamitti Qaama lamani kanatti Amanama. Yeroo jette immoo #jechi_Amana jedhuu Kiristoos fi Abbaadha wali qixadha.
๐ ฐโฉ.Abbaan Waaqayyo jette yoo, amantee
๐ ฑโฉ.Kiristoos illee Waaqayyo jettee itti Amanu qabda
๐ ฐโฉ.Kiristoos fayyisaadha yoo, jettee amantee
๐ ฑโฉ.Abbaan illee fayyisadha jetee Amanuu qabda.
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
kanafuu Kiristoos,Abbaa fi Anati Amana Jedhee
โณ๏ธ Qabxiiwwan armaan gadii Kiristoos fi Abbaa qofa ilaalta
โตโฉYohaannis 12:45
Namni #Aa argu hundi, isa na erge Sanas ni arga
โถโฉYohaannis 14:9
Iyyaasus(Kiristoos)akkana jedheen: โYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na hin beeknee? Namni Ana arge #hundi Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โAbbaa nutti argisiisiโ jetta?
โทโฉYohaannis 5:17
#Inni(Kiristoos) garuu, #Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira; #Anis nan hojjedhaโ jedhee isaaniif deebise.
โธโฉYohaannis 5:21
Akkuma #Abbaan namoota #duan kaasee jireenya isaaniif kennu, #Ilmis nama barbaadeef #jireenya ni kenna.
โนโฉ 1Yohaannis 5:12
Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni
Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana hin qabu.
โบโฉ2Yohaannis 1:9
Namni barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi Waaqayyoon hin qabu. Namni barumsa
kanaan jiraatu, inni Abbaa fi Ilmaqaba
โปโฉYohaannis 10:30
Anii fi Abbaan tokko dha.
โผโฉYohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha, #isattis ifatti of nan mulisa.
โฝโฉYohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: โNamni na jaallatu #hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa jaallata, #nutis gara isaa dhufnee bakka jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โพโฉYohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ธ๐ผ๐ผ๐ธ๐ผ๐ผ๐ธ๐ผ๐ผ
Link waldaa keenya xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ