🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…± dubisaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
➑️ Waaqayyo warra dubbiin isaa itti kennameen β€˜Waaqayyoota’ jedhe; waan macaafni jedhus hin diigamu*.
Yoos immoo ana, isa abbaan qulqulleessee gara biyya lafaatti erginaan, β€˜
#Ani_ilma_Waaqayyoo ti’ jedhe kanaan, attamitti β€˜Waaqayyoon arrabsita’ jettu ree*
➑️ kanafuu Kiristoos yeroo sana lakki
ani Waaqayyo miti jedhe hin mormine.

Mat 26:63-65
Kiristoos garuu calluma jedhe. Angafni lubootaa immoo, β€œHadaraa
Waaqayyoo isa jiraataa ati Masiihicha, #ilma Waaqayyoo yoo taate nutti himi!” jedheen*.
Kiristoos immoo deebisee, β€œ
#Atumtuu jette kaa; garuu ilmi namaa ammaa jalqabee #mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan hima” jedheen*.
Yommus angafni lubootaa aaree
#uffata isaa tarsaasee, β€œInni Waaqayyoon #arrabseera, amma immoo dhuga-baatuu maalii nu barbaachisa ree? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu amma dhageessaniittu
πŸ₯₯ragaa dabalataa Yoh 5:17-18) dubbisi.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

❀️😜 yaada fi kaayyoo namni Waaqayyo wajjiin walii qixa mitii
(Raajii_isayaas 55:8_9)
#Waaqayyo, β€œ #Yaadni koo akka yaada #keessanii, #karaan koos akka karaa keessanii #miti*; akkuma waaqni lafa irraa ol fagaatu, akkasuma karaan koo karaa keessan irraa, yaadni koos yaada keessan irraa in fagaata. βž›Rom 11:33
 Badhaadhummaan araara
Waaqayyoo hammam guddata!
#Ogummaan isaa fi beekumni isaa hammam gad fagaata!
Akka inni itti murtoo godhu,
#namni qoree bira hin ga'u!
#Karaa isaas namni faana dha'ee hin hubatu*!

πŸ…± yaadni Kiristoos fi Abbaa tokkoo kuni immoo Kiristoos Waaqayyo ta'u ibsaa..

Mat 11:27
#Abbaan koo waan hundumaa dabarsee anatti kenneera; abbaa #duwwaatu isa beeka malee, #ilma kan beeku tokko illee hin jiru, ilma isaatii fi warra ilmi isaa itti mul'isuu barbaadetu abbaa beeka malee, #abbaa kan beekus tokko illee #hin jiru” jedhe.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➑️ link kan xuqaa hordofaπŸ‘‡πŸ‘‡βš οΈ
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//========
56.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 10:30(πš‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/446

57.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 34-35   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/448

58.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 10:39 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/457

59.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 11:22  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/462

60.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 11:33 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464

61.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 11:34  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/472

62.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 11:35   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/479

63.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 11:38  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/485

64.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 11:40  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/489

65.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 41-42  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/502

66.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 53-54 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/506

67.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:36 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/508

68.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:44  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/510

69.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:45 (𝚊)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/512

70.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:45(πš‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/513

71.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:49  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/515

72.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:50 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/517

73.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 13:13   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/529

74.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 13:16  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/537

75.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 13:20  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/546

76.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 13:21(𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/550

77.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 12:21(πš‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/551

78.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:1 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/554

79:πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:9(𝚊)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/562

80.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:9(πš‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/563

81.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ,14:9(𝚌)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/571

82.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:9(𝚍) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/572

83.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:10  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/577

84.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:12 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/585

85.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:13(𝚊)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/588

86.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:13(πš‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/591

87.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:16  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/597

88.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:24  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/601

89.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:28  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/607

90.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 14:31  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/621

91.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 15:1 (𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/634

92.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 15:1(πš‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/634

93.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 15:10  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/657

94.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ, 15:15 (𝚊 )  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/657

95.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 15:15(πš‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/660

96.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 17:3  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/660

97.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 17:8  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/666

98.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 17:9  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/670

99.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 17:9(πš‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/671

100.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 19:9(𝚌 ) 
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676

101.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 17:14  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/694

102.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 17:15  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/708

103.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 18:1  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/712

104.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 18:3(𝚊)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/714

105.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 18:3(b)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/715

106:πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 19:13-16 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/725

107.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 19:17  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/731

108.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 19:19 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/734

109.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 19:30  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/742

110.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 39-40  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/746

111.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:1(𝚊)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/746

112.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:1(πš‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/752

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/752

113.πš’πš˜πš‘πšŠπš—πš—πš’πšœ 20:2   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/756