๐น๐น๐น๐น๐น๐๐๐๐๐
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
โ kuta.8ffยชยช
=======
โข gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
๐นYoh 4:34-๐
๐ #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#แขแจแฑแตแ แฅแแฒแ แ แแธแ
แจแฅแแต แแฅแ #แจแแจแแ
แแแต แ แฐแญแ แแแต
แฅแซแแแ แฅแแฝแ แแแต แแ
โแฎแแแต 4 :34
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Deebi isaa....โ
Yoh 4:31-38๐
๐พYeroo kanatti #barattoonni
isaa, โRabbii
#nyaadhu maleeโ jedhanii
isa kadhatu turan
Haatau malee inni, โAni nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektanโ isaaniin jedhe.
Kanaaf, barattoonni isaa โNamni nyaata isaaf
fide jiraa laata?โ
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
โNyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.
Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu
inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;
jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, โInni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haamaโ jedhudhugaa dha
Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ mateewos 9:37-38๐
โ Achiis #barattoota isaatiin, โDhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaaโ jedhe
โluq 10:1-3๐
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge
Achiis akkana isaaniin jedhe: โ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
โ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata
Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha
Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
โข Efesoon 2:19-22๐
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira
Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu
โข 1Qor 9:16๐
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!
โข Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.
Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista
โ Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina
anaaf kenn i
๐นYoh 5:17๐
Kiristoos akkasi jedhen โAbbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedhaโ
jedhee isaaniifdeebise
โser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan; namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.
Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, โEessa jirta?โ isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
โAni iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;

Haala dubbii Kiristoos fi Abbaa jidduu jiru ibsuuf malee.
โ Fakkeenyaaf seera Uumama 1:26 irratti akkasii jedha โ koota nama akka bifaa keenyaa fi fakkeenya keenyaatti yaa, Uumanu jedha.
๐ akka jecha kanati qaamni tokko qaamaa biraattin koota yeroo jedhuu , wani qaamni tokkichi suni qaama biraa kadhatuu fakkaata, garuu iddoo kanati kuni kadhannaa irree hin ibsu Sababiin isaa qaamni tokko kadhate, qaamni immoo biraa kadhatama yoo,taโe
Xumuraa irratti nama Aangoo tokkoo ,yoo, uumamni, erga Aangoo isaanii wali qixxee taโe immoo maali kadhachuu hin barbaachisuu " kanafuu jedhi koota jedhuu maali ibsa ree, waliin dubbii qofaa ibsa jenne Amana.
โ Haaluma wali fakkata Kiristoos immoo ani Abbaa isiniif nan kadhadhaa yeroo jedhuu. Waliin dubbii isaanii qofaa ibsuuf.
Ragaa kitaaba Qulqulluu
kunoo ๐
โปโปYohaannis 14:13-14
#Abbaan karaa Ilmaa #ulfina akka argatuuf, wanta
isin maqaa kootiin #kadhattan hunda Nni isiniif nan raawwadha. Wanta akkamii iyyuu #maqaa kootiin yoo
kadhattan ani nan raawwadha.
โkanafuu Ani isiniif nan rawwadha jedhe jira ,Qaamni raawatu kuni immoo Waaqa
โผโปYohaannis 14:16
Ani Abbaa nan #kadhadha Abbaanis inni bara
baraan akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa kan biraa isiniif ni kenna.
โkuni illee waliin dubbii Kiristoos fi Abbaa ibsa Ilmi Abbaan Afuurra Qulqulluu ergi jedhanii
โฝโปYohaannis 15:7
Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi #dubbiin koos isin keessa yoo jiraate,
wanta barbaaddan #kadhadhaa, innis, isiniif ni raawwatama.
โพโปYohaannis 15:16
Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera;
kanas kanan godhe, wanta #maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni
akka isinii kennuuf jedheeni.
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ
โitti fufa......
๐link waldaa keenya kunoo isaa kana xuqaa๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
=========||========

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐นkutaa-76-ffยชยช๐ง
๐gaaffii fi Deebi
๐Muslimoota
๐ pheenxee
โYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin #kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu Kiristoos erga Waaqayyo taโe maaliif kadhachuu isa barbaachise jedhuuโ๐
2= pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ๐
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ Deebii keenyaa.
๐ Lakki Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee โ Ana na kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin โ.
โถโชMaatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, โDhuguma iyyuu, #midhaan sassaabamu baayสผee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaaโ jedhe.
๐ hiika jechoota kana
1โปmidhaan sassaabamu kani jedhamee ยซnamoota Addunyaa kanattiยป
2โปHojjatoota kani jedhamee ยซBarattootaยป isaatti
3โป Gooftaa makaricha kani jedhamee ยซ Kiristoos ยป
โผโผโผโผโผโผโผโผ*
kanafuu Kiristoos barattoota isaatiin โ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee ยปโ
๐ kanafuu Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayyaโ
Yaa, pheenxee maali
siif wayaโ
โฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑ
๐Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
โทโชYohaannis 17:9-10๐
Ani waaสผee isaanii sin kadhadha; kan ani si #kadhadhu waaสผee addunyaa utuu hin taสผin, waaสผee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taสผe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐ชท akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa mooโ
B)) kani Kiristoos โ
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa Kiristoos akkasii jedhee jira ยซ kani kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef ยป
๐erga immoo namni kani Kiristoos taโe,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise reeโjennee pheenxee fi Muslimaa gaafannaโ =deebi hin jiruu ๐ jedhuu.
โฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑ
โป Walumaagalatti Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
โธโชYohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
โนโชGalatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
โฃโ kanafuu bilisa kani sii,basuu Kiristoos erga taโe ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
โบโชRaaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, #inni_lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
โฃโ amma Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
๐ dhiifamni Kiristoos akkamitti beekamaโyoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
๐dhiifamni Abbaa akkamitti beekama โilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
๐บ yaada bira immoo Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a โyaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee โdeebii nutti himma kaa๐โ
โฑโฑโฑ
โปโชMaatewos 6:9
โEgaa, isin akkana jedhaa #kadhadhaa: โโYaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaสผu.
โผโชMaatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa ๐๐๐