β Dubbisaa gaarii isiniif Haataβu β πππ
π ° Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. β©Waaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 β©ifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu hin jiru jedhe.
β― kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.
Yeroo Waaqayyo #ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
π³Sera Bau 24:17
Yeroo kanatti #ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
π³Ibroota 12:29
Waaqayyo keenya #ibiddaa gubee balleessuu dha.
π Fakkeenyaaf yero museen fuulli isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.
Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara #fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
β akkuma museen yeroo fuula ifa taβen dhufu namni arguu hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni isaa hin arguu.
β yeroo immoo fuuli Musee ifa hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni ni arga jechudha.
π³ Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immoπ
β¬οΈ 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
πΊβ©Deebi keenyaπΊ
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos ni arga.
π °β©Yohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha, #isattis #ifatti of nan #mulisa.
π ± β©Yohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: βNamni na jaallatu #hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
π ±π Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))πYohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))πIbroota 1:3
Inni(kiristoos) #ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))π 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))πYohaannis 8:19
Isaanis, βAbbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) βIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanβ jedhee deebiseef.
E.))πMaatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.
F.))πYohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu #hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))πYohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
π Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
β©kutaa_2ffΒͺΒͺ itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
ππππππππππ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊLink waldaa keenya kana
Xuqa hordofaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
β οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈ

C)πβ»πΉamma immoo gara #hikaa #sirriitti koota meeπ
Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe reeβ
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 ππ ππ ππ
β. π πππππ πππππ π‘πππ π πππ ππππ ππππ ππ’'π πππππ π‘π’ππ...β
β.π πππππ πππππ π‘πππ ππππ π ππππ‘π‘π πππ ππβπ βππ πππππ π‘π’ππ.β
πΉsababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
βΎ.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buΚΌe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
β»ππππ’ππ ππππ ππππ ππππ πππ πππππππππ πππππ πππππππ ππππ ππππ.
βΏ.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
πΉamma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.
ββ.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiΚΌee dhufeen ofitti isin fudhadha.
ββ.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu Β« #inni yommuu #olii gubbaa baΚΌetti #boojuu boojiΚΌe;
namootaafis kennaa kenneβ jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baΚΌeβ jedhu, #gadi buΚΌeera, jechuunis gara lafaatti gad buΚΌeera jechuu malee maal jechuu taΚΌa? #Inni_gad buΚΌe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.
ββ.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayΚΌee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β»ππͺπ’πͺπ§ππ ππ§π§πππ©π©π.
#πππ¦π¦ππ π πππ πππππ
#ππππππ #πππ’π’πππ ππ’πππ’πππ’π’π ππππ ππ’'πππ πππ ππππππππππ, ππππ #πππππ π‘πππ πππππ ππππ.
πππππ π‘πππ π πππ ππππ ππππ ππ’'π πππππππππ ππππππ‘π πππ¦π¦ππ π’,
ππππ π ππππ‘π‘π ππππ πππ ππβππ ππππππ‘π βππππ π πππ₯πππ ππππ π π ππ’πβππ‘π πππ ππππππ’π’ππ.
πππππππ’π’ π¦ππππ πππππ‘π πππππ π πππβπππ πππππ Β« #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buΚΌe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane Β» inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
β»Henok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne β
β¬β¬β¬β¬
ππππ πππππππππ πππππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)