π» fakkeenyi bofa isa
#Sibila diima isaa
Nasaa irra hojjatamee
nama fayyisuuπ
=1β bofti Sibila Naasa
irra hojjatamee
Fakkeenyi isaa
#Kiristoos
π bofti Kuni sibiila
cimaa irraa
Hojjatame kan
#qoricha ofii keessa
hin qabuu
π»fakkeenyi qoricha
#Cubbu fi sobaa
Kanaafuu Kiristoos
Cubbu Tokko illee
Hin qabuu ( 1Yoh 3:5)
πYoh 8:46π
isinii keessaa namni
#cubbuu hojjetteetta
jedhee na himatu eenyuβ
Ani #dhugaan dubbadha
yoon tae, isin maaliif
ana hin amantan reeβ
2=βbofti #sibiila Kuni
muka irratti fannifamee
Malee lafaa irraa hin
Godhamne Kuni immoo
Fakkeenya Kiristoos
Lafa irraa #olii fudhanii
Kiristoos fannoo irratti
Fannisu ibsa (Yoh 19:17--8)
3=βfakkeenyi sibilla
Nasaa Kuni #dimaadha
kuni immo #dhiga
Kiristoos ibsa
βRaji-isaya 63:2π
#Uffaani kee maaliif
#diimate reeβ
uffanni kee maaliif
uffata nama waynii
#cuunfuu fakkaate ree
βα’α³αα«α΅ 63:2π
#ααα΅α α΅α αα αα?
αα₯α΅α α΅ α ααα αα₯ααα« α₯αα°αα¨αα₯ α°α αα₯α΅
α΅α αα αα°α?
βkanafuu wa'ee
Dhiga Kiristoos
Rajjonni hedduun
dubbatanii jiru
β #Musen dhigaa
Kiristoos Sibila dimaa
taβen ibsee jira
β raajii #isayaas
uffaata diman ibsee jira
βMulβata Yoh 19:13π
πuffata #dhiigni itti
bubue uffateera
#maqaan isaas
Dubbii #Waaqayyoo
jedhama
β uffaata dhiigni irra bu'e
Uffaate jechuun,, foonii
Nama isaa dhiiga qabuu
Uffaate jechuudha
π #Maqaan isaa duubi
Waaqayyo jedhama
jechuun.isa immoo jalqabaa
Sagale turee, (Yoh 1:1)
inni Waaqayyo jedhee
#Sagaleen yookiin Dubbi
Suni foonii nama uffatee
Jechuu isaatii
π»α«α₯α 19:13
#α α°αα α¨α°α¨α¨ αα₯α΅
α°ααα½αα α α΅αα
α¨α₯ααα α₯αα #αα α°α₯αα α
βMulβata 19:15-16π
#Goraadeen qaramaanii fi dheeraan kan inni ittiin
#saboota rukutus afaan
isaa keessaa ni ba'a
#ulee sibiilaatiinis isaan
ni tiksa Kana malees
iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa
isa kan Waaqayyo
Hundumaa Dandauu
ni dhidhiita
#Uffata isaa irratti maqaan, #Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaaβ jedhu
barreeffameera
βHaaluma walii
fakkaatu #Kiristoos
yeroo fannifamee
Mata isaa gubbatti
Mooti yihudoota kan
Jedhu baraffamee jira
βπΉYoh 19:19-22π
#Philaaxosis_barreeffama barreessee #fannoo
sana irratti maxxanse
Wanti inni barreesses
#Iyyaasuus nama
Naazireeti #Mootii
Yihudootaaβ kan jedhu ture
Bakki Iyyaasuus itti
fannifame magaalaatti
dhihoo waan tureef
Yihudoonni #hedduun
wanta barreeffame kana
dubbisaniiru innis
βafaan Ibrootaatiin
βafaan Laatinii fi
βafaan Giriikiitiin
kan barreeffame ture
Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu
Philaaxosiin #Ani Mootii Yihudootaa tiβ akka
inni jedhe barreessi
malee, βMootii
Yihudootaaβ jettee
hin barreessinβ jedhan
Philaaxosis βEgaa, ani
wantan barreesse
barreesseeraβ jedhee
deebise
βKuni yeroo Kiristoos fannifamee kan ibsuudha
Uffaanni isaa dhiga kan
taβe Sababa kanaafi
βHaataβu malee #sibili sunii
Diima ta'u isaan dhigni
Kiristoos fakkeessu isatti
Maali dhigni nama Dima
Waani taβef
β #Museen bofa #sibiilaa
irra Kan hojjatee, Sababiin
isaa Kiristoos #ulee
sibilaan akka Saba
isaa tiksuu ibsuuf
Sibilli #cimaa akkuma taβe
Tikseen keenya Kiristoos
Cima ta'u ibsuu
βYoh 10:11π
#Ani tiksee gaarii dha
tiksee gaariin immoo
#hoolota isaatiif jedhee
lubbuu isaa
dabarsee ni kenna
=4=βfakkeenya biraa
Musen bofaa fannisee
Sana karaa laman(2)
namaa fayyisa
=1=ijan arguudhan nama
Fayyisa
=2=lamaffan immoo
Sagale bofa fannifamee
sanaYoo, dhaga'ani
namni ni fayya
πΉ=Fannoo Kiristoos #ijan
Argani kan fayyan
Fakkeenyaaf
#dukka bu'oota isati
yookiin matii 120
=HDB 1:15
βYoh 20:20π
Erga kana jedhee booda,
#harka isaa fi #cinaacha isaa isaanitti argisiise
#Barattoonnis Gooftaa
arguu isaaniitti guddaa #gammadan
β#Gammachu jechuun
Immo #fayyina arguudha
akkuma Simi'oon jedhee
β=Luqaas 2:28-30π
#Simioon mucicha fuudhee #hammatee akkana jedhee Waaqayyoon galateeffate
#Yaa Gooftaa Oli Aanaa,
akkuma dubbattetti amma #garbicha kee nagaadhaan geggeessi
sababiin isaas #iji koo
isa #fayyina argamsiisu #argeera
πΉ=fakkeenyi warra
#ijaan Oso Hin arginee
sagalee qofan
Fayyani
==//====/===
πΉ Yaada yoo qabataniiπ
#Gutema123
β kan channeel π
@haadha_Waaqa_naJaladha
β #kuta_5_ffaaπ

π» Kitaabni kaaku haara
lallabaa qabxii tokko
Hanga torba kan jirudha
β1Qor 15:13-14π
Duaa kauun warra
duanii hin jiru taanaan
Kiristoos du'aa
hin kaane jechuu dha
Kiristoos duaa hin kane
yoo tae immoo
#lallabni keenya gatii
hin qabu #amantiin
keessanis gatii hin
qabu jechuu dha
π»Kuni kan ibsuu
Adeemsa du'a ka'utti
Du'uf immoo dhalchuu
Dirqama ta'a.....,isaa booda
Addeema 1-6 ifaa godha
β’ #faayidaan du'a ka'u
kiristoos Immoo
=1=murteesisufi
=2=jireenya keenudha
Dhala namatiif
β’yeroo kana immoo
Isaa lakkoofsa 7 irraa
Jiru ibsa
=kanafuu kutaa
Lallaba kan jedhamnin
Isaan kana
Isaan kan hundumaa
Immoo seeraa jeena
Kanaafuu wajjoo jechuu
Barumsa kan ofii keessa
Qaba, wa'ee fannoos ni
Ibsa.
βmatewoos 16:24π
#Iyyaasus sana booda #barattoota isaatiin
akkana jedhe
Namni ana duukaa buuu barbaadu hundi of haa
ganu
fannoo koo baatees
yeroo hunda ana
duukaa haa buu
βMat 10:38
βLuq 14:27
βluq 9:23
βMar 8:34
π» Erga Galaatiyaa 6:14π
#Ani garuu Fannoo
Gooftaa keenya
Iyyaasus Kiristoos
isa akka ilaalcha kootti #addunyaan
anaaf duee fi isa akka
ilaalcha isaatti immoo
ani addunyaadhaaf due
irraa kan hafe
matumaa wanta
kan biraatiin
hin boonu
=Kuni immoo dirqama
Gara fannoo sii,geessa
Akkamit ati fannoo
Bonnu dandeessa
Mee,morma kee,irratti
Hidhate wa'ee isaa
Dubbacha tti malee
β’fakkeenya bira
Waaqayyo Museef
ulee keenne turee
Ulee sana bishaanii
addan Kutani
=ser.Bahu 14:21-22
β’ fannoo kiristoos
immoo hangama #ulee
Musee haa,caalu reβ
β’akkuma Musee
Ulee isaa #harkatti
Qabte diina jala ittiin
Bahee fannoo Kiristoos
#Morma keenya fi
#Lubboonni keenya
Harkati qabatanii
Dinaa jala ittin nuu
Basuu mitti reeβ
βMuse fakkeenya
lubboota (Mat 17:1-5)
β’fakkeenya biraa
Uffaanni Kiristoos
Inni dhiga hin qabnee
Dubarti waggaa 12
Dukkubsate yeroo
Xuqi qofaan fayyite
β’Mar 5:25-29?
#dubartiin dhiigni
ishii waggaa 12f dhangalaaa ture tokko jirti turte
ishiin #ogeeyyii fayyaa
#hedduu bira dhaquudhaan
baayee kan dhiphattee fi
wanta qabdu hundumaa
kan fixxe taus
#dhukkubni ishii ittuma
#caalaa deeme malee
itti hin wayyoofne
ishiin waaee Kiristoos
yommuu dhageessu
namoota hedduu
gidduudhaan duuba isaatiin dhuftee #uffata isaa #tuqxe
sababiin isaas ishiin
βAni uffata isaa qofa illee
yoon tuqe nan #fayyaβ
jettee yaaddi turte
Dhiigni ishii dhangalaaa
tures battaluma sanatti
ni dhaabate
dhukkuba ishii isa ishii
dhiphisu irraa akka
fayyites #qaama
ishii keessatti itti
beekame
β’ qoricha goggeesa
Meeqa Ishe fayyisuu
Hin dandeenye
Garuu uffata Kiristoos
Yero tokko qofa xuqate
Fayyite
=Haaluma kan fannoo
Kiristoos immoo
Yoo,xuqane qaamni
Keenya akkamitti
Hin fayyine reeβ
βMat 18:20π
#lama yookiin sadii
taanii bakka maqaa
kootiin walitti qabamanitti
ani isaan gidduutti
nan argama
=Haaluma kana
lubbooni Keenya
fannoo isaa qabatanii
Yoo,nuu,biraatti argaman
Lama fi isa oli tanaa
Inni immoo Waaqani
keenya Nuu,gidduutti
argama...................
π€² Filiphisiiyus 3:18π
Namoonni faanno
Kiristoosiif #diinota taanii #deddeebian jiru; kanaan
dura waaee isaanii
irra deddeebiee
dubbachaan ture
garuu, ammas
#imimmaaniin waaee
isaanii nan dubbadha
#Dhumni isaanii #badiisa #waaqni isaanii
garaa isaanii ti
#ulfinni isaanii
salphina isaanii ti
#sammuun isaanii
wantoota lafaa irratti
kan xiyyeeffate dha.
#Nuti garuu lammiilee
samii ti
#fayyisaa isa achii
dhufu jechuunis
Gooftaa Iyyaasuus
Kiristoosiin #hawwii
guddaadhaan eegganna
πΎα₯α α°αα½ αααα΅αΆα΅
#αα΅αα α ααΆαΉ ααα
ααααα³αα α₯α αα α΅α α₯ααα± α ααα½α α ααα α₯αα³ #α₯α«ααα΅α α₯ααα
=ααα΅α΅α©α΅ 3 :18
π»seenaa fannoo
Argamu isaa isaa
Media hedduun darbaa
Wajjin jiruu hordofa
β #Kutaa_7-ffaan
kanuman xumura
β’Galani Waaqayyof
β’Haadha Waaqayyoofis
β’Qulqulluu fannoo isaf
β’Ergamootaa Qulqulluuf
β’Qulqullota hundumaaf
Haataβu Ameen.
βYaada yoo qabataniiπ
#Gutema123
β kan channeel π
@haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====

π
± dubisaa πππ
β‘οΈ Waaqayyo warra dubbiin isaa itti kennameen βWaaqayyootaβ jedhe; waan macaafni jedhus hin diigamu*.
Yoos immoo ana, isa abbaan qulqulleessee gara biyya lafaatti erginaan, β #Ani_ilma_Waaqayyoo tiβ jedhe kanaan, attamitti βWaaqayyoon arrabsitaβ jettu ree*
β‘οΈ kanafuu Kiristoos yeroo sana lakki ani Waaqayyo miti jedhe hin mormine.
Mat 26:63-65
Kiristoos garuu calluma jedhe. Angafni lubootaa immoo, βHadaraa Waaqayyoo isa jiraataa ati Masiihicha, #ilma Waaqayyoo yoo taate nutti himi!β jedheen*.
Kiristoos immoo deebisee, β #Atumtuu jette kaa; garuu ilmi namaa ammaa jalqabee #mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan himaβ jedheen*.
Yommus angafni lubootaa aaree #uffata isaa tarsaasee, βInni Waaqayyoon #arrabseera, amma immoo dhuga-baatuu maalii nu barbaachisa ree? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu amma dhageessaniittu
π₯₯ragaa dabalataa Yoh 5:17-18) dubbisi.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€οΈπ yaada fi kaayyoo namni Waaqayyo wajjiin walii qixa mitii
(Raajii_isayaas 55:8_9)
#Waaqayyo, β #Yaadni koo akka yaada #keessanii, #karaan koos akka karaa keessanii #miti*; akkuma waaqni lafa irraa ol fagaatu, akkasuma karaan koo karaa keessan irraa, yaadni koos yaada keessan irraa in fagaata. βRom 11:33
Badhaadhummaan araara Waaqayyoo hammam guddata!
#Ogummaan isaa fi beekumni isaa hammam gad fagaata!
Akka inni itti murtoo godhu, #namni qoree bira hin ga'u!
#Karaa isaas namni faana dha'ee hin hubatu*!
π ± yaadni Kiristoos fi Abbaa tokkoo kuni immoo Kiristoos Waaqayyo ta'u ibsaa..
Mat 11:27
#Abbaan koo waan hundumaa dabarsee anatti kenneera; abbaa #duwwaatu isa beeka malee, #ilma kan beeku tokko illee hin jiru, ilma isaatii fi warra ilmi isaa itti mul'isuu barbaadetu abbaa beeka malee, #abbaa kan beekus tokko illee #hin jiruβ jedhe.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β‘οΈ link kan xuqaa hordofaππβ οΈ
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//========

πΊ kutaa-93-ffaaπ
β»gaaffii fi deebi
β»Musiliimota
βYohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture
πGaaffii Muslimoota akkanaa ture
1= #sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu β
β¬β¬β¬β¬β¬
π³ Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani #Abbaatti.
πsagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin #Ξ»ΟΞ³ΞΏΟ Ο(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo #ΞΟΞ³ΞΏΟ(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu ΞΟΞ³ΞΏΟ(logos)
π₯₯Hubabachiisaπ₯₯
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama Β« Haataβu malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara Β»
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πamma gara mataa duree keenyaatti
β»dubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
βRagaa keenyaπ
βΆβ»Mulβata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
β»iddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
β»kani uffata uffatee suni sagalee dha
β» sagaleen immoo kani Abbaatti
β·β»Yohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baΚΌee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
β»Ani Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
β»Abbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.
β sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani taβe Kiristoos akkasii jedhe Β«Ani kophaa kiyya miti jedhee Β»
βΈβ»Yohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
β¬β¬β¬β¬
Ι’α΄Κα΄ α΄α΄Κα΄Ι’Κα΄α΄α΄ α΄α΄α΄α΄α΄π
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)