๐พ๐พ Yeroo Waaqayyo
kana godhutti eenyutu
jiraata reeโ
๐ แฅแแแ แฅแแญ แญแ แ
แฒแซแฐแญแ แ แแญ! แแ
แ แแญแแต แญแแซแโ
๐พ๐พ who shall live
when God doeth this
โฌ Ser.lakkofsaa 24:23
โฌ Numbers 24 :23
โฌ แแแแ 24:23
----------------------------------
#Bagaa-Geesaaan
=Ayyaanna Dhaloota
------------------------------------
โ dhaloota Gooftaa
Keenya Iyyaasuus Kiristoos
โ Kiristoos dhalate jira yeroo
Jennu, akkanaa jechuu keenya
#Fooni nama irraa foonii
#Lubbuu nama irraa lubbuu fudhatee
=1=Mat 1:1๐
Sanyi( hidda) dhaloota Iyyaasuus Kiristoos
#sanyii 9_Daawit
#sanyii_Abrahaam isa kana
โ jechi sanyii jedhuu qoomaa
Yookin hidda dhaloota,
=sanyii Abrahaami jedha
=sanyii Daawit jedha
โAbrahaami fi Daawiti
Nama malee Waaqayyo
mitii โ
โkan jechuun Abrahaamiifi
Daawit foonii fi lubbuu qabuu
Kanaafuu Fooni fi lubbuu isaanii irraa fudhatee dhalate
Jenne dubbanna
โAbrahaami foonii fi lubbuu
Adaami irraa argamee
โDaawiti immoo foonii fi lubbuu Abrahaami irraa Argame
โ Dubaroo Maariyaami
Immoo foonii fi lubbuu
Daawit irraa Dhalate...
๐ Dubaroo Maariyaami irraa
immoo foonii fi lubbuu fudhatee dhalate
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Amaloota foonii
โฌ dhalachuu
โฌ nyachuu
โฌ beela'u fi Dhugu
โฌ kadhachuu
โฌ soomuu
โฌ dadhabuu
โฌ deemuu fi rafuu
โฌ itti qoruu fi rakkina arguu
โโโโโโโโโ
Kanaafuu Kiristoos erga
Fooni nama fi lubbuu Nama
Qabate Amaloota kan argisiisuu qaba
โขmaalif yoo,jennee kuni seera. Uumama ta'u isaatti
โขWaaqayyo immoo seera
Erga kennee seera sanaa
Waaqayyo yoo,kabajne
Nami ni kabaja
โFakkeenyaa seera keessa
Tokko ๐
โSeera.Ba'u 31:17
#Ani_Waaqayyo guyyaa 6 keessatti samii fi lafa uumee guyyaa #torbaffaatti immoo waanan hojjechaa ture #hundumaattii boqodheen aara galfadhe; kun anaa fi saba Israa'el gidduutti bara baraan milikkita in ta'aโ jedhe
โฌKanaafuu Waaqayyo dura
Ofi isaatti fakkeenya taโe kabajee jira, isaa booda immoo Naman godha jedhe
Ajaja,,
โฌ jalqabaa dura Namaf
Amala akkana ergaa Uumme
Kan akka #nyachuu,Dhugu...
โWaaqayyo ni kabaja malee
Amala kan hin diggu jechuudha
โsababa Kanaafi Kiristoos
Amaloota Fooni fi lubbuu
Argisise jira...maalif isuma
Mataan isaa lubbuu fi foonii
Wani Uumemef seera isaa ni kabaja Waani taโefi
โYoh 1:3๐
๐พWanti #hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko illee
hin jiru
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Amala Waaqummaa
โฌ bara baran jirachuu
โฌ kan hin rafnee
โฌ kan hin nyaannee fi hin dhufne
โฌ kan uffata hin barbannee
โฌ cubbuu kan hin qabnee
โIbroota 13:8๐
#Iyyaasus Kristos #kaleessa isuma ture, #har'as bara baraanis isuma sana
โขkaleessa yeroo jedhuu
Addunya dura jirachuu isa
โขharโas yeroo jennuu immoo
Kan hin jijjiramee kaleessa
Erga jiratee har'aas jira jechuudha
โข bara baran yeroo jedhuu
Addunya kan booda jechuudha isaatti
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Kiristoos immoo kan
dhalate foonii qofa akka
Tae ifaa godha
โขKiristoos erga foonii
Nama uffatee hanga
ammatti 2014 ta'a
โ kanafuu Kiristoos dhalate
Yeroo jennuu fonni qofa
๐๐พ Walumaagalatti Amala
#Lama irraa amala tokko
-Tawahadoon jechame ibsaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐พ=Kiristoos maalif
Dhalateโโ
=Deebi=-----------
1=Addaamii harka Seexanaa
Keessaa basuuf
โ Ibrootaa 2:14๐
๐ ijoollonni kun #foonii fi #dhiiga akkuma ta'an
#inni #Obboloota kooโ jedhee isaan waamu kunis
akkuma isaanii ta'e
#du'a isaatiin #Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf #nama ta'e
โJechi ijoollee jedhuu
Addaamii irraa eegalee
Namoota jiran jechuudhaa
โinni jedhuu Kiristoos ibsaa
โ Jechi Nama taโe jechuu foonii fi dhiiga fudhate jechuudha
โSeexanna jechuun Affuura
Xarawaa, gosaa ergamoota keessa tokko kan taโe
โณroome 8:3๐
Sababii #nama_fooniitiif seerri hojii isaa hojjechuu dadhabe. Waaqayyo #ilma ofii isaatii ergee, #cubbuu isa nama foonii keessaatti farade; ilmi isaa kun #foon isa namni cubbamaan #uffatu uffatee, cubbuu balleessuu #dhufe
โณ=1 Yoh 3:8๐
#Seexanni jalqabaa jalqabee #cubbuu waan hojjeteef, namni cubbuu hojjetu kan Seexanaa ti
#ilmi Waaqayyo immoo
hojii Seexanaa
diiguudhaaf #mul'ate
=2=Dubbiin rajoota
Akka raawwatamuuf
rajoota yeroo jennu
=Muse
=Eliyaas
=elsa'a
Daawit
Isaayyaas
Ermiyaas.......
=============
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐
พ Deebi guutuu sagaleen
Kan jiruu sana ilaala ๐ พ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ ser.Uum 3:15
Anis sii fi dubartittii gidduutti, #sanyii keef fi
#sanyii ishii gidduuttis diinummaanh akka jiraatu
nan godha.
Inni #mataa kee ni buruqsa,
ati immoo koomee isaa ni madeessita.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Mulโata 12:9
Kanaaf jawwee guddaan
sun, jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi #Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadi darbatame; inni gara lafaatti gadidarbatame; maleekonni isaas isaa wajjin gadi darbataman
โฌโฌโฌโฌโฌ
Mulโata 20:1-2
Anis maleekaan furtuu qilee
qabuu fi funcaa guddaa harka
isaatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buu nan arge. Innis jawwee sana qabee waggaa 1,000 hidhe; jawween kun isa Diyaabilosii fi
Seexana tae, jechuunis bofa isa jalqabaa ti.
2 Pheexiroos 2:4
Dhugaa dha, Waaqayyo maleekota warra #cubbuu hojjetan adabuu
irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa Inxoroxoos keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee murtiidhaaf
isaan kaaeera.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maatewoos 12:25-26
Iyyaasuus yaada isaanii kana beekee akkana isaaniin jedhe: โ #Mootummaan wali qoqqoodu hundinuu ni bada; magaalaan yookiin manni wali qoqqoodu hundinuus jabaatee hin dhaabatu.
Haaluma wal fakkaatuun, #Seexanni Seexana
kan baasu yoo tae, wal qoqqoodeera jechuu dha; maarree mootummaan isaa akkamitti jabaatee
dhaabachuu dandaaโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maarqoos 5:9-13
#Iyyaasuus maqaa kee eenyu?โ jedhee isa gaafate. Innis, โNuti #baayee waan taaneef
maqaan koo โ #Leegewooniโโ jedhee deebiseef.
Namichis Iyyaasuus #hafuurota sana biyya sana keessaa akka hin ariine irra deddeebiee kadhate.
Yeroo kanatti booyyee hedduun hoomaan tokko gaara tokko
irra ni dheedu turan. Hafuuronni xuraaoon sunis, โGara hoomaa
#booyyee sanaatti akka gallu isaanitti nu ergiโ jedhanii isa kadhatan.
Innis isaaniif heyyame. Hafuuronni xuraaoon kunis baanii booyyota sanatti galan; booyyonni gara #2,000 taanis qarqara hallayyaa irraa
didichanii galaanicha keessa lixanii liqimfaman.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1 Qorontoos 8:5
โ #waaqayyoliiโ hedduunii fi โ #gooftoliiโ hedduun jiru;
taus, #samii irrattis tae #lafa irratti #waaqayyolii kan jedhaman yoo jiraatan
iyyuu
1 แแฎแแถแต 8:5
#แแผแ_แฅแ_แ แแแญแตแ แฅแ #แแถแฝ แ แแค แแแญ แแ #แ แฐแแญ แแ #แ แแตแญแ แแ แ แแแญแต แจแฐแฃแ แแแ แขแแฉ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Efesoon 6:12
#qabsoon keenya
#dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa
mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaaa kanaa fi #humnoota hafuurota #hamoo iddoo #samii keessa jiranii
wajjini dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1 ximotewos 1:20
#Hemenewoosii fi Iskindiris
jara kana keessa jiru; isaan #adaba irraa #baratanii #Waaqayyoon arrabsuu
irraa akka of qusataniif ani #Seexanatti dabarsee isaan kenneera
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maatewoos 25:41
#mootichi warra karaa
bitaa isaa jiraniin akkana jedha: โIsin abaaramoo nana
gara ibidda bara
baraa isa Seexanaa (#Diyaabilosii) fi maleekota
isaatiif qophaaetti ana irraa deemaa.
โQol 2:14-15
Seericha isa harkaan barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana nuu
haqe. Fanno irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa nuu kaase. Fanno
sanaanis #mootummootaa fi #abbootii taayitaa boojiee qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//======

ฑ kutaa-69-ffยชยช๐บ
โฒโฉ gaaffii fi Deebi
โฒโฉ Muslimaa
โYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo
Abbaa koo ti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1=gaaffii isaani Kiristoos muka waynii malee Waaqayyo miti jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌ//
โฉDeebi keenya.
โjalqabaa duraa hiika waynii ergaa xumuree booda gaaffii isaanii deebi itti kennina.
============
๐ ฐโฉhiikaa waynii โ
1))โwaynii #biqiltuu lafa biqiltuudha.
Ser.Uumama 9:20-24
2))โwayni kana #dhugamu dha.
Sera.uumama 9:24 * ser.Uumama 27:25
3))โwayni muka #guddaa ,kani humna qabuu
seera.Uumama 40:11
*49:11,seera.Bau 23:11
4))โWayni #Aarsaaf kani dhiyyatu.
Sera.uumama 14:18
sera Bau 22:29
ser.lakkoofsa 15:5-10 .
1Samu'eel 1:24
5))โWayni kani nama #macheessu.
seera Lewwota 10:9
sera.lakkoofsa 6:3
Kitaba-fakkeenya 20:1* 21:17 * 23:20*
6))โwaynii #Dimaa ta'u isaa
Sera.keessa.deebi 32:14 , kitaba-fakkeenya 23:31.
7))โguyyaa #Ayyaana kani dhugaanii
Kitaaba-murtii 9:27
8))โwaynii #nyaatafi ni fayyada
1sena.bara 12:40 *
1sena.bara 16:3* isayaas 16:7 * hoose 3:1
9))โwaynii #gosti_gargaara jirachuu isaa.
Kitaba-Nahimiiyaa 5:18
10) waynii #dhanga'an jirachuu isaa.
Ruuti 2:14 *Ermiyaas 31:29 , Hisqi'el 18:2, Maatewos 27:48, Maarqoos 15:36
Luqaas 23:36 ,Yohaannis 19:29
11))โwaynii #garaa_Qulqulluun dhuguma ,kitaaba-lallabaa 9:7
12)โWaynii nama #gammachiisaa
Kitaaba-Aster 1:10
Farfannaa104:15
kitaaba-lallabaa 2:3
13)โ #uffaanni waynii jiraachuu isaa
isayaas 63:2
14)โ #Naaziroonni waynii gonkumaa hin dhuganii.
Amosi 2:12 * ser.lakk 6:2-3
15)โwaynii #qorichaf ni fayyadamuu.
Luqaas 10:34
1ximotewos 5:23
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ ฑ,fakkeenya waynii
โต)โฉ #namni jalaan waynii ni fakkaata.iyyoob 15:33* 24:18
isayaas 5:2 * iyyuel 3:13
โถ)โฉ #Rakkinni wayni fakkaata
Farfannaa 60:3
โท)โฉ #dheekkamsi Waaqayyo wayniin ni fakkeeffama.
Farfannaa 75:8 , Ermiyaas 25:15
Mulโata 14:10
โธ)โฉ #sabni Israa'el waynii ni fakkeeffama .
Farfannaa 80:8 ,hoose 10:1
โน)โฉ #dubartiin ykn haati mana wayniin ni fakkeefati
Farfannaa 128:3 *Hisqi'el 19:10
โบ)โฉ #jalali waynii ni fakkeefama
Kitaaba-weddu 1:4
โป)โฉ #namni waynii ni fakkaata
Isayaas 5:4_7 * Ermiyaas 2:21
Ermiyaas 8:13 * hoose 14:7
sefoniyaa 1:12.
Maatewoos 21:34-41
โผ)โฉ #Seexanni wayniin ni fakkaata.
Isaayaas 34:4
โฝ)โฉ #cubbuun wayniin ni fakkata.
Ermiyaas 51:7 Mulโata 14:8_10
Mulโata 17:2* Mulโata 18:3.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ waldaa keena hordofuu yoo,barbade link kana xuqaa
๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ