πΉkutaa-8-ffaa:
πgaaffii fi deebii Muslimoota.
β=gaaffii isaanii akkasii ture Β« Kiristoos barattoota isaa Pheexiroos, Indiriyaas, Yohaannis fi Yaaqoob iddoo kami waamee.β
AπGaliilaa..β
BπGeensereex..β
CπBeetisayidaa... β
βMaarqoos 1:16
Iyyaasuus utuu qarqara Galaana #Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa #Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii.
βMaarqoos 1:19
Iyyaasuus takka adeemee, #Yaaqoobii fi #Yohannisin ilmaan Zabdewos, bidiruu isaanii keessa taa'anii kiyyoota isaanii utuu tottolfatanii arge.
[Maatewos 4:18-22] dubbisaΒ« kani #Maarqoos wajjiin tokkummaa Β»
βLuqaas 5:1
Gaaf tokko Iyyaasus utuu Haroo #Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaΚΌanii dubbii Waaqayyoo dhagaΚΌaa jiranuu
βLuqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota #Simoon turan jechuunis #Yaaqoobii fi #Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasus SimΚΌooniin, βHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataaβ jedhe.
βYohaannis 1 :44
Fiiliphoosis akkuma #Indiriiyaasii fi #Phexros nama magaalaa #Beetisayidaa ture
π·=Deebi keenya=π
baratootanni 4n kuni namoota Magaalaa Beetisayidaatti.
Beetisayida jechuun immoo hikaa isaa Β« Mana Qurxummii Β»jechudha, sababi mana Qurxummii jedhameef Qurxummii nannoo sanatti ni bittaa, ni gurguramaa kanaafi.
β haroo #Gaalilaa jechuu fi haroo #Geensereex jechuun tokkummaa.
maqaan bara durii haroo Gaalilaa ittin wamama turee Geensereex jedhama.
geensereex jechun immoo baganaa Farfannaa jechudha
ππͺπ’πͺπ§π ππ§π§πππ©π
Kitaabni walitti bu'ee ykn wali falleessa isaa jedhufi. deebi gara olii sirriitti ilaali.
Kiristoos barattoota jalqabaa kani argee Magaalaa beetisayidati.(Yohaannis 1:44)
#lamaffaa immoo haroo Gaalilaati. (Maarqoos 1:19)
#sadaffa immoo ammasi (Geenerseex) Luqaas 5:1
baratoonni guutummaatti Kiristoos wajjiin kani deemanii iddoo kani isaa booda gara mana isaanitti hin deebine.
Luqaas 5:8
Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Iyyaasuusiti kufee, βYaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!β jedhe.
Luqaas 5:10-11
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasuus SimΚΌooniin, βHin sodaatin; #ati_ammaa #jalqabdee qabduu namootaa ni taataaβ jedhe. Isaanis bidiruuwwan isaanii gara qarqaraatti ol baasanii waan #hunda_dhiisanii isa duukaa buΚΌan. [Mat 4:22,Marq 1:20]
βπππβπ ππππ ππππππππ πππβπ’ ππ
βπ€ππ βπ’πππ πβππ ππππ πππβπ’ Β« π‘πππππ ππππ : πππππππππ πππππ ππ'π ππππ.
πΉ=Kanaafuu Kiristoos barattoota isaa kana jiratoota magaalaa beetsayida kani ta'ani fi namoota Qurxummii hojjatan Haroo nannoo magaalaa isaanii jiruu Gaalilaa(geenresex) irraa waamee. (hundu sirriidha).
link telegramaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)

πkuta-12-ffaa
β±gaafi fi deebi Musilimoota.
πgaafi isaani pheexiros duuka bu'a ta'e kani wamame erga kiristoos (Amaati) isaa fayyise Β«Dura moo?Booda?Β» jedhu.
Ragaa islamoota immoo kunoπ
β€ππππ ππ’ππππ ππππππ π ππ‘π Β« πππππππ πππππ‘π ππ ππ πππ¦π¦ππ ππ πππππ ππππ‘π’ πππ ππ’π’ππ ππ’'π πππβπ’π’ πππ π.Β»
ββLuqaas 4:38-39
Iyyaasus(kiristoos) mana sagadaatii baΚΌee mana #Simoon dhaqe. #Haati_Niitii(Amaati) Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa kadhatan. Innis isheetti gad jedhee, dhagna gubaa sana ifate; dhagna gubaan sunis ishee dhiise. Isheenis yeruma sana kaatee isaan tajaajiluu jalqabde.
ββLuqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan Iyyaasus(kiristoos) SimΚΌooniin, βHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu #namootaa ni taataaβ jedhe
β€ππππ πππππππ ππππππ π ππ‘π ππππ πππππππ πβπππ₯ππππ ππ’π’ππ ππ’'π π‘ππ,ππ ππ πππππ πππππ‘π ππ ππ πππ¦π¦ππ ππ πππβπΒ»
ββMarqoos 1:16-17
Iyyaasus(kiristoos) utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii. Iyyaasus, βKottaa, na #duukaa buΚΌaa; anis akka isin qabduu #namootaa taataniif isin nan ergaβ jedheen.
ββMaarqos 1:30-31
#Haati_Niitii (Amaati) #Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; isaanis yommusuma waaΚΌee ishee #Iyyaasusiti himan. Innis dhaqee harka qabee ishee kaase. Dhagna gubaan sunis ishee dhiise; isheenis isaan tajaajiluu jalqabde.
β¬β¬β¬
Deebi keenya.
Hundi isaa iyyuu sirridha.
Haali bareeffama jalqaba, jidduu yookin xumura yoo, bareeffame rakina hin qabu (πππππππ ππππ ππππ‘π πππππ‘ππππ πππππ ππ'π ππ ππππππ ππππ ππππππππππππππ π’πππππππ πππππππ πππππ πππππ πππππ.)
π ππππ πππππ πππππππ ππππ ππ'π ππππ π’ππ πππππππ .
β«Pheexiros duuka bu'a ta'e, isaa booda immo Amanti pheexiros fayyise kiristoos.
πRagaa keenyaπ
Yohaannis 1:40-42
Warra waan Yohannis dubbate dhagaΚΌanii Iyyaasus(kiristoos) #duukaa buΚΌan #lamaan keessaa inni tokko #Indiriiyaas obboleessa Simoon Phexros ture. Innis duraan dursee obboleessa isaa Simoonin argatee, βNu Masiihicha arganneerraβ jedheen; Masiihii jechuun Kiristoos jechuu dha. Indiriiyaasis #SimΚΌoonin gara Iyyaasus(kiristoositti) fide Iyyaasus isa ilaalee, βAti #Simoon ilma Yohannis, Keefaa jedhamtee ni waamamtaβ jedheen. Keefaa jechuun #Phexros jechuu dha.
π©Έhubachisa guyya kana garuu kiristoos pheexiroos Β«isin qabduu #namootaa taataniif isin nan ergaΒ» hin jeneeni.
π©Έkuni guyya biratti malee.
Maarqoos 1:16-17
Iyyaasus utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu Simoonii fi obboleessa isaa Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii IyyaasusβKottaa, na duukaa buΚΌaa; anis akka isin qabduu namootaa taataniif isin nan ergaβ jedheen.
πΉErga isaan wanta hunda dhisaani isaa duuka bu'ani booda gara Amaati pheexiros deeme kiristoos ishi fayyise.
Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma mana sagadaatii baΚΌaniin #Yaaqoobii fi Yohannis wajjin mana #Simoonii fi Indiriiyaas dhaqan. #Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; isaanis yommusuma waaΚΌee ishee Iyyaasusitti himan.
β¬β¬β¬β¬β¬
ππͺπ’πͺπ§π.
haali bareeffama akkana iyyuu kitaaboota islama keessati ni argama.
Fakkeenyaf:-
Sahi-Al-Bukhari 894
I heard Allah's Messenger (ο·Ί) saying, " #Anyone of you coming for the Jumua prayer should take a bath."
Sahi-Al-Bukhari 895
Allah's Messenger (ο·Ί) said, "The taking of a bath on Friday is #compulsory for #every Muslim who has attained the #age of #puberty."