๐ปIyyaasuus wantoota
kana dubbatee gara
guyyaa #8 booda.
โ แจแแ แ แแ แ แแ
#แตแแแต แแ แซแ แ แแญแถ
โ=Luq 9:28
โ=แแแต 9:28
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=kuta_2_ffaa
โจ๏ธ Kuta_1 ffaa keessatti
Guyya 6 biyya Qisaariyaa
Jenne ture.
โ MAT17:1
โ Mar 9:2
Kuta kitaaba Qulqulluu
Luqaas immoo guyyaa
8 booda jedha
=akkamitti Maatewoos
Fi maraqoos guyyaa
6 booda jedhuu
=Luqaas immoo
Akkamit guyyaa
8 booda jedha
โhiika jechoota
Kan hubbadha
โโbiyyaa Qisaariyaa
guyyaa 6 turee dhugaa
โโiccitiin duubbatamef
Qaama #fooni qofan
Tullu Tabori irratti
Kan Argaman 6 taโu
=1โKiristoos
=2โMuse
=3โEliyaas
=4โPheexiroos
=5โYaaqoobi
=6โYohaannis
โโโโโโโโ
โโiccitii,Luqaas
8 jedhe immoo
Qaama foonii,kan
Mulโatan 6 fi Abbaa,
Affuura Qulqulluudha
=1โAbbaa
=2โilma
=3โAffuurra Qulqulluu
=4โMuse
=5โEliyaas
=6โPheexiroos
=7โYaaqoobi
=8โYohaannis
โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ
โ iccitii Afuraffan
(4n) immoo akkana
=maatewos fi Maarqoos
Jecha tokko bareessan
(Mat,17:1*Mar 9:2)
guyyaa 6 ni jedhama
Ni taโas
โkaraa,biraa 8 jechuun
Adda hin godhu,hikka
Guyya 6 tti malee
Iccitti 6 fi 8 jidduu
jiru ilaala
=maatewos fi marqoos
Ibrootaani fi Roomaan
#ARASAAA kan
dhiyeessan
โ๏ธ โji'a Hagayya guyyaa
8 Ibrootaani, ji'a seeni Abiyaadha
โ๏ธโji'a Hagayya guyyaa
8 Roomonni, ji'a seeni Awugusxosidha
= ji'a hagayya irra
guyyaa 7 yoo Dhisnee
โkanafuu kan waara
Ibroota ji'a gara
#Adoollessati
Deebi'a
โkan warra Roomaan
Immo gara #Fulbaanatti
Deebi'a
=akkuma beekamuu
Nutti ayyaanni kabajama
Kan jiru guyyaa
#13 dha
โจ๏ธsababi maalif guyyaa
13 taโe kan kanumaf
โHaaluma kani guyyaa
Itti dhiyaatu Ibrootaatti
Fi roomonati Guyyaa
6 yoo ta'e Qofa
=amma mirkaneessu
Ni dandeenya
=7+6=13
โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ
โ maatewos fi Maarqoos
Gara Ibrootaan
ji'a 5 ffaatti #Arasa
gara tullu Tabori
yeroo itti bahan
guyyaa yoo lakkawwan
guyyaa 6 ta'a Sababa
kanaafi #fudhatee
oli bahe jechi jechu
kan ibsuufi
โจ๏ธ kitaaba kan dubisaa
Kuno akkasii jedha
โMat 17:1
"( Iyyaasuu guyyaa 6
booda Pheexiros
Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoob Yohaannisiin
kophaa isaanii #fudhatee
gaara dheeraa tokkotti
ol bae "
=jechi fudhatee jedhuu
Sababa Kanaafi
barreeffame Jira
=Afaan Amaariffa kanuma
Ibsa แแดแแต 17:1
แจแตแตแตแต แแแ แ แแ
แขแจแฑแต แดแฅแฎแตแแ แซแแแฅแ แแแตแแแ แฎแแแตแ #แญแ
แแฐ แจแ แ แฐแซแซ แฅแปแธแแ
แ แแฃแธแ
๐ช=jedhi (แญแ) jechuu afaan Oromiffaan fudhe/fudhate
kan jedhu ibsa
โฆโฆโฆโฆโฆโฆ#
โ kan barreffamaa
Luqaas immoo
maali jedha
โLuq 9:28
Iyyaasuus #wantoota
kana #dubbatee gara
guyyaa 8 booda
Pheexiros, Yohaannisii
fi Yaaqoobiin fudhatee kadhachuudhaaf
gaara tokkotti ol bae
=hikaan jechoota kan
Wanta #2 ofii keesaa qaba
1โjecha "dubbatee jechuu
2โjechaa fudhatee jedhuu
๐พ แแแต 9:28
แจแแ แ #แแ แ แแ
แตแแแต แแ แซแ แ แแญแถ
แดแฅแฎแตแแ แฎแแแตแ แซแแแฅแแ
#แญแ แแธแแญ แแฐ แฐแซแซ แแฃ
=akkuma beekamu jechi
Fudhate jedhuu
Kan maatewos fi marqoos
Dubbatan waliin tokko
Akkuma jalqabaa
hiikne turee
โ=jechi inni lamaffaa
garuu Maatewoos fi
marqoos irraa hin jiru
=inni jedha kan
"dubbatee (แแ)
Kanaafuu hiika isaa
ilaala amma immo
Luq 9:23-27"kana
hundi keessan dubisaa
=Luqaas 9:28 kan isaa
Kiristoos dubbatee (แแ)
isa kan turee, Kanaafuu
jechi booda jedhuu dubbi
kan xumuree jechuu ibsa , xumura guyyaa kan irraa yoo,eeggalu 8 jedhee
๐Kuta_3 ffaa Jira
โKiristoos maalif
Gara Tullu Tabor
Oli kan jedhuu
kutaa3 ffaan
ni ilaala
โ link kan irraa
Immoo barrefama
Kan dubbisuu
Ni dandeessu๐
โจ๏ธ @haadha_Waaqa_naJaladha
โฆyeroo kamiyyuu
Kitaabni Qulqulluun
Walitti bu'u hin
Danda'u๐
kana dubbatee gara
guyyaa #8 booda.
โ แจแแ แ แแ แ แแ
#แตแแแต แแ แซแ แ แแญแถ
โ=Luq 9:28
โ=แแแต 9:28
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=kuta_2_ffaa
โจ๏ธ Kuta_1 ffaa keessatti
Guyya 6 biyya Qisaariyaa
Jenne ture.
โ MAT17:1
โ Mar 9:2
Kuta kitaaba Qulqulluu
Luqaas immoo guyyaa
8 booda jedha
=akkamitti Maatewoos
Fi maraqoos guyyaa
6 booda jedhuu
=Luqaas immoo
Akkamit guyyaa
8 booda jedha
โhiika jechoota
Kan hubbadha
โโbiyyaa Qisaariyaa
guyyaa 6 turee dhugaa
โโiccitiin duubbatamef
Qaama #fooni qofan
Tullu Tabori irratti
Kan Argaman 6 taโu
=1โKiristoos
=2โMuse
=3โEliyaas
=4โPheexiroos
=5โYaaqoobi
=6โYohaannis
โโโโโโโโ
โโiccitii,Luqaas
8 jedhe immoo
Qaama foonii,kan
Mulโatan 6 fi Abbaa,
Affuura Qulqulluudha
=1โAbbaa
=2โilma
=3โAffuurra Qulqulluu
=4โMuse
=5โEliyaas
=6โPheexiroos
=7โYaaqoobi
=8โYohaannis
โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ
โ iccitii Afuraffan
(4n) immoo akkana
=maatewos fi Maarqoos
Jecha tokko bareessan
(Mat,17:1*Mar 9:2)
guyyaa 6 ni jedhama
Ni taโas
โkaraa,biraa 8 jechuun
Adda hin godhu,hikka
Guyya 6 tti malee
Iccitti 6 fi 8 jidduu
jiru ilaala
=maatewos fi marqoos
Ibrootaani fi Roomaan
#ARASAAA kan
dhiyeessan
โ๏ธ โji'a Hagayya guyyaa
8 Ibrootaani, ji'a seeni Abiyaadha
โ๏ธโji'a Hagayya guyyaa
8 Roomonni, ji'a seeni Awugusxosidha
= ji'a hagayya irra
guyyaa 7 yoo Dhisnee
โkanafuu kan waara
Ibroota ji'a gara
#Adoollessati
Deebi'a
โkan warra Roomaan
Immo gara #Fulbaanatti
Deebi'a
=akkuma beekamuu
Nutti ayyaanni kabajama
Kan jiru guyyaa
#13 dha
โจ๏ธsababi maalif guyyaa
13 taโe kan kanumaf
โHaaluma kani guyyaa
Itti dhiyaatu Ibrootaatti
Fi roomonati Guyyaa
6 yoo ta'e Qofa
=amma mirkaneessu
Ni dandeenya
=7+6=13
โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ
โ maatewos fi Maarqoos
Gara Ibrootaan
ji'a 5 ffaatti #Arasa
gara tullu Tabori
yeroo itti bahan
guyyaa yoo lakkawwan
guyyaa 6 ta'a Sababa
kanaafi #fudhatee
oli bahe jechi jechu
kan ibsuufi
โจ๏ธ kitaaba kan dubisaa
Kuno akkasii jedha
โMat 17:1
"( Iyyaasuu guyyaa 6
booda Pheexiros
Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoob Yohaannisiin
kophaa isaanii #fudhatee
gaara dheeraa tokkotti
ol bae "
=jechi fudhatee jedhuu
Sababa Kanaafi
barreeffame Jira
=Afaan Amaariffa kanuma
Ibsa แแดแแต 17:1
แจแตแตแตแต แแแ แ แแ
แขแจแฑแต แดแฅแฎแตแแ แซแแแฅแ แแแตแแแ แฎแแแตแ #แญแ
แแฐ แจแ แ แฐแซแซ แฅแปแธแแ
แ แแฃแธแ
๐ช=jedhi (แญแ) jechuu afaan Oromiffaan fudhe/fudhate
kan jedhu ibsa
โฆโฆโฆโฆโฆโฆ#
โ kan barreffamaa
Luqaas immoo
maali jedha
โLuq 9:28
Iyyaasuus #wantoota
kana #dubbatee gara
guyyaa 8 booda
Pheexiros, Yohaannisii
fi Yaaqoobiin fudhatee kadhachuudhaaf
gaara tokkotti ol bae
=hikaan jechoota kan
Wanta #2 ofii keesaa qaba
1โjecha "dubbatee jechuu
2โjechaa fudhatee jedhuu
๐พ แแแต 9:28
แจแแ แ #แแ แ แแ
แตแแแต แแ แซแ แ แแญแถ
แดแฅแฎแตแแ แฎแแแตแ แซแแแฅแแ
#แญแ แแธแแญ แแฐ แฐแซแซ แแฃ
=akkuma beekamu jechi
Fudhate jedhuu
Kan maatewos fi marqoos
Dubbatan waliin tokko
Akkuma jalqabaa
hiikne turee
โ=jechi inni lamaffaa
garuu Maatewoos fi
marqoos irraa hin jiru
=inni jedha kan
"dubbatee (แแ)
Kanaafuu hiika isaa
ilaala amma immo
Luq 9:23-27"kana
hundi keessan dubisaa
=Luqaas 9:28 kan isaa
Kiristoos dubbatee (แแ)
isa kan turee, Kanaafuu
jechi booda jedhuu dubbi
kan xumuree jechuu ibsa , xumura guyyaa kan irraa yoo,eeggalu 8 jedhee
๐Kuta_3 ffaa Jira
โKiristoos maalif
Gara Tullu Tabor
Oli kan jedhuu
kutaa3 ffaan
ni ilaala
โ link kan irraa
Immoo barrefama
Kan dubbisuu
Ni dandeessu๐
โจ๏ธ @haadha_Waaqa_naJaladha
โฆyeroo kamiyyuu
Kitaabni Qulqulluun
Walitti bu'u hin
Danda'u๐