πΉ=1=biiftuun maalif
dukkaanofteβ
=deebi isaa (4)
β1β #kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
β Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
βαααα 19:1
#α°αα«α΅ α¨α₯ααα α₯ααα #αα₯α αααα«αα₯ α¨α°ααα #α αα α¨α₯αα α₯α« α«αα«α
2=fakkeenyi biiftuu #Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
βser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, βAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadanβjedhee obboloota isaatti hime.
Achiis abjuu kana #abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
βHiikni abjuu kee kanaa maali
dhaβ #Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaaββ isaan jedhe.
β #fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
βFakkeenyi #addeessa "Raahel"
βFakkeenyi #urjii ijoollee Yaaqoobi
βfakkeenyi #yoseefii Kiristoos
βLuq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: βKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa
eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.β
πJechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti
=3= inni bira dubbiin #rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
βRaaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma #hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni #cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.
#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
βRaaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.
=4=Kiristoos yeroo #lamaffaa
Yero dhufu #biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
βMat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana #aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu, #urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti #mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉGaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmateβ
π=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii #kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
πΌβFakkeenyi biraa #addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
βisaan guyyaa sana bayee
Akka akka #Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
βkan akka #Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉgaafi 3ffaa
3βlaftii Maalif sochateβ
βjalqabaa dura #Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni #dubbatee
β iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree β
πΉ lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
βlafatti fakkeenya #namatti
(Mat 13:1-7)
βRaaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: β #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa #gogaa nan #sochoosa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βLink kan xuqaa hordofaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha

Amanta Muslima dura biyya Araba kessatti Waaqni waaqeessa ture inni jalqaba β #Hubal β jedhama
β»Hubal kuni immoo #obboolleetti dubartoota sadi(3) qaba* yookiin immoo isaa afanii Ingiliffatiin (daughters ) jennu.
Maqaan dubartoota sadan immoo isanii kanaπ
βΆβ»Allat
ββ»Al-Uzza
ββ»Manat.
β yeroo Amma Muslimoonni maqaa Allat jettu sana xumura irraa qubee takka balleessaan Allah jedhuu.
Inni jalqaba=Allatπ
Inni lamaffa=Allahπ
Kanafuu Allah jechuun maqaa durii kani dubartii Allat irraa dhufee malee gara bira eessaa iyyuu hin dhufne.
Kanaafu Allah dubartii dhaππ
Fakkeenyaaf maqaa kana Allah eessaa fidee jeete osoo Muslimaa gaafate iddoo inni fidee hin beeknuu siin jedhuu π
Maqaa dubartii lamaffaa immoo Al-uzza jedhama kuni immoo Qubee β #Al β jedhuun jalqabaa.
Maqaan Allah 99 keessa tokko
Ψ§ΩΩ Ψ§ΩΩΨΉ - Al-Mani#
kana jedhun Al + Mani jechudha
Kani dubartii sana immoo
Al-Uzza=Al+ uzza jechudha.
Kanafuu Qubee Al jettu kuni eessa dhufte osoo Muslimaa gaafatee deebii isaa hin jiruπ
Link kana xuqaa dubbisa mee