π·kuta-1-ffaa π
Gaafi fi deebi Musiliimota
β§ Wangeela Maarqoosi irraa
βMaarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
β»gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.πβ
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu β
β¬β¬β¬β¬
β§ Deebii keenyaπ
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #Ξ΅α½Ξ±Ξ³Ξ³Ξ΅Ξ»Ξ―ΞΏΟ ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.
β amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.β§waa'ee Kiristoos
2.β§waee Namoota
3.β§waa'ee Ergamoota
4.β§waa'ee wanta samii fi lafa irratti ni dubbata.
βerga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha reeβwangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi β
π ° deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taΚΌe; waan taΚΌe hunda keessaas wanni isa malee taΚΌe tokko iyyuu hin jiru.
β» musiliimonni lakkii yoo jedhan Qurβaanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qurβaanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.βπ
β§ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaaβοΈ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaaβοΈ
π ± Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo " muhammad immoo Qurβaanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam duβe eessa fidee dhiyeenya kana bareesee βπ
βMuslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu β
Muhammad Qurβaanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse reeβπ
πWalumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€ akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.
Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
β.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii
β€οΈMaarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)
β.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taΚΌuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna
β.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
β»Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
β¬β¬β¬β¬β¬
π·soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qurβaanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laataβ
β.Suura.2:127
Ψ¨ΩΨ³ΩΩ Ω Ψ§ΩΩΩΩ°ΩΩ Ψ§ΩΨ±ΩΩΨΩΩ Ω°ΩΩ Ψ§ΩΨ±ΩΩΨΩΩΩΩ Ω
ΩΩΨ§ΩΨ°Ϋ‘ ΩΩΨ±Ϋ‘ΩΩΨΉΩ Ψ§ΩΨ¨Ϋ‘Ψ±Ω°ΩΩΩ Ω Ψ§ΩΫ‘ΩΩΩΩΨ§ΨΉΩΨ―Ω Ω ΩΩΩ Ψ§ΩΫ‘Ψ¨ΩΩΫ‘ΨͺΩ ΩΩΨ§ΩΨ³Ϋ‘Ω Ω°ΨΉΩΩΫ‘ΩΩΨ Ψ±ΩΨ¨ΩΩΩΩΨ§ ΨͺΩΩΩΨ¨ΩΩΩΫ‘ Ω ΩΩΩΩΨ§ βΨ Ψ§ΩΩΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΫ‘ΨͺΩ Ψ§ΩΨ³ΩΩΩ ΩΩΫ‘ΨΉΩ Ψ§ΩΫ‘ΨΉΩΩΩΩΫ‘Ω Ω
#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.
β§Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee Β« gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka Β» jedhee
πakka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qurβaanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudhaπ
Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha taβe reeπ
βAllaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira π yaa Muslimaa amma maali siif waaya reeβββββ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€οΈ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+ππππ π‘ππππππππ πππ‘π π
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)