🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ‡ Bagaa GeesaanπŸ‡
Ayyaana kuni Kiristoos #ilma Abbaa ta'u,fi #Aangoo isaa guyyaa itti ibseedha.
➊. #gaaffii tokko warra #pheenxee fi #Muslimootafi
Β« maalif yero #Pheexiroos Ati Kiristoos ilma Waaqayyo jirati jedhanii sana Kiristoos immoo Pheexiroos #qofan akkasi jedhe.. kana kani siif ibsee #Abbaa koo isaa samiitti malee #foonii fi #dhiiga miti jedhanii..❓
=yookiin immoo namoonni ati Kiristoos yeroo jedhanii , ykn Iyyaasuus yeroo jedhanii , ykn Gooftaa yeroo jedhanii ykn Waaqa koo yeroo jedhani sana  Β»  Kiristoos akka Pheexiroosin jedhee sana hin jennee.❓❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ—³Ayyaana gaarii isiniif Haata’u

πŸ—³gara Telegraama kotaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha