๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ #Kutaa_2_ffaa
โžขkitaaba Iyyaasuu 4:15-24๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Achiis Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedhe
#Luboonni taabotaa
Dhugaa Baatuu
baatan sun Yordaanos
keessaa
akka baan isaan ajaji
Kanaafuu Iyyaasuun โ€œYordaanos
keessaa as baaaโ€ jedhee luboota ajaje
Luboonni taabota
kakuu Waaqayyo baatan walakkaa Yordaanosii
yommuu baanii
fi faanni miila isaanii
lafa #gogaa irra yommuu ejjetutti, bishaan Yordaanos akkuma duraanii deebiee
yaauu fi guutee
dhangalauu jalqabe

๐Ÿ‘‰Sabichis jia isa
jalqabaa keessaa
guyyaa kurnaffaatti
Yordaanosii baee Gilgaali
ishii kallattii bahaatiin
daangaa IYerikootti argamtu keessa buufate.

Iyyaasuunis dhagoota 12n
warra isaan Yordaanos
keessaa baasan sana
Gilgaal keessa ni dhaabe
Achiis Israaelotaan
akkana jedhe
๐Ÿ”Š๐Ÿ‘‰โ€œ #Gara_fuulduraatti
#ijoolleen keessan,
โ€˜Dhagoonni kun maali dhaโ“
jedhanii yommuu isin
gaafatan akkana jedhaatii ijoollee keessaniif ibsaa
โ€˜Israael lafa gogaag irra Yordaanosiin ni cee
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma nuti ceenutti bishaan Yordaanos
nu duratti ni gogse
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma isaan ceanitti galaanicha gogsuudhaan akkuma
Galaana #Diimaa irratti
godheh sana nuufis
ni godhe
Inni kana kan godhe
saboonni lafa
irraa hundi #harki Waaqayyo hammam #jabaa akka
tae akka beekaniif
akkasumas isin yeroo
hunda Waaqa keessan
Waaqayyo
akka sodaattaniifi
โ—ˆWalumaagalatti
Yaadanno fi humna
Waaqayyo jaba akka
Ture,akkasumas, ajaja
Inni nun jedhee hanga
Bara baratii ni rawwana
Abboota irraa, gara ijoolleetii
Gara fuulduraatti itti fufaa

3โœ inni sadaffaan
Sababa Taabooni
Gara laga deemuufi
Taboonni fakkeenya Kiristoos
Wani ibsuufi...

Kuni Kiristoos Gaalilaa
irraa Gara Yordaanos
Waani deemiif
โ—ˆragaa kitaaba
Mat 3:13๐Ÿ‘‡

Yeroo sanatti Kiristoos #Yohaannis akka isa cuuphuuf #Galiilaadhaa gara
#Yordaanos ni dhufe.
โœMar 1:9๐Ÿ‘‡

Bara sanatti Kiristoos
#Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee
#Laga_Yordaanositti #Yohaannisiin cuuphame
โžขฮ•ฮบฮตฮฏฮฝฮตฯ‚ ฯ„ฮนฯ‚ ฮผฮญฯฮตฯ‚ ฮฎฯฮธฮต ฮฟ ฮ™ฮทฯƒฮฟฯฯ‚ ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮท ฮฮฑฮถฮฑฯฮญฯ„ ฯ„ฮทฯ‚ ฮ“ฮฑฮปฮนฮปฮฑฮฏฮฑฯ‚ ฮบฮฑฮน ฮฒฮฑฯ†ฯ„ฮฏฯƒฯ„ฮทฮบฮต ฯƒฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฯ‰ฮฌฮฝฮฝฮท
โ—ˆ Taaboonni fakkeenya
Kiristoos ni ta'a jechuf dura
Mee, wanta tokko ilaala
โžขbara Muse keessa Israa'eloni
Yero bishaan dhugaan dhaban
Muuseen Waaqayyo kadhatee
Isaa booda kattaa dhagaa
Tokko keessa bishaanii akka
Bahuufi godhee Waaqayyo
(-Ser.Bau 17:16)

โœ #Phaawuloos yeroo
kitaaba Musee hiikuu akkanaa
Jedhe Ture, dhagaa kattaan
Israa'elota bishaanii basee
Suni fakkeenya Kiristoos
Jedhe dubbatee

โ—ˆ 1 Qor 10:1-4๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Yaa obbolootaa
#abbootiin keenya hundi duumessa jala akka
turanii fi hundi isaanii
galaana keessa #darbuu
isaanii akka beektan
nan barbaada
๐Ÿ‘‰hundi isaanii Musee hordofanii duumessichaa fi galaanichaan cuuphaman
๐Ÿ‘‰hundi isaanii #nyaata
#Afuuraa tokko
irraa nyaatan
๐Ÿ‘‰hundi isaanii #bishaan
#Afuuraa tokko irraa
dhugan Sababiin isaas
isaan #kattaa Afuuraa
isaan duukaa deemu
sana irraa #dhugu turan
kattaan sun #Kiristoosiin argisiisa

โžน kanafuu Kiristoos
Bara Muse yoomi
Fooni nama
Uffate, kuni bara dhiyoo
Keessa dubaroo Maariyaami
Irraa foonii fi lubbuu fudhatee
Dhalate (Luq 1:31)
โžขHaaluma walii fakkatuu
Dhagan sunii erga fakkeenya
Kiristoos taโ€™e
Taaboonnis fakkeenya Kiristoos
Yoo, jeenne ni dandama.
โ—ˆakkamitti fakkachuu
Danda'a kan jedhuu irratti
Immoo
โžขWaaqayyo dhagaa
Irratti ajjaja 10n bareesse
Muuseetii kenneera
โœser.Bau 34:29)
โœser.Bau 31:18)
-fakkeenyi ajaja kurnanii
Fakkeenyaa ilma
Waaqayyotti
Ajajaani 10n samii irraa
Dhufe tsillati sanaa irratti
Bareeffame
-tsillatin immoo dhagaa irra
Tolfame kuni immoo
Fakkeenyaaf dubaro Maariyaami
Ibsa,Kuni sanyii namoota
Bakka bu'a
=akkuma ajajani 10n tsillatti
Irrati barreeffame ibsamuu
Kiristoos dubaro Maariyaami
Irra dhalate namoota hundumaaf ifaa ta'e
โ—ˆKiristoos samii irraa
Dhufu isaa kan ibsuu
๐Ÿ”ˆ Yoh 3:13
๐Ÿ”ˆ Yoh 3:16
๐Ÿ”ˆ 1 Qor 15:47
โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ
dubaroo Maariyaami
Sanyi namoota irraa
Argamu kan ibsuu
โœ Mat 1:1
โœ Ibroota 2:16.
โœ Luqaas 2:4-5
Haaluma kana Taabooni
Fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf ni baha'a
.....................................
Wali fakkeenyi Taaboota fi kiristoos inni bira
โžก๏ธ๐Ÿ…ฑ kutaa _ 53 ffยชยช โ˜˜๐Ÿ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒปGaaffii fi Deebii
๐Ÿ…ฐMusiliimota๐Ÿšท
โœ Yohaannis 12:50๐Ÿ‘‡
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
โœjalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo๐Ÿ‘‡

โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โ€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
๐Ÿ“โž›kanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka taโ€™e ibsine jira.
โœ Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โ“น๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
โž›akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka taโ€™e guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
โ“บ๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, โ€œ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ€ isaan jechuu jalqaban
โ“ป๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dhaโ€jedhan. Kaan immoo, โ€œ #Kun_Kiristoosiโ€ jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: โ€œKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?โ€ Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœWalumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka taโ€™e beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
โžก๏ธ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

โ“ผ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
๐ŸŒบ akkuma Dubbiin Abbaa jireenya taโ€™e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo ๐Ÿ‘‡
โ“พ๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
โ“ซ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedhaโ€ jedhee isaaniif
deebise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ link kan xuqa sena๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณโจณโจณ============
๐Ÿ…ฑ kutaa-87-ffยชยช ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
       ๐Ÿซต gaaffii fi Deebi
        ๐ŸคMusiliimota
----------------------
โœgaaffii isaanii akkasii ture
โถโž› dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee โ“jedhuu
โœ Ragaa isaanii immoo๐Ÿ‘‡
โถ.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee
#dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
โท.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu,
#dhagichi akka malee guddaa taสผus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
โธ.Luqaas 24:2
Haataสผu malee,
#dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
โน.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; Ergamaan sunis dhufee
#dhagicha_gangalchee_irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebi keenya๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰hundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.

โ“ตโž›๐Ÿ’ akka
#Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta taโ€™e sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)

โ“ถโž›๐Ÿ’akka
#Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
โžฉJechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
๐Ÿ“Maarqoos 16:1๐Ÿ‘‡
Sanbatni erga darbee boodas,
#Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.

โ“ทโž›๐Ÿ’akka
#Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
โžฉJechi awaalichaa irraa gangalfame
#ture jedhuu wanta darbee ibsa.
๐Ÿƒdubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
๐Ÿ“Luqaas 23:55-56๐Ÿ‘‡
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buสผanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaสผame #ilaalan;  achiis #urgooftuu fi dibata urgaaสผu qopheessuuf deebiสผanii deeman. Haa taสผu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
โžฉDubartoonni
Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.

๐Ÿ“Maarqoos 15:47๐Ÿ‘‡
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaสผan #ilaalu_turan.
๐Ÿ“Luqaas 8:2๐Ÿ‘‡
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baสผan,
๐Ÿ“Luqaas 24:1๐Ÿ‘‡
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu
#dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.


โ“ธโž›๐Ÿ’akka
#Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
๐Ÿ“Maatewoos 28:1๐Ÿ‘‡
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti,
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Xumura irratti.
โถ.Kani
#Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta taโ€™e ibsa
โท.Kani
#Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta taโ€™e ibsa
โธ.Kani
#Yohaannis #sadaffaa irratti wanta taโ€™e ibsa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Link kan xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha