🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
➑️🌺kutaa _ 52 ffΒͺΒͺ 🌸🌸
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
➑️ Gaaffii fi Deebii
🚯musiliimota 🚯
✍ Yohaannis 12:49
wanta ani jedhuu fi wanta ani dubbadhu
#Abbaa isa ana erge sanatu na ajaje malee ani #ofii kootiin kakaee hin dubbanne.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
⚫️ Gaafii isaanii
β“΅=wanta dubbatuu hunda kani Abbaatti malee kani Kiristoos mitii jedhuu....❓
====================
πŸ”³ Deebi keenya.
✍lakki dubbii kani qaamaa lamanuu iyyuu itti kan jedhuu ta'a.
✍jalqabaa irratti dubbii Kiristoos ta'u ragaa keenya kitaaba Qulqulluu dha.
β“΅πŸ‘‰Yohaannis 8:31
Achiis Iyyaasus(Kiristoos )Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: β€œIsin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti;
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 8:43
Wanta ani dubbachaa jiru maaliif
hin hubattan? #Dubbii_koo fudhachuu waan
hin dandeenyeefi.
β“·πŸ‘‰Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu
hundi matumaa
hin duu.”
β“ΈπŸ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: β€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?
#Ati_dubbii jireenya bara baraa qabda
β“ΉπŸ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#hafuura; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti
dubbadhe hafuura, akkasumas jireenya.

🌺Gara mataa duree keenya yeroo deebinuu immoo Dubbiin kuni kani Abbaatii malee kiyyaa mitii kani jedhee Kiristoos ,yihudoonni barumsa isaa fi dubbii isaa fudhachuu wani didaniif ,akkasumas Kiristoos ni tuftani ,sababaa Kanaaf dubbii Abbaa jedhee ,yihudoonni immoo Abbaa akka waaqati wani ilaalaniif ,ni Amanuu jedhee itti dubbate.

✍Raaga kitaaba Qulqulluu
β“΅βœYohaannis 12:48
Nama ana
#tuffatuu fi
#dubbii_koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa
β“ΆβœYohaannis 5:31_32.
β€œAni qofti waaee
#ofii_koo yoon
dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa
hin tau. Haatau malee,waaee koo kan dhugaa bau kan biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau sun dhugaa akka tae beeka.
β“·βœYohaannis 5:40_44
Taus, isin jireenya argachuuf
gara koo
#dhufuu hin barbaaddan.Ani nama irraa #ulfina argachuu hin barbaadu; taus, akka isin jaalala Waaqayyoo of keessaa hin
qabne akka gaariitti nan beeka.
Ani maqaa Abbaa kootiin Nani
dhufe; isin garuu na
#hin_simanne.Namni kan biraan maqaa ofii isaatiin yoo dhufe garuu isa ni simattu Isin walii keessaniif ulfina kan kennitan, ulfina isa #Waaqa_tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaadne erga taatanii, akkamitti amanuu dandeessu ree?
β“ΈβœYohaannis 6:29_30
Iyyaassus(Kiristoos) β€œHojiin Waaqayyoo, isin isa inni ergetti akka amantaniifi dha” jedhee isaaniif deebise. Yeroo kanatti isaan akkana jedhaniin: β€œAkka nuti arginee si amannuuf,
#mallattoo maalii argisiifta? Hojii akkamii hojjetta?
β“ΉβœYohaannis 8:18-19
#Ani waaee ofii #koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa. Isaanis, β€œAbbaan kee eessa jira?” jedhaniin Iyyaasuus(Kiristoos), β€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
kutaawwan darban dubbisa
A.))βž› Kutaa _ 12 ffaa
B.))βž› Kutaa _ 15ffaa
C.))βž› kutaa _ 17 ffaa
D.))βž› Kutaa _ 25 ffaa
E.))βž› kutaa _ 26ffaa
F.))βž› kutaa _ 28ffaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺
Link waldaa kana kuno namni fedhii qabduu seenu danda’a❓
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️