π
° Guyyaa 3 fi halkanii 3 Kiristoos lafaa keessa hin bulee jedhuu Muslimoonni β
ββ»Maatewos 12:40
Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddaa keessa #guyyaa_sadii fi halkan sadii ture, #Ilmi_namaas garaa lafaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ni tura.
β·β»Maarqoos 15:33
SaΚΌaatii jaΚΌaa jalqabee hanga saΚΌaatii sagaliitti guutummaan lafaa ni dukkanaaΚΌe.
βΈβ»Luqaas 23:54
Guyyaan sun Guyyaa qophii ture,Sanbannis #seenuu_gaΚΌeera
βguyya πππ’πππ©π π‘ππππ©π yeroo tokkotti halkan 1,fi guyyaa 2 kessumiste, β kunis jimataa ganama sa'aatii 12 hanga ja'a guyyaa turee (1), sa'atii ja'a hanga sagalii halkan ture(1),sa'ati sagali hanga 12 guyyaa turee(1)β
β Jimaata galgalaa irraa halkan 1 qabana, guyyaa π¦ππππ’ππ guyyaa 1 qaban, qidame galgala irraa jalqabee halkanii 1 qaban.
Halkan=1+1+1=3
guyyaa=2+1=3
πΊ laftii guyyaa 3 fi halkanii ergaa lakkoofsite, Kiristoos immoo ishuma keesa bulee sababa kanafi halkanii 3 fi guyyaa sadi jedhe. Kiristoos
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha