๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โ€ผ๏ธBaay'ee sodatanii
turanii
๐Ÿ‘‰ แŠฅแŒ…แŒแˆ แˆแˆญแ‰ฐแ‹ แŠแ‰ แˆญ
โœฆ=Mat 17:6
โœฆ=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 17:6
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=kutaa 4 ffaa
Baay'ee sodaan kan
jedhuu irraa Kan
sodaatee Barattoota
3 turee
1โž›Pheexiroos..
2โž›Yohaannis.
3โž›Yaaqoobi
Sababiin sodatan
immoo yeroo Tokko
keessatti wanti sadi
ni rawwatamee

1=Abbaan saami irraa
ilmi koo,kan itti
gammaduu isa,dhaga

2=dummeessi jaban
sagalee qabu dhufee
isaan hagugu isaa
dumeessa kan jedhame
#Affuurra,Qulqulluudha
akkuma lagaa Yordaanos tti bifa gugeen dhufee, amma immoo bifaa dumeesaan
dhufee jira

3=ilmi fuulli isaa fi
huccuun isaa,ifudha

=Haataโ€™u malee
โ—ˆ Saduma kan ibsuu
โž›abbaa
โž›ilma
โž›
Affuurra,Qulqulluu
โ—ˆ=Tokkumaa kan ibsu
๐Ÿ‘‰barattoonni sodachun, sodaan waaqa tokko
qofa,akka ta'e ibsuf
sodachuu isaani,

๐Ÿ‘‰ barattoonni isaan fuula durati lafatti gadi sagaduu isaatiin tokkummaa isaan
ibsa sagadaa tokko qofaan

๐Ÿ‘‰ Abbaa,Ilmi, Affuurri Qulqulluun yeroo Tokko argamuu isaanii tokko
isaan godhaa


๐ŸŒนGooftaan keenya ifa
qaama Foonni malee
osoo ifaa Waaqummaa taโ€™e Namoota,achi jiran yaa,hafti lafti saami fuula isaa dura ni badu turee.

๐ŸŒปRagaa kitaaba
Qulqulluu irraa๐Ÿ‘‡

โ—ˆRakkina guyyoota
sanaa booda battaluma
sanatti, aduun ni
dukkanoofti addeessis
ifa ishii hin kennitu
urjiiwwan samii irraa ni
harcau humnoonni
samiis ni raafamu

Yeroo sanatti mallattoon
#Ilma namaa samii irratti
ni mulata saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma
isaanii rurrukutu isaanis
Ilmi namaa
#humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
โžน=Mat 24:29-30

Kanaafuu yaannii
kuni ifa Aangoo
Waaqummaa hoomtuu
fuula isa,duratti hin arguu

๐ŸŒผ แŠจแ‹šแ‹ซแ‰ฝ แ‹ˆแˆซแ‰ตแˆ แˆ˜แŠจแˆซ
แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‹ˆแ‹ฒแ‹ซแ‹
#แ€แˆแ‹ญ
แ‹ญแŒจแˆแˆ›แˆ แŒจแˆจแ‰ƒแˆ
แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แ‹‹แŠ• แŠ แ‰ตแˆฐแŒฅแˆ
แŠจแ‹‹แŠญแ‰ฅแ‰ตแˆ แŠจแˆฐแˆ›แ‹ญ
แ‹ญแ‹ˆแ‹ตแ‰ƒแˆ‰

แ‹จแˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ตแˆ แŠƒแ‹ญแˆ‹แ‰ต แ‹ญแŠ“แ‹ˆแŒฃแˆ‰
แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œแˆ
#แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ…
แˆแˆแŠญแ‰ต แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ญ แ‹ญแ‰ณแ‹ซแˆ
แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œแˆ แ‹จแˆแ‹ตแˆญ แ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰ฝ
แˆแˆ‰
#แ‹‹แ‹ญ แ‹‹แ‹ญ แ‹ญแˆ‹แˆ‰
แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ…แŠ•แˆ
#แ‰ แŠƒแ‹ญแˆแŠ“
แ‰ แ‰ฅแ‹™ แŠญแ‰ฅแˆญ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ญ แ‹ฐแˆ˜แŠ“
แˆฒแˆ˜แŒฃ แ‹ซแ‹ฉแ‰ณแˆ
=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 24:29-30

๐ŸŒป=ragaa 2 ffaa

Dammaqaa eegaa
akkasumas wantoota
tauun isaanii hin oolle
kana hunda jalaa
bauu fi
#Ilma namaa
dura dhaabachuu akka dandeessaniif yeroo
#hunda wawwaannaa dhiheessaa.โ€
โžด=Luq 21:36

แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ… แˆŠแˆ˜แŒฃ แŠซแˆˆแ‹
แŠจแ‹šแˆ… แˆแˆ‰ แˆˆแˆ›แˆแˆˆแŒฅ
#แ‰ แˆฐแ‹ แˆแŒ…แˆ แŠแ‰ต แˆˆแˆ˜แ‰†แˆ
แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰ฝแˆ‰
#แˆตแ‰ตแŒธแˆแ‹ฉ แˆแˆ
แŒŠแ‹œ แ‰ตแŒ‰
โžด=แˆ‰แ‰ƒแˆต 21 :36

๐Ÿ‘‰ilma Nama kan
jedhamee Kiristoos

โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ
amma gara mataa
duree keenya yaa
deebinuu
1=โ™จPheexiroos
2=โ™จ๏ธYaaqoob
3=โ™จ๏ธYohaannis
4=โ™จ๏ธMusee.
5=โ™จ๏ธEliyaas.
=namoota 5 kan keessa.
โœฆnamni lama
#haadha
manaa qaba
1=โž›Muse
Seera.Bau 2:4
akka haadhaa
mana qabu

2=โž›Pheexiroos
=1Qor 9:5
akka haada mana
qabuu ni dubbata

โœฆnamni 3 haadha
mana hin qaban

1=โž›Eliyaas
2Mot 2:11
akka haadha mana
hin qabnee gara
samiirratti olii
ni dubbatan
2=โž›Yaaqoobi
HDB 12:1
3=โž›Yohaannis
Yoh 21:23.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Fakkeenyaa dukaa
bu'oota 3
๐Ÿ‘‰1=ijoollee
#Nohii
sadan ni fakkeeffamu
โž›seemi
โž›kaami
โž›yaafeti
Seera.Uummama 6:10
=akkuma sanyii nama kamiyyuu ijjoollee
Noohi sadan sana ala
hin jiruu Kiristoos
hundumaa keessan
faani dhufee jechuu
isaan 3 fudhee olii
bahee

2๐Ÿ‘‰ fakkeenya kan bira
โž› Jaalala,
โž› Amanti
โž›Abdi
ni fakkeeffaman
akkuma Phaawuloos
jechuu yeroo hundaa
wantoonni kuni adda
hin bahan jedha
=1Qor 13:13

3๐Ÿ‘‰ ragaan kan dhiyaatu
seera oritti keessatti
raga 3 dha
โœฆseera keesa,deebi 17:6
โœฆseera keesa,deebi 19:15
โž›Mat 18:16
โž›2 Qor 13:1
โž›1 xim 5:19
โž›Ibr 10:28
=akkuma inni jedhee isin raagoota kooti jedhee jira

๐ŸŒผ Nama namoota
duratti dhugaa anaaf
bau hundumaatiif
#Ani immoo Abbaa koo
isa samii duratti dhugaa
nan baaaf.

Nama namoota duratti
na ganu hunda garuu
anis Abbaa koo isa samii duratti isa nan gana
=Mat 10:32-33

=แˆตแˆˆแ‹šแˆ…
#แ‰ แˆฐแ‹ แŠแ‰ต
แˆˆแˆšแˆ˜แˆฐแŠญแˆญแˆแŠ แˆแˆ‰ แŠฅแŠ”
แ‹ฐแŒแˆž แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‰ฃแˆˆแ‹
แ‰ แŠ แ‰ฃแ‰ด แŠแ‰ต แŠฅแˆ˜แˆฐแŠญแˆญแˆˆแ‰ณแˆˆแˆ

#แ‰ แˆฐแ‹ แŠแ‰ตแˆ แ‹จแˆšแŠญแ‹ฐแŠแŠ•
แˆแˆ‰ แŠฅแŠ” แ‹ฐแŒแˆž แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต
แ‰ฃแˆˆแ‹ แ‰ แŠ แ‰ฃแ‰ด แŠแ‰ต แŠฅแŠญแ‹ฐแ‹‹แˆˆแˆ
=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 10:32-33

4๐Ÿ‘‰ duuka bu'oota
iccitii wanii ta'anif
โž›icciitti isaan argaman
Yero Kiristoos namoota
du'a kasu
yeroo kadhannaadha
yeroo dubbi gara fulaa
dura dubbate
โž›mar 5:37
โž›mar 13:3
โž›Mat 17:1
โž›mar 9:2
โž›mar 14:13
โž›Luq 8:51

5๐Ÿ‘‰ barattoota jalqabaa Kiristoos duuka bu'an
keessa isaan 3 kun
tokko ture
BARATOOTA Galiilaa
naannoo Beetasiyida
โž›mar 1:16-19
===============
Qabxiwwaan 5 kanaa
malee sababa biraa
hedduun jira

โ—ˆTulluu Tabor mana Kiristiyaanaa keenyaa ni fakkeeffama akkuma
Daawit dubatee
"Kunoo, inni Israa'elin
#eegu,matumaa hin
mugu, hin rafus
=Far _Daawit 121:4
โœ ilaa Hoolicha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
โœ แŠฅแŠแˆ† แ‹จแ‹“แˆˆแˆแŠ•
แŠƒแŒขแŠ แ‰ต แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‹ˆแŒแ‹ต
แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ แŒ
=Yoh 1:29
=แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 1:29
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo

๐ŸŒปilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
โ—ˆ jecha kana Kani
Dubbaate
#Yohaannis
Cuuphaa turee

โœhiika jechoota

=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
โž›hoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
โž›Waaqayyo kani
Jedhame
#Abbaa dha
(Yoh 8:54)
โ—ˆ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
โ€ผ๏ธโœ ilaa
#ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
โœ=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
โœkan biraa
Affuurra
Qulqulluun jira โ“moo hin jiruโ“
โ—ˆDeebiii Eeyyee jira

โœAbbaan
#Affuurra
(Yoh 4:24)
โœKiristoos akkana jedhee
#Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
๐ŸŒป kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,taโ€™e Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
โ—ˆHaataโ€™u malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=
Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu

๐ŸŒป jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___โ“
๐ŸŒปdeebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____โ“

โž›hoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga taโ€™e
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo
#Maariyaami
Irraa Dhufe
โœ Yoh 1:14
โœ Mat 1:23-24
โœLuq 2:7-11
โœrajii isayaas 7:14
โœraaji hose 11:1
โœfar.Daawit 2:7

โ—ˆ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti ๐Ÿ‘‡
โœilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
โž›Kiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti๐Ÿ‘‡
โœLuq 15:4-6
โœYohaannis 10:2
โœraji-Ermiyaas 23:1-2
โœraji-Hisqi'el 34:11-31
โœraji-Hisqi'el 34:1-10
โœraji-Zakaariyaas 11:6-17

โœHaataโ€™u malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
โž›Nuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
โ—ˆosoo Kiristoos
Hin fannifamuu taโ€™e
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna

โœragaa kitaaba ๐Ÿ‘‡
=1Qor 5:7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Akkuma amma
bukoo
#haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera

โœKanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ1 Phex 1:18-19๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰
#bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka dhiiga
#hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
๐ŸŒนKanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera

โ—ˆ Jechi
#Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa

โœ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa

โ—ˆKiristoos kanaa Dhufe
Namoota
#hundumaaf
Malee
#Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa

๐ŸŒนFakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe taโ€™e
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee

โœ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni
#barbaachisaa
Jechuu keenyaa

โœjecha
#cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa reeโ“

โœ 1Yoh 3:5 ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ inni kan
#dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
โœแŠฅแˆญแˆฑแˆ แŠƒแŒขแŠ แ‰ตแŠ•
แˆŠแ‹ซแˆตแ‹ˆแŒแ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ฐแŒˆแˆˆแŒ 
แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แŠƒแŒขแŠ แ‰ต
แ‹จแˆˆแˆ =1 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3:5

๐ŸŒป
#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,taโ€™e wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabnaโ€ผ๏ธ

โœilaa
#hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
๐Ÿ‘‰ilaa
#fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
๐Ÿ‘‰ilaa
#ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
๐Ÿ‘‰ilaa
#ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya

๐ŸŒน=kutaa_3-ffaa
โœyaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
โœchanneel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒบโฌ‡๏ธ kutaa -65- ffยชยช โฌ‡๏ธ๐Ÿ”ณ
   ๐Ÿ“gaafi fi deebi
   ๐Ÿ“musiliimota
โœ Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kani isin jajjabeessu isiinif ni kenna

==================
๐Ÿ“gaaffii isaanii
1=kani jajjabeessu kuni
#muhammadi jedhuu.โ“
=======*
๐Ÿ”ณ deebi keenya
๐Ÿ“Lakki muhammadi miti , inni Affuurraa Qulqulluudhaa malee.
โ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒ
โžฉ Fakkeenyaaf kuni sobaa ta'u isaa hubbachufi. Jalqabaa dura dubbii kana kani dubbate Kiristoos , Kiristoos immoo kani dubbate barattoota isaa 11 qofaatti , baratoonni Kiristoos immoo kani jiran iyarusalemi keessa yookiin
#Israa'el keessa
โžฉ muhammadi immoo kani jiratu biyya
#Arabaa keessa. Kanafuu eessaati walitti dhufuu ,laata โ“โ“
Biyyaa Israa'el jechuun biyya Arabaa jechudha laataa โ“๐Ÿ˜

๐Ÿ”ณ inni bira immoo barattooni Kiristoos bara34-100 jidduu barattoota jiracha turanii.
Muhammadi dhalate waggaa 40 tti barsisuu eeggale
Amanta musilima bara 610 tti ,
Isaa booda 700 irraa eeggale jedhee jedha seena Islaama
(ragaa kiyyaa .
#how_islama_started)) jedha Google irraa ilaala))

โžฉkanafuu baratoonni Kiristoos bara 34_100 erga jirtanii ,muhammadi bara 610 erga dhufee ,akkamitti wali argani muhammadi isaan jajjabdessu dandae laata....โ“
๐Ÿ‘‰yookaan gaaffii keenya sila Kiristoos barattoota isaatiin jedhee, barattoota Kiristoos keessa tokko immoo Pheexiroos ,kanafuu Pheexiroos fi muhammadi wali argamanii jiru jennee gaafanaโ“๐Ÿ˜
Deebi gonkumaa hin jiru Kanaaf kuni soba.
โ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒ
๐Ÿ”ณ garuu Kiristoos kani jedhee afuurra Qulqulluudhaa malee muhammadi mitii โŒ
โ“ตโœYohaannis 14:16-17
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kan isin jajjabeessu  isiniif ni kenna innis 
#Affuurra_dhugaa sia tau, #addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandau. Taus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf #isin isa ni beektu.
๐Ÿ‘‰ kanafuu Yohaannis 14:16* irraa kani jiruu Yohaannis 14:17 irratti qaamni kuni eenyu akka taโ€™e ifa godhee jira.
โ–ฒinni bira immoo Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jedhe ture , Sababa maalif kadhata Abbaan hin beekuu mooโ“Raajii iyyuel dubbate hin turee kana duraa ,Eeyyee dubbate jira.
โ“ถโœIyyuel.2:28
Waaqayyo ammas, โ€œBara booddeetti
#ani_hafuura koo #nama hundumaa irratti nan dhangalaasa #ilmaan keessanii fi #intaloonni keessan #raajii in dubbatu, maanguddoonni keessan abjuu in abju'atu, dargaggoonni keessanis mul'ata in argu
โžฉkanafuu Kiristoos Abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa dubbii rajji kana akka rawwatamu ,
Nan godha jechuu Isaati maalee
๐Ÿ‘‰akkuma Kiristoos yaa, abbaa hojji ati lafa irratti nati kinneete xumure jira jedhu, dubbi raji kana immoo isaa tokko turee Innis yaa, rawwatamuu jechu Isaatii.
โ“ทโœYohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
โ“ธโœLuqaas 24:49
#Ani wanta #Abbaan koo
#abdachiise isiniif #nan_erga Isin garuu hanga #humna gubbaadhaa dhufu uffattanitti magaalattii keessa turaa.โ€
๐Ÿ‘‰kanafuu nan kadhadhaa jechuun isaa nan erga jechudha maalif yoo,jeetani kani humna kani jedhamee afuuraa Qulqulluu dha, kanafuu. Magaalaa kana keessa tura jedhee ture, afuurri Qulqulluu immoo guyyaa 50ffaa irratti buefi

๐Ÿ…ฐInni bira immoo Kiristoos fakkeenya nuufi ta'uf ,Abba nan kadhadha akka Afuura isiniif kennuuf jedhee., malee Kiristoos ofuma isaa
Affuurra Qulqulluu kennuuf Aangoo qaba.
โ“นโœYohaannis 20:22
Erga kana jedhee booda
#Affuura isaanitti baafatee akkana isaaniin jedhe: #Affuura_qulqulluu fudhadhaa
๐Ÿ…พ Walumaagalatti waee muhammadi gonkumaa akka hin jire akkasumas, Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa hojii Abba koo,nan rawwadha jedhu isaatti ,yookiin akkuma Abbaan Affuura Qulqulluu erguu anis nan erga jechuu isaa akka taโ€™e ni hubbanna, akkuma Kiristoos jedhe ยซ akkuma Abbaan hanga amma hojjatu ,ilmi illee haluma kani hanga amma ni hojjata jedha.ยป
โ“บโœYohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira;#anis nan hojjedhaโ€ jedhee isaaniif deebise.
๐Ÿ…ฑKutaa -56- ffaa dubbisaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/546
======//========