๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.52K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
๐ŸŒนakka Pheexiroos
jedhutt๐Ÿ–•

#Gooftaadhaaf jedhaatii #Aangoo namoonni hundeessan hundaaf #bitamaa; inni #iddoo ol aanaa
waan qabuuf
#mootiidhaaf bitamaa;

โ›Ž
#bulchitoonnis warra #dogoggora hojjetan #adabuuf, warra gaarii hojjetan immoo #galateeffachuuf isa biraa
kan ergaman waan taaniif isaaniif bitamaa.

โ›Ž
#Fedhiin Waaqayyoo,
isin waan gaarii hojjechuudhaan namoota gowwaa wanta faayidaa hin qabne dudubbatan akka cal jechisiistani dha

โ›Ž Akka namoota bilisa taaniitti jiraadhaa; taus bilisummaa keessan dogoggora hojjettan
#dhoksuuf utuu hin tain, akka #garboota_Waaqayyootti itti fayyadamaa.

๐ŸŒป Namoota akaakuu hundumaa
#kabajaa, guutummaa waldaa obbolootaatiif jaalala qabaadhaa, Waaqayyoon sodaadhaa, #mootii_kabajaa.

๐ŸŒป
#Tajaajiltoonni gooftolii isaanii warra gaarii fi warra tole jedhaniif qofa utuu hin tain, warra gammachiisuun ulfaataa taeefis sodaa isaaniif malu kennuudhaan haa bitaman.

๐ŸŒป Sababiin isaas, namni Waaqayyo
#duratti qalbii #qulqulluu qabaachuuf
jecha rakkina isa irra gauu fi jalina isa irratti raawwatamu yoo dandae kun gaarii dha.

โ›Ž
#Cubbuu_hojjettanii yommuu #reebamtan yoo dandeessan kun galata maalii qabaโ“ Haa
tau malee, wanta gaarii hojjechuu
keessaniin kan kae rakkina isin irra gau yoo dandeessan kun Waaqayyoon kan
#gammachiisu dha.

๐ŸŒป Dhugaa dubbachuuf isin
#jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera.

โ›Ž inni cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne. (1Phe 2:13-21)
๐Ÿ‘‰mootii dha bitama jecha jira
Kana caala,anii hooma,itti hin dabaluu
๐Ÿ‘‰ yoo,Ati ajaja kan hin eegnee lololtun mootii yoo,sii,ajjeesee rakkoo mata keetii

๐ŸŒปakka
#Phaawuloos
jedhutti immoo ๐ŸŒป

โœ
#Garboota nana, akkuma #Kiristoosiif_ajajamtan garaa qulqulluudhaan sodaa fi romaan warra karaa
#foonii_gooftolii keessan taaniif ajajamaa

โœ namoota gammachiisuuf
jecha ija namaa ilaallachaa utuu hin tain, akka garboota Kiristoos garaa guutuudhaan fedhii Waaqayyoo raawwachaa jiraniitti isaaniif ajajamaa.

โœ Namootaaf utuu
hin tain akkuma waaqayoodhaaf hojjettaniitti ilaalcha gaariidhaan tajaajilaa;

โœsababiin isaas garbichis
tae namni bilisa tae, namni hundi wanta gaarii hojjete kamiif iyyuu, Waaqayyo biraa gatii isaa akka argatu beektu

๐ŸŒน Akkasumas
#gooftolii kan taatan, Gooftaan isaaniis tae
kan keessan
#samii keessa akka jiruu fi isa biras #looguun akka hin jirre waan beektaniif, #sossodaachisuudhaan utuu hin tain, isinis haaluma
kanaan isaan qabaa
(Efesoon 6:5-9)

โ›Žโ›Žโ›Žโ›Žโ›Žโ›Žโ›Žโ›Ž
#mooti ykn gooftolii foonii kan jedhaman namoota angoo lafaa kana irratti nama irratti qabaniidha
#isaaniif immoo Waaqayyo angoo akka isaan irratti qabu hubbadha jedha jira Phawuloos
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ—‰โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kanaafuu mootummaan biyyaa bulchuu gaarii taโ€™e dhisee, ati yeroo hundumaa hojjii gaarii hojjachuu, nama sii,ajajuu ajajamif

โ– namichii du'e yakka yoo, qabatee, ni gafatama
wanii lololtuun isaa ajjeesseef qofaa miti biraas qabachuu danda'a laphee namaa kan beekuu Waaqayyo qofaa wanii taโ€™ef, yoo, akka gaarii tti hojjii gaarii hojjatee du'e mootummaa Waaqayyo ni argata

Lololtun caalise nama yoo,ajjeesse yakka Kanaaf ni gafatama

โ›Ž " Gafin kee,bareedaa jabadhuu Waaqayyo sii,fana Haataโ€™u

โ–namnii yaada fi gaaffii qabdan ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Gutema123
โœNageenyi Waaqayyo
isiniif Haataโ€™u
#Baga_Geessaann๐Ÿคฒ

@Ayyaanna||Fannoo

โ—ˆ 2Qor 12:10๐Ÿ‘‡
Ani
#Kiristoosiif
jedhee
=1=dadhabinatti
=2=arrabsootti
=3=rakkinaatti/dhabati
=4=ariatamattii fi
=5=gidiraa/dhiphinati
guddaa nan
#gammada

๐ŸŒปSababiin isaas
ani yeroon
#dadhabu
yeroo sanatti
humna qaba
๐ŸŒพ แˆตแˆˆ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต
=โž›แ‰ แ‹ตแŠซแˆ
=โž›แ‰ แˆ˜แŠ•แŒˆแˆ‹แ‰ณแ‰ตแˆ
=โž›แ‰ แ‰ฝแŒแˆญแˆ
=โž›แ‰ แˆตแ‹ฐแ‰ตแˆ
=โž›แ‰ แŒญแŠ•แ‰€แ‰ตแˆ แ‹ฐแˆต แ‹ญแˆˆแŠ›แˆ
#แˆตแ‹ฐแŠญแˆ แ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ #แŠƒแ‹ญแˆˆแŠ› แŠแŠแŠ“
โžน=2 แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 12 :10

โžขkanafuu akkamitti
AkkaJirachuu qabnuu
Ni hubbaanna

โœ Filp 2:13-15๐Ÿ‘‡
Waaqayyo wanta isa gammachiisuu wajjin
haala wal simuun
#fedha akka qabaattanii fi #hojiidhaaf akka kakaataniif humna isiniif kenna

Waani
#hundumaa
gungummii fi falmii
malee hojjedhaa

kunis
#dhaloota jalaa fi #micciiramaa kana
keessatti ijoollee
Waaqayyoo warra
mudaa hin qabnee fi Qulqulloota akka taataniifi

isaan gidduuttis
#addunyaa keessatti
akka
#ibsitoota ifaa
ni ibsitu

โ€ผโž›gorsi Phaawuloos
Kuni immoo lafee Nama
Jajjabeeessa........

โœFilp 3:7_8๐Ÿ‘‡
#wantoota anaaf buaa
qaban
#Kiristoosiif jedhee
akka kasaaraatti lakkaaeera

Kana malees, waaee
#beekumsa Kiristoos
Iyyaasuus Gooftaa koo isa hunda caalaa
#gatii guddaa qabuuf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaa

Ani isaaf jedhee
wantoota hundumaa
dhabeera wantoota
ani dhabe kanas
akka kosiitti nan
ilaala; kana kanan
godhus Kiristoosiin
argachuuf jedheeni

โž›jireenya kan argachuuf
Waaqayyo laphee Qulqulluu
Nuuf haa,keennuu

โž›Namoonni tokko
Tokko jireenya kan
Dhisani gara wantaa
Jalqaba dhisani turanitti
Deebi'ani jireenya lubbuu
Dhabanii jiru.......

โœYoh 6:66-69๐Ÿ‘‡
#barattoota isaa keessaa baayeen isaanii wantoota
#dhiisanii turanitti deebian

๐Ÿ‘‰sana boodas isa
duukaa hin buune

Kanaaf
#Iyyaasuus warra
Kudha Lamaaniin(12)
isinis deemuu
barbaadduuโ“ jedhe

Simoon Pheexirosis
akkana jedhee isaaf
deebise Yaa Gooftaa
gara
#eenyuu dhaqnaโ“
Ati dubbii jireenya bara
baraa qabda

Nuti ati Ilma Waaqayyoo
Isa Qulqulluu akka taate
#amanneerra beekneerras

๐ŸŒปqorumsa namoota
Baayee duubati
Deebise kuni akka
Nuu,irra hin geenye
Yeroo hunduma
Dubbi jireenyatti
Cimuu nu barbaachisaa

โ—ˆKanaafuu jabadha
Waaqayyo isin fanna
Haataโ€™u

โœ 1 Qor 16:13-14๐Ÿ‘‡
Dammaqaa jiraadhaa,
#amantiitti cimaa
dhaabadhaa
Wanta hojjettan hunda
#jaalalaan hojjedhaa

๐ŸŒนHordoftoota channeel
Goonfoo Qulqulloota
=yaada bagaa geesse
Ibsachuu yoo,barbadan

=link lamaan kan
Fayyadama

โžน1 =
@Gutema123
โžน2 =
@leave_a_Comment

Kan jedhu bareeffama
Kan jalatti ni argatu isa
irratti Ni dandeessu

โž›Ayyaanna_gaarii
Isinif || Haataโ€™u
===||=====||====