🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹kutaa_³⁢ ffΒͺΒͺ🌷dubbisa
πŸ…±Gaafi fi Deebi.
⏩MusiliimotaπŸ”Ό
✍Yohaannis 10:28πŸ‘‡
Ani
#jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman(hoomtu hin badu) eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu(fudhatu)
πŸ”‰ "Kiristoos jireenya akkamii kenuu danda'u jedhuu...❓isaa booda immoo ofuma isaanii jireenya inni jedhee kan turee jedhuu.⚠️
πŸ…± Yohaannis 17:2-3
akkuma ati namoota hunda irratti Aangoo
isaaf kennite, innis warra ati isaaf kennite hundaaf
#jireenya_bara baraa akka kennuufi. Jireenya bara
baraa
#argachuu akka dandaaniif, si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.
➝kanafuu akka yaada isaanitti jireenya jechuun kan turee jedhu.❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“šDeebii keenyaπŸ“Œ
Akka deebii isanitti Abbaa fi Kiristoos beeku qofatu jireenya bara baraa fida
➑️ gaaffii keenya kana irratti akkamitti Kiristoos fi Abba beekuu qofa hiikaa isaa maali dha kani jedhu ta'a ... πŸ›
➝iddoo kana irraatti Kiristoos
#dubbii dhokta dubbate maale hiika isaa ifa hin goonee * Sababiin Kiristoos kan duraa waee #hiika jireenya bara bara dubbachaa waani tureefi amma garuu xinnoo ishe dubbatee. kunis Jechi kuni iddoo kana irratti ifa mitii (Yoh 17:2-3)*akkamitti akka ta’e hooma hin ibsu.

πŸ•‰ yaadaa Bira immoo namni jireenya bara bara kana argatu Kitaabni haalagaragaraan ni ibsaa.

β“΅=seera egudhan
=Mat 19:16-17)
➁=wanta Addunyaa kana dhisani Kiristoos duuka budhan
=Mat 19:29)
β“·=Hojii gaarii hojjachuun
Mat 25:46
β“Έ=Affuuri Qulqulluun jireenya akka kenuu
=Roome 8:11)
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🀎 « amma gara deebii keenyatti koota➧ Kiristoos jireenya bara bara isiniif nan keenna kan jedhee,maalif sababi jalqabaa barsiisa turee ammas irraa deebi'ee itti himme. ✏️»

πŸ…Ύ Ragaa Kitaabaβ™ˆοΈ
❢=Yohaannis 1:3-4
Wanti hundi karaa isaa tae wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko
illee hin jiru. Wanti karaa isaa tae
#jireenya
ture; jireenyi immoo
#ifa namootaa ture.
❷=Yohaannis 3:14-15
Akkuma Museen lafa onaa keessatti
#bofa
fannise, Ilmi namaas fannifamuu qaba; kunis, isatti kan
#amanu
hundi
#jireenya bara baraa akka qabaatuuf
❸=Yohaannis 5:21
Akkuma Abbaan namoota duan kaasee
#jireenya isaaniif kennu, #Ilmis
nama barbaadeef jireenya ni kenna.
❹=Yohaannis 5:29
warri wanta
#gaarii hojjetan duaa kaiinsa jireenyaatiif warri wanta gadhee hojjetan immoo duaa kaiinsa murtiitiif awwaala keessaa ni bau.
➎=Yohaannis 5:39-40
β€œIsin Kitaabota Qulqulluudhaan
#jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif #kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waaeedhuma koo dhugaa bau. Taus, isin jireenya
#argachuuf gara koo dhufuu hin barbaaddan.
❻=Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin hojjetinaa; kanaa mannaa
#nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan
chaappaa isaa Ilma irratti godhee
mirkaneesseera.”
❼=Yohaannis 6:35
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: β€œ
#Ani nyaata jireenyaa ti. Namni
#gara koo dhufu hundi matumaa hin #beelau; namni anatti amanu hundis matumaa hin #dheebotu.

❽=Yohaannis 6:40
#fedhiin Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa
dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.”
❾=Yohaannis 6:53-54
Iyyaasus(Kiristoos)akkana
isaaniin jedhe: β€œ
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon Ilma namaa yoo nyaattanii fi dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin
#jireenya hin qabdan. Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo
dhugu hundi jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti
#duaa
isa nan kaasa;

❿=Yohaannis 7:38
Akkuma
#Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan amanu hundi: β€˜Lagni
#bishaan_jireenya kennuu isa keessaa ni yaaa.’

β“«=1Yohaannis 5:12-13
#Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu. Ani wantoota kana kanan isiniif
#barreessu, isin warri #maqaa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
link xuqa hordofa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
++++πŸ‘‡πŸ‘‡