๐นAkkuma #Museen
lafa onaa keessatti
bofa #fannise
#ilmi namaas
#fannifamuu qaba
โข kunis, isatti kan
amanu hundi jireenya
bara baraa akka
qabaatuuf
๐ป #แแดแ แ แแตแจ แ แณ
#แฅแฃแฅแ แฅแแฐ แฐแแ แฅแแฒแ
#แ แฅแญแฑ แจแแซแแ แแ #แจแแแแ แแญแแต แฅแแฒแแจแ แฅแแ แฅแแณแญแ แ #แจแฐแ แแ #แญแฐแแ แญแแฃแแ
โขYohaannis 3:14-15
โขแฎแแแต 3 :14-15
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
= #kutaa_3-ffaa
โ Duubi fannoo
โakka eeyyema
Waaqayyottin
1โmuseen Maaliif bofa
fanisuu isaa barbaachise _โ
2โMusee bofa meeqa
Fannise=____โ
3โMuseen bofaa lubbuu
Qabu dhisee, maalif bofaa.
#Siibila diimaa irraa tolche
Fannise=_________โ
====||====||====
โ jalqabaa dura
Jecha kan kan dubbate
#Waaqa keenyaa Kiristoos
โiddoo kana irratti
Kiristoos fakkeenya
Musee kan dubbaate
Fannoon Kiristoos
Akkuma wanta salphaa
Osoo hin tanee karaa
Raajotan dubbatame itti #fayyadama akka turan
ifa,Gochuuf
โakka fakkeenyati
rajji Muse Qofa yaa
fudhannuu malee
Raajooni #hundinuu
dubbatanii Jiru
โraajoonni hundinuu
Akka wa'ee fannoo
dubbatan Kitaaba
#Qulqulluu raga qabna
โYoh 5:39๐
๐isin #Kitaabota #Qulqulluudhaan jireenya
bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif kitaabota
sana #qorattu
#kitaabonni kunis
#waaee dhuma koo
dhugaa bau
โแฎแแแต 5 :39๐
#แฅแแแฐ #แ แแปแแแต แจแแแแ
#แแญแแต แฅแแณแแฝแ แญแแตแแฝแแแ แฅแแญแฑแ #แตแแจแแซแแฝแ #แฅแแญแฑแ แตแ #แฅแ #แจแแแฐแญแฉ แแธแ
๐นKanaafuu Kitaabni
hundinuu wa'e kiristoos
Ibsu Jedhuu isaatii
๐ป gara mataduree
Keenya yoo
deebinuu immo
๐ปfannoo Kiristoos
Raaji Muse akkamitti
ibsame kan jedhu ilaala
๐ปSer.lakkofsa21:4-9๐
israa'eloonni naanna'anii
biyya #Edoomi bira darbanii adeemuudhaaf tulluu Heromniii ka'anii karaa galaana #diimaa dhaquf ni deeman garuu karaa irratti baayye ni dadhaban
#Sababa Kanaafi Akkasi jedhan #Lafa onaatti akka dhumnuuf biyya #Gibxii keessaa nu baaftaniiโ
โ Buddeenni hin jiruโ
โ bishaan hin jiruโ
โ nus nyaata kan jibbineโผ๏ธ jedhanii #Waaqayyoo fi #Musee irratti in dubbatan
yeroo kanati Waaqayyo yommus #bofoota isaan gidduutti in erge
bofoonni isaan #iddan(cininan) isaan keessaa #namoonni baay'een in #du'an Kana irratti jarri #Musee bira dhufanii
Nuyi Waaqayyo irratti
si iraati cubbu hojjane
#bofoota kana nu irraa akka #deebisuuf Waaqayyoon nuuf #kadhadhu jedhan
Museenis jaraaf in kadhate Waaqayyo immoo Museedhaan "Bofa #Nasaa irra tolchii
#Mukati fannisi
#Namni bofni #idde gara isaa yoo #ilaale in #fayya" jedhe. Museen ni hojjate namni bofni idde hundinuu, gara bofa #nasaa irraa tolfame sanaa yeroo ilaaletti in fayyanii
๐นqabxii hubbachu qabnuu
Bofa #lama jiraachuu isatti
=1=tokkoffan bofaa lubbuu
Qabu isaa Namoota hidee.
Ajjeesse.
=2=inni lamata bofa lubbuu
Hin qabnee isaa Naasa irraa
Hojjatame,namoota fayyise
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
โFakkeenyaa bofaa
Lubbu qabuu isaa
qoricha #Nama ajjeesuu
=1=โbofti qoricha ofii
keessa.Qabu inni
nama ajjeesee
โfakkeenyi isaa #Seexanaa
Ykn #Daabiloos dha
โ Mulโata Yoh 12:9๐
#jawwee guddaan sun
jechuunis #bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadii darbatame; inni gara
lafaatti gad darbatame Ergamooni/maleekonni
isaas isaa wajjin gadi darbataman
=2=โbofti lubbuu qabu
suni Qoricha nama ajjeesuu
Qoricha kan jedhame soba fi cubbudha
โYoh 8:44๐
๐isin kan #abbaa
keessan kan Diyaabilosi
fedha abbaa keessaniis
raawwachuu barbaaddu
inni jalqabumaa kaasee
kan #nama_ajjeesu ture dhugaan isa keessa
waan hin jirreefis dhugaatti jabaatee hin dhaabanne
inni #sobduu fi abbaa sobaa waan taeef, soba yommuu dubbatu ofii isaa keessaa baasee dubbata
=inni jalqabaa nama
Ajjeessa turee jechuun
Jalqaba Addaami kan
Dogogora soba itti
Dubate isaa Waani ta'ef (ser.Uum3:1-5)
=3=โfakkeenyi biraa
bofti inni qoricha nama
ajjeesuu #Adaami
=Maalif sababa Addaamiif
Namoota jiran hundi #cubbuu
Isaan du'an yookiin
isatu sanyii isaa
ajjeesee (1 Qor 15:49)
====||===||====
โ Yaada yoo qabatanii๐
#Gutema123
โ kan channeel ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ #kutaa_4-ffaa๐

๐ฅ kutaa -68-ffยชยช. ๐ฅ
..................................
โ gaaffii fi Deebi
โ Muslimoota.
โ Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf, #akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉ gaaffii isaanii
1=Kiristoos akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.โ
========= ||
๐ณ Deebii keenya.
๐Kiristoos illee ni hojjataa, akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
๐A)).โฉYohaannis 1:3
Wanti #hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
โฉakka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga taโe ,Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.
๐B)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
โฉhumna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa Kiristoos akka rawwatu ibsa.
๐C)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef, #Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
โฉ kanafuu humna kani namaaf kennuu Kiristoos ,erga akkasii taโe ni galateeffamaa.
๐D)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti #sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
๐ณ Kiristoosiin taโe jedha ammasi,yeroo Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.
๐E)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu #Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
โAbbaa fi Kiristoos samii tokko qofa Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Kiristoos maalif akka Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .
๐F)). Ibroota 5:8-9
Inni #ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.
๐G)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan โgooftaa kooโ jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.
๐H)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.
๐ณ Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
๐บ link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofa๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ