β #Samii irratti Waaqayyoof ulfinni haatau #lafa
irrattis namoota
inni jaallatuuf
nagaan haatau.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=Tiksee #hoolota naannoo
Sana jirachuun isaa
immo Yookin Sababi
isaa dursanii
Wamaamnif, osoo
namoonni Beekumsa
hedduu qabanii osoo
Jiranu
β Hooloni fakkeenya
Nama
βTikseen immoo
fakkeenya Waaqayyoti
Kiristoos garuu tiskee
#Gaari Waani taβef
Gara isaa deemnaani
Jiruu....
Bakka tiske gaariin
Jiru deemuun gammachuu
Gudda isaa caaluu hin jiruu
Kanaafi
#ergamaan Waaqayyo
Misirachoo gammachuu
Guddaan isinitti himma
Jedheni
βYoh 10:1-11
Iyyaasuus akkana jedhe βDhuguma dhuguman
isiniin jedha,
inni #karaa balbalaa
utuu hin tain,
karaa gara biraa
utaalee gola hoolotaatti
seenu, hattuu fi saamtuu dha.
βInni karaa balbalaa
seenu garuu
#tiksee hoolotaa ti
#Inni balbala eegus
isaaf ni bana; hoolonnis
sagalee isaa ni dhagau
#Inni hoolota isaa
#maqaa maqaa
isaaniitiin waamee
gadi ni yaasa
β Hoolota isaa hunda
erga gad yaasee booda
isaan dura buee deema
isaanis #sagalee
isaa waan beekaniif
isa duukaa ni buu
β #Hoolonni sagalee keessummaa waan hin beekneef, isa irraa
ni baqatu malee
matumaa keessummaa
duukaa hin buan.β
βIyyaasus fakkeenya
kana isaanitti dubbatus,
isaan garuu wanta inni
isaanitti dubbachaa
ture hin hubanne
βKanaaf, Iyyaasuus ammas akkana jedhe
βDhuguma dhuguman
isiniin jedha
ani #balbala hoolotaa ti.
βWarri maqaa kootiin
dhufanii turan hundi
hattootaa fi saamtota
dha
βhoolonni sun garuu
isaan hin dhageenye.
Ani balbalicha
#namni karaa koo
seenu hundi ni #fayya;
inni ol ni seena,
gadis ni baa, bakka dheedichaas ni argata
β #Hattuun, hatuuf,
qaluu fi balleessuuf
malee wanta kan
biraadhaaf hin dhufu
Ani isaan #jireenya
akka argatanii fi jireenya
irraa hafaa akka
qabaataniif dhufeera
βAni tiksee #gaarii dha
tiksee gaariin immoo
hoolota isaatiif jedhee
#lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.
===============
Ayyaanna Gaari isiniif
Haataβu
β link kan xuqaa π
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||=======
irrattis namoota
inni jaallatuuf
nagaan haatau.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=Tiksee #hoolota naannoo
Sana jirachuun isaa
immo Yookin Sababi
isaa dursanii
Wamaamnif, osoo
namoonni Beekumsa
hedduu qabanii osoo
Jiranu
β Hooloni fakkeenya
Nama
βTikseen immoo
fakkeenya Waaqayyoti
Kiristoos garuu tiskee
#Gaari Waani taβef
Gara isaa deemnaani
Jiruu....
Bakka tiske gaariin
Jiru deemuun gammachuu
Gudda isaa caaluu hin jiruu
Kanaafi
#ergamaan Waaqayyo
Misirachoo gammachuu
Guddaan isinitti himma
Jedheni
βYoh 10:1-11
Iyyaasuus akkana jedhe βDhuguma dhuguman
isiniin jedha,
inni #karaa balbalaa
utuu hin tain,
karaa gara biraa
utaalee gola hoolotaatti
seenu, hattuu fi saamtuu dha.
βInni karaa balbalaa
seenu garuu
#tiksee hoolotaa ti
#Inni balbala eegus
isaaf ni bana; hoolonnis
sagalee isaa ni dhagau
#Inni hoolota isaa
#maqaa maqaa
isaaniitiin waamee
gadi ni yaasa
β Hoolota isaa hunda
erga gad yaasee booda
isaan dura buee deema
isaanis #sagalee
isaa waan beekaniif
isa duukaa ni buu
β #Hoolonni sagalee keessummaa waan hin beekneef, isa irraa
ni baqatu malee
matumaa keessummaa
duukaa hin buan.β
βIyyaasus fakkeenya
kana isaanitti dubbatus,
isaan garuu wanta inni
isaanitti dubbachaa
ture hin hubanne
βKanaaf, Iyyaasuus ammas akkana jedhe
βDhuguma dhuguman
isiniin jedha
ani #balbala hoolotaa ti.
βWarri maqaa kootiin
dhufanii turan hundi
hattootaa fi saamtota
dha
βhoolonni sun garuu
isaan hin dhageenye.
Ani balbalicha
#namni karaa koo
seenu hundi ni #fayya;
inni ol ni seena,
gadis ni baa, bakka dheedichaas ni argata
β #Hattuun, hatuuf,
qaluu fi balleessuuf
malee wanta kan
biraadhaaf hin dhufu
Ani isaan #jireenya
akka argatanii fi jireenya
irraa hafaa akka
qabaataniif dhufeera
βAni tiksee #gaarii dha
tiksee gaariin immoo
hoolota isaatiif jedhee
#lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.
===============
Ayyaanna Gaari isiniif
Haataβu
β link kan xuqaa π
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||=======