Forwarded from Gutema Gelana
βΌοΈπΌβΌοΈ 9π2Qor 4:10-11
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
jireenya #Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
πkuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira
10π Ibr 2:14-17
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β¨οΈKanaaf, β #ijoolleenβ sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;
β¨οΈakkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan #bilisa baasuufi
β¨οΈSababiin isaas inni #sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
β¨οΈ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti #luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin β #obbolootaβ isaa fakkaachuu qaba ture..
β¨οΈ Inni mataan isaa yeroo #qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa
πΌ 1β§sababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame #Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
πΌ sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka taβe ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
β¨οΈKiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
β§lubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee
πΌ lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa #lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu #Kiristoos Waaqayyo jechudha
β¨οΈ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu #Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos
πKiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka taβe, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha
πͺπ #gama hundumaatiin β #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture
ππ#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadhaππππ
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1β§obboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2β§obboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu
πΉakkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo
1πakka namatii nyaachuudhaan
2πakka namatii kadhachuudhaan
3π akka namatii dadhabuudhan
4πakka namatti soomuudhan
5πakka namati rafuudhan
6πakka namatti calisuudhan
7πakka namatti gadi ofii qabudhan
8πakka namatti adeemudhan
9πakka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10π akka namatti ergama taβe
11πakka namatii raaji taβe
12π Haataβu malee akka namoota jiratee garuu inni akka #nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne
11π1Phex 2:21-25
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βDhugaa dubbachuuf isin #jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
π inni #cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
πΉNuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya #qaama isaatiin #fannoo irratti baate. βIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.β Sababiin isaas isin
akka #hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
π......ππ jalate dhiistee
π......ππ murti Kiristoos
jala hin baatu