๐ป Waaqayyo kuno
Duumeessa Ariftaan gara
biyya Gibxi Ni dhufa:
๐แฅแแแ แฅแแญ แ แแฃแ
แฐแแ แฅแญแ แจแจ แแฐ
แแฅแ แญแแฃแ
=Raji-Isaayyaas 19:1
=แขแณแญแซแต 19:1
๐พ========๐พ
= #kuta_4_Ffaa
Goondasa:Maariyami
๐Isaayyaas jechuun
Qoricha jechuudha.
๐Abbaan isaayaas
Amoosi jedhama
๐bara inni Raaji dubbatee
Dhalota Kiristoos dura
Bara,688-740 tti
๐Kitaaba Tokko qofaa
Bareesse.Kitaabni
kuni boqonna 66 qaba
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โWaaqayyo #Dumeessa
Ariftaan gara,biyyaa
Gibxii ni Dhufa yeroo jennuu
โ jalqabaa dura Waaqayyo
Maalif,Arifachuu isaa
Barbachise_____โ
โ Kitaba #hosee irratti
Abbaan ilma isaa
Gara,Gibxii akka wamee ni
Beekama,(hose 11:1)
โ haali inni gara Gibxi
itti deemu immoo
dumeessani
โWaaqayyo jedhee kan
Wamame amma immoo
Ilma ykn Kiristoos'
=akkuma hoseen ilma
Jedhe, Isaayyaas immoo
Waaqayyo jedhee
=ilma=Waaqayyo
Jechun Tokkuma Kuni
Aangoo Waaqummaa isatti
โDumeessa kan jedhamtee #Maariyaamadha
Sababiin isaa haati fi mucaa
Fudhi deemi jedhamee.
๐นdumeessa #Ariftaa kan
Jedhu Hiika akkana qaba
โ=1: Tokkoffan Ergama Waaqayyo, Herodis jala
Akka deeman yeruma sana
Tau ibsa
sababii isaa #halkanii Waani
Deemanif (Mat 2:14)
โ=2:Lamaaffan guyyaan #fayyina amma wani jedhameef
Kiristoos dafee iccitii hundumaa rawwachuu qaba,
Isaan keessa dubbi
rajoota Jechudha
=2Qor 6:2:Luq 4:19-20
โ Sadaffaan Maariyaami haati Kiristoos wanta hunda ariitiidhaan kan rawwatuu ta'u Ishe ibsuuf
=Luq 1:39:Yoh 2:1-8.
====||====||===
๐นWaaqayyo maalif samii
irraa iyyuu #xawoota biyya Gibxii balleessuu hin danda'u
maalif dumeessan dhaquun barbaachise____ โ
โjalqabaa dura Waaqayyo
Tessoo isaa #samii irra
Inni bira immoo dumeessi Waaqayyo #gaditti
#lafa olitti Argama:
โขKuni jalqabaa irratti
Wa'ee haadha isaa #kabaja
ishee ibsuuf.
Dubaro Maariyaami
#Namoota kani olitti
#Waaqayyo gaditti jechuu ibsa
๐ปDumeessan biyya Gibxii
Qofa deemee malee biyya
Biraa dumeessan hin deemnee
Kuni immoo Guutumati
Dubaroo Maariyaami ilma
Ishee waliin akka deemtee
Ibsuuf......
Kanaafuu kan shakkii tokko
Male Amanun dirqama
โ Akkuma #Eliyaas dumesaa xinnoo fayyadamee Roobaa
Gaarin Roobee bilqilche
1mot 18:45:Yaaqoobi 5:16-17
=fakkeenyummaa kan Ilmi
Ishe dummeessa dhugaa fayyadamee xaawooti
Gibxii balesse.
๐นWaaqayyo sami tae osoo
jiru Xaawooti biyya Gibxi balleessu hin dandau kan
jedhu irraati..โ
โSer.Uum 11:5๐
ijoolleen Addaami kan
hojjatan magaala #ijaarsa isaani ilaaluuf Waaqayyo
#gadi bu'e
๐ แฅแแแ แฅแแญแ แจแ แณแ แแแฝ แจแ แฉแตแ แจแฐแแ แแแฅ
แแแจแต #แแจแฐ
=แแแฅแจแต11:5
โHaaluma kan Waaqayyo ammas cubbuu biyya Gibxii balleessuuf dhaqee
Yakki biyya Gibxii fi yakki
biyya Baabilon #tokkummaa kan jechuun kallattii
kamiyyuu yoo Tae cubbuun,cubbuumaโผ๏ธ
โFakkeenyaaf #sobaan cubbuu yoo,hojjate cubbuma
โhaatuun cubbuu yoo
hojjatee kunis cubbuuma
garuu fulaa duraa
Waaqayyotti murtii irratti
Gargaruma qaba =mut 22:12
๐ปbiyyi Gibxii fi Babiloon
Wali fakkeenya qabuu akkasumas gargarummaas qabuu.
โณ๏ธ Walumaagalatti yaadaa
Kan ni xumura..
โณ๏ธ wa'ee Dumeessa qabxii
Kan qofa osoo hin tanee
Kan bira illee akka jiruu
Beekamadha..
||~~~
๐น @haadha_Waaqa_naJaladha
====||====||=====

๐น Duaa ka'uu fi jireenyi
Ana Namni anatti amanu
yoo du'e illee deebiee
ni jiraata.
๐ป #แตแแฃแคแ แแญแแต แฅแ แแ แจแแซแแแฅแ แขแแต
แฅแแณ แแซแ แญแแแ.
โขYohaannis 11:25
โข แฎแแแต 11 :25
"""""""""""""""""""""""""""
๐ป Bagaa Geessan ๐ป
โฌโฌโฌโฌโฌ
โณGuyyaa Boqonna
Qulqulleti Dubaroo
Maariyaami
โฌ bara Luqaas
Amajjii 21 tti
โขbara Kuni 49 D.K.B
Yookin imoo hanga ammatti
=2014-49=1965 E.C
โkana booda qabxiiwwan
Murasa ni ilaala
โ boqonnaa Qulqullota
(1)โฌFakkeenyaaf
Henok fi Eliyaas
Osoo foonii hin
Osoo hin du'in
Boqonnaf gara
Sami oli bahanii
โขseera. Uum 5:24
โข 2 Mot 2:12
(2)โฌfakkeenya
Bira foonii boqachuu
โข Musee
โ ser.kees.deebi 34:5-7
โข Abrahaami
โser.Uum 25:7
โข Yaaqoobi
โHDB 12:2
โข Isxifaanosi
โ HDB 7:60
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=du'a ka'u irratti
Immoo Yaada jiruu
๐ปQulqullooni
Namni tokko erga
Boqate Waaqayyo
Kadhatani du'a ni
Kasuu
Fakkeenyaaf
โขEliyaas kan
Godhe jira
โฌ 1Mot 17:21-22
โข Pheexiroos
Kan godhee jira
โฌ HDB 9:40-41
๐ปkan biraa immoo
Ulfana fi kabajanii
Goofta keenyaaf
Haataโu
Nama du'e guyyaa 4 booda
Du'a kasee jira
=Yoh 11:17-43
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ namoonni Kuni
immoo Waaqayyo
Aangoo isaniif
Kenne ni jiruu
Akkasumas hanga
Kiristoos dhuftii ni turuu
โขMaatewoos 16:28
โขYohaannis 21:22
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
haatii Gooftaa keenya
Guyya kan boqote
Iddoo muka jireenya
Jala turte,
Yeroo sanaa kan ture
Yohaannis qofaa
Duuka bu'oonni Kuni
Hin jiranii ture
Sababa barumsa nannoo
Gargara deemanii jiruu
Yero dhaga'anitti
Giifti keenya arguuf jedhanii
Ji'a 12 f, keessa guyyaa 1 irra
Eeggalani sooman eeggalani
Jiruu.
Haaluma kan xumura
Irratti Waaqayyo haadha
Kana isaanii kenneera
Isaa booda gara samiirratti
Oli bahate jirti
Kunis dubbiin Raji
Akka rawwatamuuf
Ture
(1)๐ Raji_Amos 3:7
Waaqayyo Gooftaa
Oli Aanaan #iccitii isaa
raajota warra #tajaajiltoota
isaa taanitti utuu hin
#mulisin Waan tokko
illee hin raawwatu....
โkanafuu duukaa
Buota isaa hundumaa
Waliti qabe, hadhaa
Isaa kenneefii, isaa
Booda gara samii
Yero olii bahatu akka
Toomaasi arguu sababa
Kanaafi godhee
(2)๐ Far.Dawaatti 131/132:8
Maaloo gara boqonnaa keetii ka'i, Ati fi Taabooni mana Qulqulluuma kee,
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
ati kan jedhamee
Waaqayyo Ture
Kanaafuu ka'uufi jalqabaa
Dura du'u jirachuu qaba
Haaluma kan Kiristoos
Due, du'a dige ka'e
Jira (1 Qor 15:54-57)
โขTaaboota mana
Qulqulluuma kan
Jedhame Qulqulleeti Maariyaamidha..
โขjalqabaa ka'u Ishe
Dura boqachu qabdii
Wani taโef...
(3)โYoh 12:24
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, firiin #qamadii
tokko lafa buutee yoo
du'uu baatte, firii tokkittii
taatee hafti
yoo du'e garuu,
firii hedduu godhatti.
(4)โ Roome 6:5
#Du'a akka isaa duโuudhaan
isaa wajjin #tokkummaa
yoo qabaanne duaa
kauu akka isaa argachuudhaanis isaa
wajjin tokkummaa
akka qabaannu
beekamaa dha.
โขRoome 6:8
Kiristoosii wajjin yoo
#duune isaa wajjin akka
jiraannu ni amanna.
โโโโโโ
Akkuma Nami kenna
gara Gara qabuu
Kabaja innii qabus
Isuma kana.
(" 1 Qor 12:1)
(" 1Qor 15 :41)
=Haaluma kan
Dhala nama keessa
Akkuma ilma ishii
Boqate, olii bate Kunis
Tau kan danda'u
โ ser.Uum 18:14๐
Wanti Waaqayyoodhaaf
hin dandaamne jiraaโ
โ Luqaas 1:37
wanta Waaqayyo
dubbatee utuu hin
raawwatamin hafu tokko
illee hin jiru
Yookin wanti Waaqayyof
Hin danda'amne tokko
Illee hin jiruu...
โWalumaagalatti
#Maariyaamin
Eliyaas, Muse,
Abrahaami, Yaaqoobi
Pheexiroos,Henok
Isxifaanos,,,,
Hunduma ni caalti.
(Luq 1:48) irratti, akka
Hunduma Caaltuu ni
Ibsa kunis dhaloni
Hundi Eebbifamtu
Kan jedhuu irratti
#Dhalota kan jedhame
Addaami jalqabaa
Hanga xumura Addunya
Kan namoota jiratani
๐ปkabajaan Waani
isaan Caaltuuf
Eebbifamtu jedhuu.
๐link kan xuqaa๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐นโ kutaa+35ffยชยชยป ๐๐ท
Gaafii fi Deebi
๐ ๐ฆMusiliimota ๐ฆ ๐
โYohaannis 10:27๐
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, #Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,..... โ
โงFakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).
โ kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....โโ
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
โงDeebii keenya ๐
โ kutaa 34ffยชยช keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
๐๐๐๐๐๐๐๐
โงnuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
๐ Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba
๐นkitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa taโe, akkuma kana ijoollee kee, akka #Margaa lafa ni ta'u (แแญแ แ แณแแ แฅแแฒแแแฅ แตแแแตแ แ แฅแแฐ แแตแญ #แฃแญ แฅแแฒแแ แณแแแแ *แขแฎแฅ 5:25)
โงiddoo kana irratti fakkeenya nama kani taโe Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
๐ Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3
โ Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male #cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
โงlakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo = #Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.
๐ yaadaa lamaffaa bara #durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
๐kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa #dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นโงmee, #nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.
1โฃ=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee #hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.
๐โง Maatewoos 25:32-33
Saboonni #hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma #tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.
2โฃ= sagalee Waaqayyo yoo, #dhageenye hoolota jedhamana.
๐โง Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin #taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu
3โฃ=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni #midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne
๐โง Far 44:22
Nuti sababii #keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.
4โฃ= Waaqayyo wani nuu, #tiksuuf hoolotaa jedhamnee
๐โง Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota #kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha
5โฃ= #Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee
๐โง miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan #walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee #tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqaa
hordofa๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==๐๐๐

๐นGoofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha๐น๐๐ป
๐น๐kutaa_34ffยชยช.๐บ๐น
โ=Gaafi fi Deebi
โ Muslimootaโ
โโโโโโโ
1=โYohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani #hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=โ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe:โฆ