🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
βž‘πŸ‘‰Yohaannis 12:48-49
Nama Ana
#tuffatuu fi dubbii koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa. Sababiin isaas, wanta Ani jedhuu fi wanta Ani dubbadhu #Abbaa isa Ana erge sanatu na #ajaje malee, ani ofii kootiin kakaΚΌee hin dubbanne.

E))➩Sababa shanaffaa(-5ffaa)
gadi ofii qabuu isaa, ibsuuf
βž’πŸ‘‰Yohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon
#ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin Waaqa keenya jettan sana dha.
πŸ‘‰yeroo inni dubbii kuni kani Abbaati jechuu ofi gadi qabe,
Abbaan immoo ilmaf ulfina keenna.
⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻
πŸ…Ύ π‘€π‘Žπ‘™π‘‘π‘Ž π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Ž β„Žπ‘œπ‘Ÿπ‘‘π‘œπ‘“π‘’π‘’ π‘¦π‘œπ‘œ,π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘π‘Žπ‘‘π‘’ π‘˜π‘Žπ‘›π‘Ž π‘₯π‘’π‘žπ‘–πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼