🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸ€kutaa-23ffΒͺΒͺπŸ“πŸ“
πŸ‘‰ Gaafi fi DeebiπŸ‘ˆ
❌Musiliimota❌

✍Yohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee
#sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
⏩Gaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...❓
⏯ namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...❓

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Deebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
πŸ“sa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.

=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira

⏩ ragaa kitaaba
Qulqulluu

β“΅=matewoos 26:45
gara
#barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: β€œ
#Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo,
#sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.

β“Ά=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa
#gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.

Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: β€œ
#Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;

β“·=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
β€œ
#Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.

β“Έ=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka
#beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.”
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œAmma amantanii?

#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=kutaa-19ffaa dubbisa

πŸ“
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301

⏩Yohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link channeel kan
Yoo, barbadaniπŸ‘‡
πŸ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====