๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒป akka fedha kee siif Haataโ€™u
๐Ÿ‘‰ แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹ˆแ‹ฐแ‹ตแˆฝ แ‹ญแˆแŠ•แˆแˆฝ
=Mat 15:28
=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 15:28
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

kadhannaa maali โ“

๐Ÿ‘‰ kadhannaa nama dhukkubu kadhate beektaa โ“
๐Ÿ‘‰yoo kadhate immoo kadhannaa kee,nama sanaa sii,fayyisee jira
๐Ÿ‘‰ sababa laphee kee,guutuu hin tanef Waaqayyo yoo,sii,jala caalise maali goota โ“
๐Ÿ‘‰ yoo Waaqayyo sii,jala caalisee wanta lamaa godhi
๐Ÿ‘‰ namni biraa akka siif kadhatuu godhii
๐Ÿ‘‰ ati, irraa deebi kadhuu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kadhaana dubartii kanaa irraa maali barataaโ€ผ๏ธ

โœ Guyyaa tokko Gooftaan keenya Iyyaasuus Kiristoos gara biyyaa Xiiroosii fi Siidoon dhaqee, yeroo inni achi gahu dubartii kananawitti( แŠจแŠแŠ“แ‹Šแ‰ต แˆดแ‰ต แŠจแ‹šแ‹ซ แŠ แŒˆแˆญ แ‹ˆแŒฅแ‰ณ) dhufte,rakkoo ishee Kiristoositti himmuf jalqabaa dura akkana jettee

A โž› Yaa Gooftaa
B โž› yaa Ilma Daawit
C โž› garaa naa laafi
D โž› intalli koo jinniidhaan qabamtee akka malee dhiphachaa jirtiโ€ jettee iyyite

โžŠ Gooftaan keenya Kiristoos garuu deebii tokko illee ishiidhaaf hin kennine
(osoo sii,taโ€™e maali goota Gooftaan kee,deebii yoo,siif deebisuu didee โ“)

โž‹ Haataโ€™u malee barattoonni (duuka bu'oota) isaa dhufanii, โ€œDubartiin kun nu duukaa buutee iyyaa waan jirtuuf, ishii geggeessi jedhaniin

โžŒ Gooftaan keenya akkanaa jedhe deebiseef โ€œAni kanan ergame hoolota mana Israaelii badaniif malee eenyuuf iyyuu mitiโ€ jedhe

โž Dubartiin sun garuu gara isaa dhuftee miilla isaatti kuftee,
โž›โ€œYaa Gooftaa, na gargaariโ€ jetteen.

โžŽ innis deebisee, โ€œbuddeena(daaboo) ijoollee fuudhanii buchulloota ( buchulloota jechuun ilmo saree jechuudha) jala buusuun sirrii mitiโ€ jedheen

โž ishiinis, โ€œEeyyee
Gooftaa ko, garuu buchulloonni isa maaddii (maadii jechuun cinaa) gooftaa isaanii irraa harcae ni nyaatuโ€ jetteen.

โž Yeroo kanatti Gooftaan keenya โ€œDubartii nana amantiin kee guddaa dha akkuma fedha kee
siif haa tauโ€ jedhee deebiseef. intalli ishiis sa'aatii sanaa jalqabee ni fayyite
(mat 15:21-28)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
แŠ แŠ•แ‰ฐ แŒแŠ• แˆตแ‰ตแŒธแˆแ‹ญ,แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแˆแแŠแˆ… แŒแ‰ฃ แˆ˜แ‹แŒŠแ‹ซแˆ…แŠ•แˆ แ‹˜แŒแ‰ฐแˆ… แ‰ แˆตแ‹แˆญ แˆ‹แˆˆแ‹ แŠ แ‰ฃแ‰ตแˆ… แŒธแˆแ‹ญ, แ‰ แˆตแ‹แˆญ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ญ แŠ แ‰ฃแ‰ตแˆ…แˆ แ‰ แŒแˆแŒฅ แ‹ญแŠจแแˆแˆƒแˆ
(แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 6:6)
โœโ€œYommuu kadhattanis, akka
fakkeessitootaa hin tainaa; isaan warri kaan akka isaan arganiif mana sagadaa fi qarqara karaa guguddaa
irra dhaabatanii kadhachuu jaallatu
๐Ÿ‘‰Dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii guutummaatti argataniiru.

๐Ÿ‘‰ Ati garuu yeroo kadhattu gara kutaa kee seeni
#balbala_kees_cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. Abbaan kee inni
dhoksaatti ilaalus deebisee siif kenna
๐Ÿ‘‰ Yommuu kadhattan akka namoota saba Waaqayyoo hin taaneetti waanuma walii fakkaatu irra deddeebitanii hin dubbatinaa; isaan jechoota baayee irra deddeebianii dubbachuudhaan kadhannaan isaanii kan isaaniif dhagaamu itti fakkaata
๐Ÿ‘‰Kanaaf isin akka isaanii hin
tainaa
#Abbaan_keessan utuu isa hin
gaafatin iyyuu wanta isin barbaachisu beeka (Mat 6:5-8)
๐Ÿ‘‰แˆณแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ต แŠ แ‰ฃแ‰ณแ‰ฝแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแˆแˆแŒ‹แ‰ฝแˆแŠ• แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆแŠ“(แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 6:8)
---------------------------------------
๐ŸŒผGalani Waaqayyoof Haataโ€™u Ameen-
โ€ผ๏ธAkkuma #Abbaan
keessan gara laafessa
tae, isinis gara
laafeyyii ta'aa.
= แŠ แ‰ฃแ‰ณแ‰ฝแˆ แˆญแŠ…แˆฉแŠ… แŠฅแŠ•แ‹ฐ
แˆ†แŠ แˆญแŠ…แˆฉแŠ†แ‰ฝ แˆแŠ‘
โž›Luqaas 6:36
โž›แˆ‰แ‰ƒแˆต 6 :36
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ Namni Tokko akkamitti
Garaa laafesaa jedhama โ“
=Qabxiwwaan muraasa nama garaa laafessa isaa godhuu
Fakkeenyaaf namnii tokko garaa laafessa yeroo jennuu

1= Diinota jaallachuu
qaba

2=warra jibbaniif
gaarii gochuu qaba
yeroo hundumaa

3= warra isaa abaaran
eebbisuu qaba

4=warra arrabsaniif
kadhachuu qaba
yeroo hundumaa

5= Nama maddii isa
tokko kabaluuf
maddii isa kan biraas
itti qabu ta'u qaba

6= nama uffata isa
irratti uffattu fudhatuuf
uffata isa jalatti uffattu
kennuuf ta'u qaba

7=Nama kadhatu
hundumaaf kani
kenuu ta'u qaba

8=namni qabeenya
isaa jalaa fudhatus
akka sii deebisu hin
gaafanne ta'u qaba

9=wanta namoonni
akka isaaf godhu
barbaaddu innis
akkanuma isaaniif
godhuu ta'u qaba

10= warra isaa jaallatan
qofa kan hin jaallane
Ta'u qaba

11= cubbumota illee
wali qixaa kan
jalatu ta'u qaba

12=Warra wanta gaarii
isaaf godhaniif qofa
oso hin tane namaa
wanta gaarii hin goone
illee jallachuu qaba

13=nama naa,deebisa
jedhe osoo hin tanee
liqeessuu ta'u qaba

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
sababaa Kanaaf
Akkuma
Abbaan keessan
Garaa laafessa taโ€™e, isins
Garaa laafessa ta'a jedhee

โ™จ๏ธAkkuma kunoo
Kitaabni Leewwii jedhuu
Sana
๐Ÿ‘‰ Ani Waaqayyo gooftaan
keessan Qulqulluu
akkuman ta'e isinis
immoo qulqulloota
ta'aa
(Seera-Lewwootaa 19:2)

โ—ˆPheexiroos Qulqulluun
jedhee turee
๐Ÿ‘‰akkuma Isa
Qulqulluu isin
waame sanaa
isinis amala
keessan #hundumaan
qulqulloota ta'aa

๐Ÿ‘‰sababiin isaas
Ani Qulqulluu
waanan taeef isinis
#Qulqulloota tauu
qabduโ€ jedhamee barreeffameera
(โž›1 Phex 1:15-16)

โœ Nama Qulqulluu ta'uf
Qabxiwwan gara olii
Kaaraa sitti argisiisan
Gaaraa laafessa yoo,
Taate malee, Akkamiti
Qulqulluu taโ€™un
dandama
=Luqaas 6:27_35
====//=====//===

๐ŸŒนGalani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen

โœ link kan xuqa๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒน๐Ÿ‘kutaa_34ffยชยช.๐ŸŒบ๐ŸŒน
โŒ=Gaafi fi Deebi
โ˜‚ Muslimootaโ˜‚
โšœโšœโšœโšœโšœโšœโšœ
1=โœYohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani
#hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=โœ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: โ€œilaa,
#Hoolicha Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa kanaa balleessu(haquu)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžGaaffii isaanii
#Kiristoos_hoolaa jedhamee jira.โ“
โž›
#isiinis hoolotaa jedhee jira .โ“
โ“ต๐Ÿ‘‰=kanafuu
#hoolaan hoolota akkamitti eeguu danda'a jedhuu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya๐Ÿ‘‡
โž›lakki kuni
#dogoggora keessan, #jechi hoolaa fi hoolota jechuu #fakkeenya
malee, "wanta biraa
mitii โŒยป
โ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ข
Ragaa kitaaba

1โƒฃ=Yohaannis 10:6
Iyyaasus(Kiristoos)
โ€œ
#fakkeenya โ€ kana isaanitti dubbatus, isaan garuu wanta inni isaanitti dubbachaa ture hin hubanne.
๐Ÿ’’ gara olitti wa'ee hoolota fakkeenyani itti dubbate ofuma isan jechuudha
(Yoh 10:1-5) dubbisaa.

*โƒฃ walii_galatti waee hoola fi hoolota yoo,jedhamuu fakkeenya.dha.
*
โนakkuma
#Waaqayyo ofii isa hoola ofi fakkeessee #namoota immoo hoolota fakkeessu, โ€akkuma ani #Qulqulluu taโ€™e isin immoo Qulqulloota ta'a jedhaยป

2โƒฃ = 1.Pheexiroos 1:16
#Ani_qulqulluu
waanan taeef, isinis
#qulqulloota tauu qabduโ€ jedhamee barreeffameera
(Seera.lewwota 19:2) dubbisi.

๐Ÿ“yaada biraa Akkuma Ani
garaa lafeessa taโ€™e isin immoo gara lafeeyyi ta'a jedha.

3โƒฃ=Luqaas 6:36
Akkuma
#Abbaan keessan gara #laafessa tae, isinis gara #laafeyyii taaa.

4โƒฃ=matewoos 5:48
#akkuma Abbaa keessan
isa samii
#mudaa hin qabne sanaa, isinis mudaa kan #hin qabne taaa.

โžงWaaqayyo namaa bifaa isaan wani uummeef Amaloota kani nammi ni wamama (ser.Um 1:16-28)

๐Ÿ”ป Haaluma kana. inni foonii keenya wani uffateefi โ€ Waaqayyo ergaa foonii keenya uffatee nuu yookiin ,(nama fakkatee) dhufee sababa kanafi Yohaannis cuphaan hoola jedhe wamame (Yoh 1:29).
๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””
๐Ÿ”‰*Seera Durii keessatti Waaqayyo
#hoolotaa jedhee #nama wamame jira "hoolotaa koo jedhee kuni immoo kani ibsu, ๐ŸŽฏKiristoos hoolota koo, jechuun isaa Waaqayyo ta'u isaa ibsufi.

6โƒฃ=Raajii_Hisqi'el 34:11
#Waaqayyo Gooftaa hunda oli akkana jedha: โ€œKunoo, ani jira anumti #hoolota koo nan barbaada, nan kunuunsas.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž› jechi hoolota koo
jedhu
#Uumu ibsaa.(Sababiin isaa akkuma hoolota koo, jedhuu "namoota koo, jedhuu ta'a)

โžง yero kami iyyuu yoo, taโ€™e Waaqayyo malee
#hoomtuu hoolota jedhee kana nama โ€โ€œ wamamu gonkumaa hin jiruu ยป Haaluma kana Kiristoos hoolota koo.jedhe jira Waaqummaa isaa ibsee jira.

โ“ต= Yohaannis 10:16
#Ani_hoolota kan biraa golakana keessaa hin taane qaba; isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee
koo ni dhagau, tuuta
#tokkos ni tau;tikseen isaaniis #tokko taa.
(แŠจแ‹šแˆ…แˆ แ‰ แˆจแ‰ต แ‹ซแˆแˆ†แŠ‘ แˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‰ แŒŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠแค แŠฅแŠแˆญแˆฑแŠ• แ‹ฐแŒแˆž แˆ‹แˆ˜แŒฃ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแŠ›แˆ แ‹ตแˆแ„แŠ•แˆ แ‹ญแˆฐแˆ›แˆ‰แฅ แŠ แŠ•แ‹ตแˆ แˆ˜แŠ•แŒ‹ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ‰ แŠฅแˆจแŠ›แ‹แˆ แŠ แŠ•แ‹ต (แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 10:16)

๐Ÿ’’ link kan xuqaa hordofuu dandeessu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
~โ‹•โ‹•โ‹•~~~~โœ