🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…± dubisaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
➑️ Waaqayyo warra dubbiin isaa itti kennameen β€˜Waaqayyoota’ jedhe; waan macaafni jedhus hin diigamu*.
Yoos immoo ana, isa abbaan qulqulleessee gara biyya lafaatti erginaan, β€˜
#Ani_ilma_Waaqayyoo ti’ jedhe kanaan, attamitti β€˜Waaqayyoon arrabsita’ jettu ree*
➑️ kanafuu Kiristoos yeroo sana lakki ani Waaqayyo miti jedhe hin mormine.

Mat 26:63-65
Kiristoos garuu calluma jedhe. Angafni lubootaa immoo, β€œHadaraa Waaqayyoo isa jiraataa ati Masiihicha,
#ilma Waaqayyoo yoo taate nutti himi!” jedheen*.
Kiristoos immoo deebisee, β€œ
#Atumtuu jette kaa; garuu ilmi namaa ammaa jalqabee #mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan hima” jedheen*.
Yommus angafni lubootaa aaree
#uffata isaa tarsaasee, β€œInni Waaqayyoon #arrabseera, amma immoo dhuga-baatuu maalii nu barbaachisa ree? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu amma dhageessaniittu
πŸ₯₯ragaa dabalataa Yoh 5:17-18) dubbisi.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

❀️😜 yaada fi kaayyoo namni Waaqayyo wajjiin walii qixa mitii
(Raajii_isayaas 55:8_9)
#Waaqayyo, β€œ #Yaadni koo akka yaada #keessanii, #karaan koos akka karaa keessanii #miti*; akkuma waaqni lafa irraa ol fagaatu, akkasuma karaan koo karaa keessan irraa, yaadni koos yaada keessan irraa in fagaata. βž›Rom 11:33
 Badhaadhummaan araara Waaqayyoo hammam guddata!
#Ogummaan isaa fi beekumni isaa hammam gad fagaata!
Akka inni itti murtoo godhu,
#namni qoree bira hin ga'u!
#Karaa isaas namni faana dha'ee hin hubatu*!

πŸ…± yaadni Kiristoos fi Abbaa tokkoo kuni immoo Kiristoos Waaqayyo ta'u ibsaa..

Mat 11:27
#Abbaan koo waan hundumaa dabarsee anatti kenneera; abbaa #duwwaatu isa beeka malee, #ilma kan beeku tokko illee hin jiru, ilma isaatii fi warra ilmi isaa itti mul'isuu barbaadetu abbaa beeka malee, #abbaa kan beekus tokko illee #hin jiru” jedhe.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➑️ link kan xuqaa hordofaπŸ‘‡πŸ‘‡βš οΈ
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//========