🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.58K subscribers
54 photos
3 videos
10 files
117 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸ€kutaa-22ffΒͺΒͺ☘☘🌹
⏯,Gaaffii fi Deebi
✍ Musiliimoota.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β“΅=Yohaannis 8:14

β“Ά=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
✍ Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. ❓
✍ kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani ta’e jedhuu
...❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
⏩ Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.

β“΅=Yohaannis 8:14

#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
β€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee
#ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
⏯Kiristoos waee ofii
dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan koo,
dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti

β“Ά=Yohaannis 5:31

#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon
dhugaa bae
Dhugaa koo, sirrii mitii
Jedhe
⏩kanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee

πŸ“kanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, ta’e garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
⏯Ragaa kitaaba
✍Yohaannis 8:13-19
Kanaan kan kaes
#Fariisonni, β€œAti waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
miti” jedhaniin
.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
β€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon
dhugaa bae illee, #dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.

Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.

Kana malees Seeruma keessan keessatti illee,
#Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dha’ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee
#koo dhugaa ni baa.”

Isaanis, β€œAbbaan kee eessa jira?”jedhaniin Iyyaasuus, β€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef.
⏩ iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka ta’e ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.

β“Ά=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
β€œAni qofti waaee ofii koo yoon
dhugaa bae, waan
ani
dhugaa bau
dhugaa hin tau.

Haatau malee, waaee koo kan
dhugaa bau kan #biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun
dhugaa akka
tae beeka.

β“·=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa
dhugaa kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas
#hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
kanafuu Kiristoos ani qofti koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni koo
dhugaa
Mitti hin jennee inni.

β“Έ=Yohaannis 17:10

#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
🌹link kan xuqaaπŸ‘‡
πŸ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====