πΉπkutaa-22ffΒͺΒͺββπΉ
β―,Gaaffii fi Deebi
β Musiliimoota.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β΅=Yohaannis 8:14
βΆ=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
β Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. β
β kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani taβe jedhuu...β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β© Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.
β΅=Yohaannis 8:14
#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
βAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee #ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
β―Kiristoos waee ofii dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan koo,dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti
βΆ=Yohaannis 5:31
#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon dhugaa bae
Dhugaa koo, sirrii mitii
Jedhe
β©kanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee
πkanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, taβe garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
β―Ragaa kitaaba
βYohaannis 8:13-19
Kanaan kan kaes #Fariisonni, βAti waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
mitiβ jedhaniin.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
βAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, #dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees Seeruma keessan keessatti illee, #Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaβ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee #koo dhugaa ni baa.β
Isaanis, βAbbaan kee eessa jira?βjedhaniin Iyyaasuus, βIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanβ jedhee deebiseef.
β© iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka taβe ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.
βΆ=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
βAni qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan
ani dhugaa bau
dhugaa hin tau.
Haatau malee, waaee koo kan dhugaa bau kan #biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun dhugaa akka
tae beeka.
β·=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa dhugaa kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
kanafuu Kiristoos ani qofti koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni koo dhugaa
Mitti hin jennee inni.
βΈ=Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
πΉlink kan xuqaaπ
π @haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====

π
° kutaa-72βͺβͺffΒͺΒͺ. πΊ
πͺ΄βGaaffii fi Deebi
πͺ΄βMusiliimota
β Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa, #Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda Abbaa irraa fudha malee ofii hin beekuu jedhanii β
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
1οΈβ£ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
β΅βYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: βYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati #dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
π akka dubbisaa kanatti dubbii jireenya eenyutu qabaβdeebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.
βΆβYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
β·βYohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin #hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.β
βΈβMatewoos 7:24.
namni #dubbii_koo kana dhagaΚΌee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
πosoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif dubbii koo jedha ree?, dubbii Abbaa koo,jedhu didee ?
πWalumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ± gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif dubbii Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi
A))β©Sababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin Abbaa fi ilma Tokko wanii taβefi. β kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina hin qabuβ.
βπYohaannis 17:10
wanti kan #koo taΚΌe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taΚΌe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
B))β©Sababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka taβe mirkaneessuf turee
βπYohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo biraa akka dhufe yookiin #Ani_ofii kootiin kakaΚΌee kanan dubbadhe taΚΌuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaΚΌee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha; #jalΚΌinnis isa keessa hin jiru.
C))β©Sababa sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan biraa gara namoota dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
βπYohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.β
πiddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu Abbaa arge malee kani bira hoomtuu hin jiru jedhee jira.
βπYohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
β²kanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii taβe Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.
D))β©Sababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
βπYohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
βπYohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: βIsinis ni gowwoomfamtanii? Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
βπYohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, βHanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiβ isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: βAni isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaΚΌee koo dhugaa ni baΚΌu.