πΉβ‘οΈ kutaa _ 56 ffΒͺΒͺ πΈπ
βββββββββββ
π³ Gaaffii fi Deebii
π³ Muslimootaπ
β Yohaannis 13:20π
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaanii
1β© kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...βπ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π³ Deebii keenyaπ
πΊ kitaaba keenya keessa lakki #foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
πGaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...β
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraβduuka buoota isaa mooβbiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..β
πΊβ lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,taβe ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.
β€οΈ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
πYohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman #isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.β
πΊβ€οΈ kanafi #Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
β¬β¬β¬β¬β¬
β‘οΈQabxiiwwan kana ilaala.
Aβ© Kiristoos qaama tokko ni erga.
Bβ©Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
Cβ© qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu mooβmuhammadi laata β
πΈ akka yaadaa #Muslimoota yoo,taβe
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
AbbaaβKiristoosβmuhammad
β‘οΈ Akka #orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
β©AbbaaβKiristoosβAffuurra Qulqulluudha.
βdeebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee #Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti
πΊ #Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
π=βΆπMaatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti; #Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
β©Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
π=β·πLuqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra #Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas, #Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.
π=βΈπLuqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf, #akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan #kenna
π=βΉπYohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βLakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,taβe qofa iyya kaa.
βKiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qurβaanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qurβaani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu #filannoo_lamaa qofa qabduu
Aβ©Alaha jechuun Kiristoos jechudha β
Bβ© muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.β
π=βΊπSuura 35:4
ΩΩΨ₯ΩΩ ΩΩΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΩΩΩ ΩΩΩΩΨ―Ω ΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΨͺΩ Ψ±ΩΨ³ΩΩΩ Ω ΩΩΩ ΩΩΨ¨ΩΩΩΩΩ Ϋ ΩΩΨ₯ΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΩΩ ΨͺΩΨ±ΩΨ¬ΩΨΉΩ Ψ§ΩΩΨ£ΩΩ ΩΩΨ±Ω
(Yaa #Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.
πJecha Qurβaanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilalaπ
ΩΩΨ₯ΩΩ : And i
ΩΩΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΩΩΩ : they deny you,
ΩΩΩΩΨ―Ω : then certainly
ΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΨͺΩ : were denied
Ψ±ΩΨ³ΩΩΩ : Messengers#
Ω ΩΩΩ : before you.
ΩΩΨ¨ΩΩΩΩΩΫ : before you.
ΩΩΨ₯ΩΩΩΩ : And to
Ω±ΩΩΩΩΩΩ : Allah#
ΨͺΩΨ±ΩΨ¬ΩΨΉΩ : return
Ω±ΩΩΨ£ΩΩ ΩΩΨ±Ω : the matters.
βkanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink waldaa kanaππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========

πΊβ¬οΈ kutaa -65- ffΒͺΒͺ β¬οΈπ³
πgaafi fi deebi
πmusiliimota
β Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kani isin jajjabeessu isiinif ni kenna
==================
πgaaffii isaanii
1=kani jajjabeessu kuni #muhammadi jedhuu.β
=======*
π³ deebi keenya
πLakki muhammadi miti , inni Affuurraa Qulqulluudhaa malee.
β²β²β²β²β²β²
β© Fakkeenyaaf kuni sobaa ta'u isaa hubbachufi. Jalqabaa dura dubbii kana kani dubbate Kiristoos , Kiristoos immoo kani dubbate barattoota isaa 11 qofaatti , baratoonni Kiristoos immoo kani jiran iyarusalemi keessa yookiin #Israa'el keessa
β© muhammadi immoo kani jiratu biyya #Arabaa keessa. Kanafuu eessaati walitti dhufuu ,laata ββ
Biyyaa Israa'el jechuun biyya Arabaa jechudha laataa βπ
π³ inni bira immoo barattooni Kiristoos bara34-100 jidduu barattoota jiracha turanii.
Muhammadi dhalate waggaa 40 tti barsisuu eeggale
Amanta musilima bara 610 tti ,
Isaa booda 700 irraa eeggale jedhee jedha seena Islaama
(ragaa kiyyaa . #how_islama_started)) jedha Google irraa ilaala))
β©kanafuu baratoonni Kiristoos bara 34_100 erga jirtanii ,muhammadi bara 610 erga dhufee ,akkamitti wali argani muhammadi isaan jajjabdessu dandae laata....β
πyookaan gaaffii keenya sila Kiristoos barattoota isaatiin jedhee, barattoota Kiristoos keessa tokko immoo Pheexiroos ,kanafuu Pheexiroos fi muhammadi wali argamanii jiru jennee gaafanaβπ
Deebi gonkumaa hin jiru Kanaaf kuni soba.
β²β²β²β²β²β²β²β²β²β²β²
π³ garuu Kiristoos kani jedhee afuurra Qulqulluudhaa malee muhammadi mitii β
β΅βYohaannis 14:16-17
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kan isin jajjabeessu isiniif ni kenna innis #Affuurra_dhugaa sia tau, #addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandau. Taus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf #isin isa ni beektu.
π kanafuu Yohaannis 14:16* irraa kani jiruu Yohaannis 14:17 irratti qaamni kuni eenyu akka taβe ifa godhee jira.
β²inni bira immoo Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jedhe ture , Sababa maalif kadhata Abbaan hin beekuu mooβRaajii iyyuel dubbate hin turee kana duraa ,Eeyyee dubbate jira.
βΆβIyyuel.2:28
Waaqayyo ammas, βBara booddeetti #ani_hafuura koo #nama hundumaa irratti nan dhangalaasa #ilmaan keessanii fi #intaloonni keessan #raajii in dubbatu, maanguddoonni keessan abjuu in abju'atu, dargaggoonni keessanis mul'ata in argu
β©kanafuu Kiristoos Abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa dubbii rajji kana akka rawwatamu ,
Nan godha jechuu Isaati maalee
πakkuma Kiristoos yaa, abbaa hojji ati lafa irratti nati kinneete xumure jira jedhu, dubbi raji kana immoo isaa tokko turee Innis yaa, rawwatamuu jechu Isaatii.
β·βYohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
βΈβLuqaas 24:49
#Ani wanta #Abbaan koo
#abdachiise isiniif #nan_erga Isin garuu hanga #humna gubbaadhaa dhufu uffattanitti magaalattii keessa turaa.β
πkanafuu nan kadhadhaa jechuun isaa nan erga jechudha maalif yoo,jeetani kani humna kani jedhamee afuuraa Qulqulluu dha, kanafuu. Magaalaa kana keessa tura jedhee ture, afuurri Qulqulluu immoo guyyaa 50ffaa irratti buefi
π °Inni bira immoo Kiristoos fakkeenya nuufi ta'uf ,Abba nan kadhadha akka Afuura isiniif kennuuf jedhee., malee Kiristoos ofuma isaa Affuurra Qulqulluu kennuuf Aangoo qaba.
βΉβYohaannis 20:22
Erga kana jedhee booda #Affuura isaanitti baafatee akkana isaaniin jedhe: #Affuura_qulqulluu fudhadhaa
π Ύ Walumaagalatti waee muhammadi gonkumaa akka hin jire akkasumas, Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa hojii Abba koo,nan rawwadha jedhu isaatti ,yookiin akkuma Abbaan Affuura Qulqulluu erguu anis nan erga jechuu isaa akka taβe ni hubbanna, akkuma Kiristoos jedhe Β« akkuma Abbaan hanga amma hojjatu ,ilmi illee haluma kani hanga amma ni hojjata jedha.Β»
βΊβYohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira;#anis nan hojjedhaβ jedhee isaaniif deebise.
π ±Kutaa -56- ffaa dubbisaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/546
======//========

Telegram
πΉGoofoon_Qulqulloota_MaariyaamadhaπΉππ»
πΉβ‘οΈ kutaa _ 56 ffΒͺΒͺ πΈπ
βββββββββββ
π³ Gaaffii fi Deebii
π³ Muslimootaπ
β Yohaannis 13:20π
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaaniiβ¦