๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน Duaa ka'uu fi jireenyi
Ana Namni anatti amanu
yoo du'e illee deebiee
ni jiraata.
๐Ÿ”ป
#แ‰ตแŠ•แˆฃแŠคแŠ“ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ” แŠแŠ แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ•แ‰ฅแŠ แ‰ขแˆžแ‰ต
แŠฅแŠ•แŠณ แˆ•แ‹ซแ‹ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ.
โžขYohaannis 11:25
โžข แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11 :25
"""""""""""""""""""""""""""
๐Ÿ”ป Bagaa Geessan ๐Ÿ”ป
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ณGuyyaa Boqonna
Qulqulleti Dubaroo
Maariyaami
โ–ฌ bara Luqaas
Amajjii 21 tti
โžขbara Kuni 49 D.K.B
Yookin imoo hanga ammatti
=2014-49=1965 E.C
โ—ˆkana booda qabxiiwwan
Murasa ni ilaala
โ—ˆ boqonnaa Qulqullota
(1)โ–ฌFakkeenyaaf
Henok fi Eliyaas
Osoo foonii hin
Osoo hin du'in
Boqonnaf gara
Sami oli bahanii
โžขseera. Uum 5:24
โžข 2 Mot 2:12
(2)โ–ฌfakkeenya
Bira foonii boqachuu
โžข Musee
โ– ser.kees.deebi 34:5-7
โžข Abrahaami
โ–ser.Uum 25:7
โžข Yaaqoobi
โ–HDB 12:2
โžข Isxifaanosi
โ– HDB 7:60
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=du'a ka'u irratti
Immoo Yaada jiruu
๐Ÿ”ปQulqullooni
Namni tokko erga
Boqate Waaqayyo
Kadhatani du'a ni
Kasuu
Fakkeenyaaf
โžขEliyaas kan
Godhe jira
โ–ฌ 1Mot 17:21-22
โžข Pheexiroos
Kan godhee jira
โ–ฌ HDB 9:40-41

๐Ÿ”ปkan biraa immoo
Ulfana fi kabajanii
Goofta keenyaaf
Haataโ€™u
Nama du'e guyyaa 4 booda
Du'a kasee jira
=Yoh 11:17-43
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– namoonni Kuni
immoo Waaqayyo
Aangoo isaniif
Kenne ni jiruu
Akkasumas hanga
Kiristoos dhuftii ni turuu
โžขMaatewoos 16:28
โžขYohaannis 21:22
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
haatii Gooftaa keenya
Guyya kan boqote
Iddoo muka jireenya
Jala turte,
Yeroo sanaa kan ture
Yohaannis qofaa
Duuka bu'oonni Kuni
Hin jiranii ture
Sababa barumsa nannoo
Gargara deemanii jiruu
Yero dhaga'anitti
Giifti keenya arguuf jedhanii
Ji'a 12 f, keessa guyyaa 1 irra
Eeggalani sooman eeggalani
Jiruu.

Haaluma kan xumura
Irratti Waaqayyo haadha
Kana isaanii kenneera
Isaa booda gara samiirratti
Oli bahate jirti

Kunis dubbiin Raji
Akka rawwatamuuf
Ture
(1)๐Ÿƒ Raji_Amos 3:7
Waaqayyo Gooftaa
Oli Aanaan
#iccitii isaa
raajota warra
#tajaajiltoota
isaa taanitti utuu hin
#mulisin Waan tokko
illee hin raawwatu....
โ–kanafuu duukaa
Buota isaa hundumaa
Waliti qabe, hadhaa
Isaa kenneefii, isaa
Booda gara samii
Yero olii bahatu akka
Toomaasi arguu sababa
Kanaafi godhee

(2)๐Ÿƒ Far.Dawaatti 131/132:8
Maaloo gara boqonnaa keetii ka'i, Ati fi Taabooni mana Qulqulluuma kee,
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
ati kan jedhamee
Waaqayyo Ture
Kanaafuu ka'uufi jalqabaa
Dura du'u jirachuu qaba
Haaluma kan Kiristoos
Due, du'a dige ka'e
Jira (1 Qor 15:54-57)
โžขTaaboota mana
Qulqulluuma kan
Jedhame Qulqulleeti Maariyaamidha..
โžขjalqabaa ka'u Ishe
Dura boqachu qabdii
Wani taโ€™ef...
(3)โœYoh 12:24
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, firiin
#qamadii
tokko lafa buutee yoo
du'uu baatte, firii tokkittii
taatee hafti
yoo du'e garuu,
firii hedduu godhatti.
(4)โœ Roome 6:5
#Du'a akka isaa duโ€™uudhaan
isaa wajjin
#tokkummaa
yoo qabaanne duaa
kauu akka isaa argachuudhaanis isaa
wajjin tokkummaa
akka qabaannu
beekamaa dha.
โžขRoome 6:8
Kiristoosii wajjin yoo
#duune isaa wajjin akka
jiraannu ni amanna.

โ–โ–โ–โ–โ–โ–
Akkuma Nami kenna
gara Gara qabuu
Kabaja innii qabus
Isuma kana.
(" 1 Qor 12:1)
(" 1Qor 15 :41)
=Haaluma kan
Dhala nama keessa
Akkuma ilma ishii
Boqate, olii bate Kunis
Tau kan danda'u
โœ ser.Uum 18:14๐Ÿ‘‡
Wanti Waaqayyoodhaaf
hin dandaamne jiraaโ“
โœ Luqaas 1:37
wanta Waaqayyo
dubbatee utuu hin
raawwatamin hafu tokko
illee hin jiru
Yookin wanti Waaqayyof
Hin danda'amne tokko
Illee hin jiruu...

โ–Walumaagalatti
#Maariyaamin
Eliyaas, Muse,
Abrahaami, Yaaqoobi
Pheexiroos,Henok
Isxifaanos,,,,
Hunduma ni caalti.
(Luq 1:48) irratti, akka
Hunduma Caaltuu ni
Ibsa kunis dhaloni
Hundi Eebbifamtu
Kan jedhuu irratti
#Dhalota kan jedhame
Addaami jalqabaa
Hanga xumura Addunya
Kan namoota jiratani
๐Ÿ”ปkabajaan Waani
isaan Caaltuuf
Eebbifamtu jedhuu.
๐Ÿƒlink kan xuqaa๐Ÿ”ˆ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ kutaa-101-ffaa๐Ÿ‘‡
โžปGaafi fi Deebi Muslimoota
โœYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taสผee fi Abbaa bira jirutu waaสผee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu โ“
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaสผamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaสผu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taสผu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‹ Deebi keenya๐Ÿ‘‡
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
โžปAbrahaam
โžปIsayaas
โžปIyyoobi
โžปYohaannis
โžŠโžปAbrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaสผee jiruu #Waaqayyo isatti #mulสผate.
โž‹โžปIsaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duสผe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaสผee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf ยซ jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa taโ€™e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a ยป .
โœ Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti ๐Ÿ‘‡
โžŠโžปRaajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taสผe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaสผee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taสผee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;

โžปโคNama kani fakkatu inni Tessoo irraa taโ€™e #Kiristoos
โž‹โžปRaajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaสผamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaสผe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaสผaa jiru turan.
โžปโคuffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
โžŒโžปMaatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife;  #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
โžปโค๏ธ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
โžโžปMulโ€™ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture;   miilli isaa sibiila diimaa baสผeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture.  Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taสผee fi karaa lamaan qara qabu ni baสผe,  #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duสผee taสผeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaสผee akkana naan jedhe: โ€œHin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas ๐Ÿ‘‰#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duสผaa fi Awwaalaa qaba.
โžปโค dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
โžปโค Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.


๐ŸŒนkani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
โžŽโžป1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taสผe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulสผisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaสผamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaสผu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taสผu. Ameen.