πΉπkuta-24ffΒͺΒͺππ
βGaaffii fi Deebii β
πMusiliimootaπ
----------------------------
β Yohaannis 8:21
Kiristoos akkasi jedhe
β #Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus #cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanβ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..β
β erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....βjedhuu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duβu
β©Kiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif
πRagaa kitaaba
β΅=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanβ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?β jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: βisin #gadi irraa ti;
ani garuu #olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani #cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
= #inni dhufu
sun #Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu
βΆ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: β #Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa #addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.β
β·=Yohaannis 12:34-41
Achiis #namoonni
hedduun sun deebisanii, βNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti #ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?β jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: βIfni
sun yeroo #gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin #ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti #amanaa.βKiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti #Isaayyaas raajichi, βYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?β jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
βIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan #hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.β
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
βΈ=Yohaannis 5:40
isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.
βΉ=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin #moone
βΊ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa #keessa ture, addunyaanis
karaa isaa #argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.
#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.
β»=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.
βIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.
Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin #murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,
#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.

π
° kutaa-73-ffΒͺΒͺ .π
°
π gaaffii fi deebi
π Musiliimota
β Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaΚΌaniif, si isa #Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
gaaffii isaanii π
1= Waaqa Tokkicha jira ,Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.β
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ//βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
β Deebii keenya.
πΎ Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
β΅β§Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, βGooftaa ko, #Waaqa koo!β jedheen.
πAbbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
βΆβ§Yohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: βAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
πΊ Kanaafuu Abbaa fi ilmi Waaqa =ok.βοΈ
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
π§£gara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
πͺ #Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.
πA))πβΌJireenya bara baraa argachuu akka dandaΚΌaniif, si isa #Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
π jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa mooβKiristoos β
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu #fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ΞΊΞ±Ξ―) seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
β·β§Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taΚΌuu isaa akka #amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
βΈβ§Yohaannis 6:40
fedhiin #Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duΚΌaa isa nan kaasa.β
πΊ kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga taβe ,Abbaa fi Kiristoos Tokko jechudha.π
πB))πβΌ hiika bira immo β sii, isa #Waaqa dhugaa #tokkicha taatee β
πiddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuuβ
=deebi isaaπ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe Kiristoos dubbatee jira
βΉβ§Yohaannis 8:54

πΊ Abbaa=Waaqa jechudha
Β« kanafuu nuutis Abbaa #Tokkicha qofa jira jenne
amana Β» ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
βΊβ§Yohaannis 3:16
βIsatti kan #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan) #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayΚΌee jaallateera.
β»β§1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira, #Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
π Abbaa #Tokkicha qofaa
π ilma #Tokkicha qofaa
π Affuura Qulqulluu #tokkicha qofa.
πΊ nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.
πC))πβΌ Musiliimoonni Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafanaβ
βΌyeroo kana immoo Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
βΌβ§Yohaannis 11:27
Ishiinis, βEeyyee, yaa Gooftaa, ati #Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaβ jetteen.
πD))πβΌ kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.β
βSababiin isaa Abbaa fi Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
β½β§Yohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan #Abbaas taΚΌe Anaan waan #hin_beekneefi.
βΎβ§Yohaannis 8:19
Isaanis, β #Abbaan kee eessa jira?β jedhaniin Iyyaasus Kiristoos βIsin #Anas taΚΌe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taΚΌee, Abbaa koos ni beektu turtanβ jedhee deebiseef
βkanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
link kana xuqa hordofuu dandeessuπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ||βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ