๐น #Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi #firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera; kanas kanan godhe, wanta maqaa
kootiin Abbaa kadhattan hunda inni akka isinii kennuuf jedheeni.
๐ โAkka wal jaallattaniif ani
wantoota kana isin ajajeera.
๐ Addunyaan yoo isin jibbe, inni isin jibbuu isaa dura akka na jibbe beektu.
๐ isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa tae ni jaallata ture.
Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef, addunyaan isin #jibba
โท....Yoh 15:16-19....โ
๐น #แฅแ แแจแฅแแฝแ แฅแแ แฅแแแฐ แ แแแจแฃแฝแแแแค แ แฅแ แ แตแ แจแแตแแแแตแ แแ แฅแแฒแฐแฃแฝแแฅ แแตแแฑแ แแฌ แแณแแฉ แแฌแ แฝแแ แแแญ แพแแแฝแแข
โ #แฅแญแต แ แญแณแฝแ แฅแแตแตแแฐแฑ แญแ แ แ แแฝแแแแข
โ #แแแ แขแ แแฝแ แจแฅแแแฐ แ แแต แฅแแ แฅแแฐ แ แแ แฅแแแข
โแจแแแแต แฅแตแแ แแแ แจแซแฑ แจแแแแ แญแแต แแ แญแค แแแญ แแ แฅแ แจแแแ แแจแฅแแฝแ แฅแแ แจแแแ แตแ แ แญแฐแแฝแ แตแแแ แแแ #แญแ แแฝแแ
โชแฎแแแต 15:16-19
รทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรท

๐น๐kutaa-23ffยชยช๐๐
๐ Gaafi fi Deebi๐
โMusiliimotaโ
โYohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee #sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
โฉGaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...โ
โฏ namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โDeebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
๐sa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.
=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira
โฉ ragaa kitaaba
Qulqulluu
โต=matewoos 26:45
gara #barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: โ #Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo, #sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.
โถ=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa #gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.
Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: โ #Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;
โท=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
โ #Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.
โธ=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka #beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.โ
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: โAmma amantanii?
#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=kutaa-19ffaa dubbisa
๐https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301
โฉYohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink channeel kan
Yoo, barbadani๐
๐ @haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====

Telegram
๐นGoofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha๐น๐๐ป
๐น๐ kutaa_19 ffยชยช ๐น
๐นGaaffii fi Deebi ๐
๐Musiliimoota๐
โ Yohaannis 7:34๐
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Gaaffii isaanii ๐
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nanโฆ