🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
βž‘οΈπŸ…± kutaa_37ffΒͺΒͺπŸ₯₯βš οΈπŸ‘‡

➑️Gaaffii fi Deebi β™ˆοΈ
🐧MusiliimotaπŸ”
✍Yohaannis 10:29
Abbaan koo inni anaf kenne isaan kana hundumaa ni
#caalaa homtuu harka abbaa koo keessaa isaan basu hin danda'u
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”” Gaaffiiin isaan Abbaan Kiristoos ni caalaa jedhuu...πŸ€β“.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➧Deebii keenya
kuni dogogora isaanitti akka
#hiika iddoo kanati Abbaan hunduma ni caala kan jedhe kiristoos Abbaa fi #Uumamtoota kani wali bira qabe malee, wanta bira mitti *

πŸ”Ό Ragaa_kitaaba

πŸ…Ύ kanafu Abbaan koo,hundumaa ni caalaa yoo,jedhee Kiristoos kuni sirriidha β€œ kanafuu kabajaa Abbaa ibsaa jira iddoo kana irratti
β“΅=πŸ₯₯ Yohaannis 17:4_6
Ani hojii akkan hojjedhu Anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina(kabaja)sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina #Ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.

β€œAni namoota ati addunyaa keessaa anaaf kennitetti
#maqaa kee
muliseera. Isaan kan kee turan; ati anaaf isaan kenniteetta; isaanis dubbii kee eeganiiru.
✏️Abbaa hunda ni caalaa jedhuun guutummaatti kabaja yookiin ulfina Abbaa ibsuuf ture, Jechi
#maqaa ke Ani mul’iseera jedhuu kanuma ture.

🌸 Jechi immoo Ani lafaa irratti kabaja//ulfina siif kenne jedhu kuni illee akkamitti ibsa yoo,jedhamee β€œ Abbaan koo, hundumaa caala kan jedhuu kana ta'a malee wanta biraa maali ibsa:ree.β€œΒ»
πŸ””Jechi immoo
#Addunyaa keessatti maqaa kee,mulise jedhuu
Addunyaa kan jedhame nama malee biyyaa Israa'el ykn biyyaa Amerikaa ykn biyya Ethiopia miti.
kuni kallattiin namoota ibsa jechudha. Abbaan koo,hundumaa ni caalaa jechuu namoota//Uumamtoota akka caaluu ibsuuf akkasii jedhee.(Yohaannis 3:17)

πŸ…± Haata’u malee qofa kabaja barbaachisaa akka hin jennee Kitaabni sii,dhorkaa hubbachu Kiristoos illee kabajni ni barbaachisaa.
πŸ””Yohaannis 5:23
#namni_hundi akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina
hin kennu.
((
#kutaa_30_ffaa dubbisa waee ulfina Abbaa fi Kiristoos maali akka ta’e))

πŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…ΎπŸ…Ύ
βž›Kiristoos fi namoota lafa kana (Uumamtoota wali biraa qabu hin dandeessuu

maalif yoo, jennee
#Kiristoos immoo samii irraa akka dhufee nutti garuu samii irraa hin dhufne, akkasumas addunyaa dura hin turee. πŸ‘‡
➁=Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa
#ulfina Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati #ofii biratti ulfina anaaf kenni
βž›osoo namni, ergamoonni, lafa fi samiin hin Uumamni kabajin ykn ulfinni Kiristoos maali turee..... πŸ₯₯
➧ kanafuu Kiristoos addunyaa kan dura turee.

β“·=1Qorontoos 15:47
#Namni inni #jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame; #namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe

β“Έ=Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.

βž„=Ibroota 1:3
#Inni_ulfina_Waaqayyoo
ni
#calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan #hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni #cubbuu keenya erga
qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

((
#αŠ₯ርሱም α‹¨αŠ­α‰₯ሩ #αˆ˜αŠ•αŒΈα‰£αˆ¨α‰…αŠ“ α‹¨α‰£αˆ•αˆ­α‹© ምሳሌ αˆ†αŠ–α₯ #αˆαˆ‰αŠ• α‰ αˆ΅αˆαŒ£αŠ‘ α‰ƒαˆ αŠ₯α‹¨α‹°αŒˆαˆα₯ #αŠƒαŒ’αŠ α‰³α‰½αŠ•αŠ• α‰ αˆ«αˆ± ካነጻ α‰ αŠ‹αˆ‹ α‰ αˆ°αˆ›α‹«α‰΅ α‰ αŒαˆ­αˆ›α‹ #α‰€αŠ α‰°α‰€αˆ˜αŒ βž§(α‹•α‰₯αˆ«α‹α‹«αŠ• 1:3)

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž›kanafuu Walumaa galatti Abbaan hundumaa caalaa kan jedhu kabaja Abbaa ibsuudhaaf Kiristoos kana dubbate iddoo kana irrati kani jedhu ta'a.
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️
➧link kan xuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//==
➻❀Phaawuloos yeroo jalqabuu mootii Mootota ,Gooftaa Gooftota jedhe inni suni illee Kiristoos
➏➻Mul’ata 17:14
Isaan #Hoolichaa wajjin wal lolu; taΚΌus Hoolichi #Gooftaa_gooftotaa fi #Mootii_moototaa waan taΚΌeef isaan injifata. Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taΚΌanis ni injifatu.”
β–¬β–¬β–¬β–¬
𝙭π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖 π™žπ™§π™§π™–π™–π™©π™ž
βž»πšŠπš”πš”πšžπš–πšŠ πšŠπš‹πš‹πšŠπšŠπš— πš’πšπšŠπšŠ πšŒπš’πš–πšŠ πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠ πš“πš’πš›πšπšž πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ πš’πš•πš•πšŽπšŽ πš’πšπšŠ πšŒπš’πš–πšŠπšŠ πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠ πš“πš’πš›πšŠπšπšŠ.
βž»πš”πšŠπš—πšŠπšŠπšπš’ πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ πš’πš•πš–πšŠ πšŠπš‹πš‹πšŠ πš‹πš’πš›πšŠ πš“πš’πš›πšž 𝚚𝚘𝚏𝚊 πš”πšŠπš—πš’ πš’πš‹πšœπšŽ πš–πšŠπš•πšŽπšŽ πšŠπš‹πš‹πšŠ πš‘πš˜πš˜πš–πšπšž πš‘πš’πš— πšŠπš›πšπš’πš—πšŽ πš“πšŽπšπš‘πšŽ.
➐➻ πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:45
#namni na argu hundi, isa na erge sanas ni arga.
βž‘βž»Ibroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo #calaqqisa_eenyummaa isaas sirriitti #bakka buΚΌa; akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaΚΌe.
❾➻Filiphisiiyus 2:6
Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu,
wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu
akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne
π™–π™ π™ π™–π™’π™žπ™©π™©π™ž π™žπ™’π™’π™€π™€ π™¨π™žπ™‘π™– 𝙖𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙝𝙀𝙀𝙒𝙩π™ͺ π™π™žπ™£ π™–π™§π™œπ™žπ™£π™š π™ π™žπ™§π™žπ™¨π™©π™€π™€π™¨ π™žπ™¨π™–π™– π™—π™šπ™šπ™ π™¨π™žπ™¨π™š π™ π™–π™£π™ž 𝙖𝙗𝙗𝙖 π™–π™§π™œπ™š π™ π™žπ™§π™žπ™¨π™©π™€π™€π™¨ 𝙦𝙀𝙛𝙖 π™¬π™–π™–π™£π™ž π™©π™–π™šπ™›.
βž»πš”πšŠπš— πš’πš›πš›πšŠπšŠπšπš’ πšπšŽπšŽπš‹πš’ πš’πšœπšŠπšŠπŸ‘‡
βΏβž»πš–πšŠπšŠπšπšŽπš πš˜πšœ 11:27
Abbaan koo waan hunda dabarsee natti kenneera #Abbaa malee #namni tokko iyyuu #Ilma hin beeku #Ilmaa fi nama Ilmi isa itti mulΚΌisuu fedhu malee namni tokko iyyuu Abbaa hin beeku.
βž»π™–π™—π™—π™–π™£ π™žπ™›π™–
βž»π™žπ™‘π™’π™žπ™¨ π™žπ™›π™–
βž»π™ π™–π™£π™–π™–π™›π™ž,𝙖𝙗𝙗𝙖 π™’π™–π™‘π™š π™žπ™‘π™’π™– 𝙝𝙀𝙀𝙒𝙩π™ͺ π™π™žπ™£ π™—π™šπ™šπ™ π™ͺ π™Ÿπ™šπ™™π™π™–,𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨π™ͺ𝙒𝙖𝙨 π™žπ™‘π™’π™–,π™’π™–π™‘π™š 𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙝𝙀𝙀𝙒𝙩π™ͺ π™π™žπ™£ π™—π™šπ™šπ™ π™ͺ π™Ÿπ™šπ™™π™π™– Β«π™¨π™–π™—π™–π™—π™žπ™£ π™žπ™¨π™–π™– #𝙑𝙖𝙒𝙖𝙣π™ͺ π™žπ™›π™– π™¬π™–π™£π™ž 𝙩𝙖'π™–π™£π™žπ™› Β»
πšπšŠπš›πšŠ πšπšŽπš•πšŽπšπš›πšŠπš–πšŠ πš”πš˜πšπšŠ
πŸ‘‡https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha