๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ #Kutaa_2_ffaa
โžขkitaaba Iyyaasuu 4:15-24๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Achiis Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedhe
#Luboonni taabotaa
Dhugaa Baatuu
baatan sun Yordaanos
keessaa
akka baan isaan ajaji
Kanaafuu Iyyaasuun โ€œYordaanos
keessaa as baaaโ€ jedhee luboota ajaje
Luboonni taabota
kakuu Waaqayyo baatan walakkaa Yordaanosii
yommuu baanii
fi faanni miila isaanii
lafa #gogaa irra yommuu ejjetutti, bishaan Yordaanos akkuma duraanii deebiee
yaauu fi guutee
dhangalauu jalqabe

๐Ÿ‘‰Sabichis jia isa
jalqabaa keessaa
guyyaa kurnaffaatti
Yordaanosii baee Gilgaali
ishii kallattii bahaatiin
daangaa IYerikootti argamtu keessa buufate.

Iyyaasuunis dhagoota 12n
warra isaan Yordaanos
keessaa baasan sana
Gilgaal keessa ni dhaabe
Achiis Israaelotaan
akkana jedhe
๐Ÿ”Š๐Ÿ‘‰โ€œ #Gara_fuulduraatti
#ijoolleen keessan,
โ€˜Dhagoonni kun maali dhaโ“
jedhanii yommuu isin
gaafatan akkana jedhaatii ijoollee keessaniif ibsaa
โ€˜Israael lafa gogaag irra Yordaanosiin ni cee
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma nuti ceenutti bishaan Yordaanos
nu duratti ni gogse
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma isaan ceanitti galaanicha gogsuudhaan akkuma
Galaana #Diimaa irratti
godheh sana nuufis
ni godhe
Inni kana kan godhe
saboonni lafa
irraa hundi #harki Waaqayyo hammam #jabaa akka
tae akka beekaniif
akkasumas isin yeroo
hunda Waaqa keessan
Waaqayyo
akka sodaattaniifi
โ—ˆWalumaagalatti
Yaadanno fi humna
Waaqayyo jaba akka
Ture,akkasumas, ajaja
Inni nun jedhee hanga
Bara baratii ni rawwana
Abboota irraa, gara ijoolleetii
Gara fuulduraatti itti fufaa

3โœ inni sadaffaan
Sababa Taabooni
Gara laga deemuufi
Taboonni fakkeenya Kiristoos
Wani ibsuufi...

Kuni Kiristoos Gaalilaa
irraa Gara Yordaanos
Waani deemiif
โ—ˆragaa kitaaba
Mat 3:13๐Ÿ‘‡

Yeroo sanatti Kiristoos #Yohaannis akka isa cuuphuuf #Galiilaadhaa gara
#Yordaanos ni dhufe.
โœMar 1:9๐Ÿ‘‡

Bara sanatti Kiristoos
#Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee
#Laga_Yordaanositti #Yohaannisiin cuuphame
โžขฮ•ฮบฮตฮฏฮฝฮตฯ‚ ฯ„ฮนฯ‚ ฮผฮญฯฮตฯ‚ ฮฎฯฮธฮต ฮฟ ฮ™ฮทฯƒฮฟฯฯ‚ ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮท ฮฮฑฮถฮฑฯฮญฯ„ ฯ„ฮทฯ‚ ฮ“ฮฑฮปฮนฮปฮฑฮฏฮฑฯ‚ ฮบฮฑฮน ฮฒฮฑฯ†ฯ„ฮฏฯƒฯ„ฮทฮบฮต ฯƒฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฯ‰ฮฌฮฝฮฝฮท
โ—ˆ Taaboonni fakkeenya
Kiristoos ni ta'a jechuf dura
Mee, wanta tokko ilaala
โžขbara Muse keessa Israa'eloni
Yero bishaan dhugaan dhaban
Muuseen Waaqayyo kadhatee
Isaa booda kattaa dhagaa
Tokko keessa bishaanii akka
Bahuufi godhee Waaqayyo
(-Ser.Bau 17:16)

โœ #Phaawuloos yeroo
kitaaba Musee hiikuu akkanaa
Jedhe Ture, dhagaa kattaan
Israa'elota bishaanii basee
Suni fakkeenya Kiristoos
Jedhe dubbatee

โ—ˆ 1 Qor 10:1-4๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Yaa obbolootaa
#abbootiin keenya hundi duumessa jala akka
turanii fi hundi isaanii
galaana keessa #darbuu
isaanii akka beektan
nan barbaada
๐Ÿ‘‰hundi isaanii Musee hordofanii duumessichaa fi galaanichaan cuuphaman
๐Ÿ‘‰hundi isaanii #nyaata
#Afuuraa tokko
irraa nyaatan
๐Ÿ‘‰hundi isaanii #bishaan
#Afuuraa tokko irraa
dhugan Sababiin isaas
isaan #kattaa Afuuraa
isaan duukaa deemu
sana irraa #dhugu turan
kattaan sun #Kiristoosiin argisiisa

โžน kanafuu Kiristoos
Bara Muse yoomi
Fooni nama
Uffate, kuni bara dhiyoo
Keessa dubaroo Maariyaami
Irraa foonii fi lubbuu fudhatee
Dhalate (Luq 1:31)
โžขHaaluma walii fakkatuu
Dhagan sunii erga fakkeenya
Kiristoos taโ€™e
Taaboonnis fakkeenya Kiristoos
Yoo, jeenne ni dandama.
โ—ˆakkamitti fakkachuu
Danda'a kan jedhuu irratti
Immoo
โžขWaaqayyo dhagaa
Irratti ajjaja 10n bareesse
Muuseetii kenneera
โœser.Bau 34:29)
โœser.Bau 31:18)
-fakkeenyi ajaja kurnanii
Fakkeenyaa ilma
Waaqayyotti
Ajajaani 10n samii irraa
Dhufe tsillati sanaa irratti
Bareeffame
-tsillatin immoo dhagaa irra
Tolfame kuni immoo
Fakkeenyaaf dubaro Maariyaami
Ibsa,Kuni sanyii namoota
Bakka bu'a
=akkuma ajajani 10n tsillatti
Irrati barreeffame ibsamuu
Kiristoos dubaro Maariyaami
Irra dhalate namoota hundumaaf ifaa ta'e
โ—ˆKiristoos samii irraa
Dhufu isaa kan ibsuu
๐Ÿ”ˆ Yoh 3:13
๐Ÿ”ˆ Yoh 3:16
๐Ÿ”ˆ 1 Qor 15:47
โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ
dubaroo Maariyaami
Sanyi namoota irraa
Argamu kan ibsuu
โœ Mat 1:1
โœ Ibroota 2:16.
โœ Luqaas 2:4-5
Haaluma kana Taabooni
Fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf ni baha'a
.....................................
Wali fakkeenyi Taaboota fi kiristoos inni bira
๐ŸŒบ kutaa-77-ffยชยช.๐ŸŒบ
        ๐Ÿฅฅ.gaafii fi deebi
        ๐Ÿฅฅ.Muslimoota
โœYohaannis 17:14
#Ani_dubbii kee isaaniif kenneera; taสผus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan #jibbe.
-----------------------
๐Ÿ“gaaffii isaanii.
1โžช Dubbiin kani Kiristoos mitii , inni Abba irraa fudhee dubbata jedhuu.โ“
===========
Deebi keenya๐Ÿ‘‡
Lakkii dubbii Kiristoos
illee jira kani jedhuu taโ€™a.
โถโž›Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu hundi matumaa hin duสผu (Mat7:26)๐Ÿ‘ˆdubbisi.
โœ kanafi Jechi dubbii koo, jedhuu kani Kiristoos ta'u ibsa guutuummaatti =(my word)
jechi Afaani Girikki jalqaba kitabani kuni ittin bareeffame iyyuu akkasi jedha (แผฮผแฝธฮฝ ฮปฯŒฮณฮฟฮฝ)    
#แผฮผฯŒฯ‚_ฮปฯŒฮณฮฟฯ‚.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐ŸŒบ gaaffii Tokko Muslimoota gaafana " erga dubbii hundi kani Kiristoos miti jettanii dubbii kuni kani eenyutti ๐Ÿ‘‡
โทโž›Maatewoos 27:46
Gara saสผaatii sagaliitti Iyyaasuu Kiristoos sagalee guddaadhaan,โ€œEelii (ืึตืœึดึฃื™) Eelii(ืึตืœึดึฃื™) laamaa(ืœึธืžึธึฃื”) saabaaqtaanii?โ€ jedhee iyye; hiikni isaas โ€œYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif na dhiiste?โ€ jechuu dha.
๐Ÿ‘‰ dubbii kuni kani eenyutti kani Abba mooโ“kani Kiristoosโ“
๐ŸŒบlakki kani Abbati yoo, jeete Abbaan yoomi dubbatee fannoo irratti.โ“๐Ÿ˜
โ–ฃโžชkani Kiristoos yoo,jeete immoo dubbii Kiristoos akka taโ€™e hubbate jirta.
โžชโžชโžชโžชโžชโžชโžช
Eli Eli  jechuun Afaanii Ibraayisxiitti ืึตืœึดึฃื™  ืึตืœึดึฃื™

Lama Sabaqatani jechuun Afaani Aramic fi Afaan Ibraayisxiitti wajjiin tokko
ืœึธืžึธึฃื” ืฉึฐืื‘ึปึ•ืงื•ึผ
โžชAfaanii Giriikiitiin immoo.
แผจฮปแฝถ แผ ฮปแฝถ ฮปฮตฮผแฝฐ  ฯƒฮฑฮฒฮฑฯ‡ฮธฮฌฮฝฮน
Kanafi yeroo dubbisa eloye eloye lama sabaqatan
*
Walumaagalatti dubbii kee,kennafi inni jedhu irratti.
Kiristoos dubbii isaa kami kennafi isaa jedhuu โ“beekuu qabna.
๐Ÿ“dubbii Abbaa kani jedhamee.
1๐Ÿ‘‰ Abbaan Kiristoos ergu isa beeku
2๐Ÿ‘‰ Kiristoos ilma Abba ta'u
beekuu.fi amanu
3๐Ÿ‘‰ Kiristoos nama fayyisuu isa beekuu dha.
โœ isaanii sadan sanii dubbi abbaa kani jedhamee.
โš› ragaa keenya
โธโž›Yohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani #sii bira akkan #dhufes sirriitti #beekaniiru; akkasumas akka ati na ergite #amananiiru.
โนโž›Yohaannis 6:69
 
#Nuti ati #Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra; #beekneerras.โ€
โบโž›Yohaannis 6:38-40
#Ani_samii irraa kanan dhufe, #fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti. Fedhiin isa na ergee immoo, warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti akka ani #duสผaa kaasuuf malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti.  #Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€
โปโž›Yohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen.
โผโž›Yohaannis 16:29-31
barattoonni isaa akkana jedhan: โ€œKunoo, ati amma fakkeenyaan utuu hin taสผin ifatti dubbachaa jirta.  Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma
#beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo #biraa_akka dhufte #amanneerra.โ€ Iyyasus,Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma #amantaniif?
โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰
โ–ชโž› namoonni gowwaan tokko tokko Kiristoos dubbii Abba yoo, jedhuu wanta bira godhanii oddeesaa ooluu.
๐Ÿ“Haataโ€™u malee osuma taโ€™e iyyuu Abbaan ilmaan deemi namoota fayyisi malee wani bira maali jechuun danda'a. Kiristoos immoo Tole deeme nan fayyise jedhee dhufee.
โž‘โž›Yohaannis 3:35
 Abbaan Ilma ni jaallata, wanta
#hundumaas_harka isaatti dabarsee kenneera.
โž’โž›Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee #harka_koo
keessaa isaan hin butatu.
๐Ÿ…พ amma iddoo kanatti Kiristoos afaani isaatin harka kiyyaa keessa hoomtuu hin basu jedhee jira. โ kanafuu Kiristoos Waaqa โž Sababiin
isa๐Ÿ‘‡
โž“โž›Iyyoobi 12:9-10
#Harki_Waaqayyo kana akka hojjete,Wantoota kana hundumaa gidduudhaa kan hin beekne eenyu?  #Jireenyi_uumama jiraataa hundumaa, Hafuurri nama hundumaas #harka isaa_keessa jira
๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ