βLuqaas 7:36-50π
βGuyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin #nyaatuuf turee
βKanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti #cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee
β #zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte
βAchiis #duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde #rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana #haxoofti turte
βKana malees miilla
isaa #dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte
βFariisichi isa #afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade
β Kiristoos garuu deebisee #Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qabaβ jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)
Innis, #Barsiisaa,
natti himi!β jedhe
β Namoonni #lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
βinni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
β inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate
β Haatau malee #lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban
namichi akkasumaan
isaaniif #dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallataβ
βSimoonis deebisee
Isa namichi #baayee
dhiiseef sana natti
fakkaataβ jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen
βAchiis gara #dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaaβ
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu #bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee #rifeensa
ishiitiin haxoofte
βAti ana hin #dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.
βAti #mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti
βKanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus #ishiidhaaf dhiifameera
πΉ#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.
βAchiis dubartii sanaan Cubbuun kee siif
#dhiifameeraβ jedheen
βYeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti
#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyuβ jedhanii
yaaduu jalqaban
βinni garuu #dubartii
sanaan #Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa taβe, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate
β³οΈNamni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
QabaβΌοΈ
βYoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii #hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana #jaallatan
#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni #jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu
β #Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa #fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti #dhufa
βwanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
βrajii isay 51:6
βMulβata 6:14
βfar,Daawit 90:2
βrome 12:10
β2 Qor 9:10
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
βAyyaana
Gaarii isiniif
Haataβu. Ameen.

πΉseena kan irraa
Maali hubbatan... β
β Achiis #Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: βNamni #sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.
β Kanaaf, namichi isa waamee, βWanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessiβ jedheen
β Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: βGooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.
βYommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na #simataniif waanan godhu anuu beeka.
βAchiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, βGooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?β jedheen. Namichis deebisee,
#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, β #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessiβ jedheen
βItti aansees isa tokkoon,
βAti hoo hammamtu si irra jira?β jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100β jedhe
Innis, βWaraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessiβ jedheen
β Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu, #ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.
ββAnis isiniin nan jedha, yommuu #qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa
βNamni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta #xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau
β Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?
β Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan, #badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?
#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.β
β Yeroo kanatti #Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban
βKanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
β #isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(βLuqaas 16:1-15)
βααα΅ 16:15
α₯αα²α α α ααΈαα‘
#α«α³α½αα α α°α αα΅ α¨αα³αΈα΅α α₯ααα° αα½α
ααα αα #α₯ααα α₯αα_αα£α½αα α«αααα€ α α°α ααα΅ α¨α¨α α¨ α α₯ααα α₯αα αα΅ #αα΅α°α΅ ααα
ππππππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
ππππππ
βββββββ

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)