‴οΈπkutaa -67-ffΒͺΒͺ ‡οΈπ
πgaaffii fi deebi
πMuslimoota
β‘οΈ Yohaannis 14:28
Ani nan #deema, deebiees
gara keessan nan dhufaβ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee, #Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
π ° gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala β
Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ±β© deebii keenyaπ
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii nama uffate,nama taβe Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
π Ύ #gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee βmoo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee β
π iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani β.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β‘οΈ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
β΅πYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
βΆπMaarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.β (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
β€΄οΈ kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii nama uffatee.
β·πRoome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa #karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
βΈπIbroota 2:14
#ijoolleenβ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π₯Kiristoos foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
βΉπFiliphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; #inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe; #bifa garbummaa #fudhatees_nama tae. Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
πΉKiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii nama uffatee erga jedhee.
πΉ#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
πerga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
π °(1)πAlfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
π₯Mulβata 1:8
Ani #Alfaa fi #Omeegaa dhaβ jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.β
π₯Mulβata 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mulβata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
π ±(2)πbara baran jiraachuudhaan
π₯Farfannaa 102:27
Ati garuu #isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
π₯Ibroota 13:8
Iyyasus #Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
π(3)πAbbaa fi Kiristoos tokko
π₯Yohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokkoβ isaaniin jedhe
π(4)πAddunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
π₯Yohaannis 17:5
yaa #Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
πKiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
π³ link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqaπ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
ππππππππ

Audio
πΉFalmii phenxee fi Orthodoksi
βΆβOrthodoksi Β«GutemaΒ»
ββphenxee Β«Pasteri Tadala
Mata Dure falmii
Luqas 11:27-28
Yohannis 1:4
β¬β¬β¬
Namota Qulqullota sagadu Kitabni ni ibsa.
βΆβSeera.Uumama 37:9
Ergasiis abjuu biraa abjootee obboloota isaatti hime Akkanas jedheen Kunoo, ani abjuu biraa abjoodheera; aduu fi jiΚΌi urjiiwwan kudha tokkos #gad jedhanii naa #sagadu
ββ1sena bara 29:20
Sana boddees Dawit yaaΚΌii guutuudhaan Waaqayyo Waqa keessan galatefadhaa jedhe.Kanaafuu hundi isanii Waqayyo Waqa abbotii isanii ni galateffatan fuula Waqayootii fi fuula moticha duratti addan #gombifamanii ni #sagadan
β¬β¬
Rome 13:7
Waan nama hundaf kennuun isin irra jiru kenna yoo qaraxa taΚΌe qaraxa yoo gibira taΚΌe immoo gibira basaa yoo sodachuu taΚΌe sodadha yoo ulfina kennuu taΚΌes, #ulfina kennaa
Gafii pasterii fidu dide.
1=Kiristos #obbolleetti qaba moo hin qabuβ
2=lakkofsi #1335 Kiristoos wajjin hariroo akkami qabaβ
3=jechi #Kiristos jedhuu kaku mofa keesa jira mooβhin jiruβ
πππ§π π©ππ‘πππ§ππ’π π π€π©ππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

πΉBaga-Gessaanπ
1Phexros 1:10-12
#Raajonni waaΚΌee ayyaana isinii kennamuuf jiru sanaa dubbatan sun itti jabaatanii waaΚΌee #fayyina kanaa #qorachaa, #iyyaafachaas turan; isaanis yommuu #Hafuurri Kiristoos inni isaan keessa ture sun waaΚΌee dhiphina #Kiristoosiitii fi waaΚΌee ulfina itti aanu sanaa duraan dursee dubbatetti #yoomii fi #haala akkamii keessa akka taΚΌu #beekuuf #yaalaa turan.
#Namoonni Hafuura Qulqulluu isa #samiidhaa ergameen #wangeela isinitti lallaban sun waan amma isinitti himan keessatti utuu ofii isaanii hin taΚΌin isin akka #tajaajilan ifa ni taΚΌeef; waan kana #ergamoonni iyyuu #gad-fageenyaan arguu #hawwu.
β§Ayyaana Gaarii isiniif Haataβu

βBaga Geessan :
βΆβ»Yohaannis 1:30
inni ani, Β« Namni na duubaan dhufu na #caala; inni na #dura tureetiiβ jedhee waaΚΌee isaa dubbadhe sun isa kana
=πππππ π‘πππ π€ππππ’πππ ππ πππ ππππ¦π’π’ ππ¦π¦π’π’ ππ’ππ π‘π’ππ.
βgaruu immoo foonii nama uffatteef ,barii lakkaaβame waggaa 30tti cuuphame.
ββ»Luqaas 3:23
#Iyyaasuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture:
ilma Eelii
ππππ’π’ πππππ π‘πππ π ππππ πππππ πβπ’ππ:
ββ»Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur_turetti ol baΚΌuu argitan akkam taΚΌinna ree?
ββ»Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii irraa #gad hin buuneetii.
ππ¦π¦ππππ πππππ ππ ππππ βπππ‘π'π’.