Audio
β ortodoksi fi pheenxee
β© pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
βgara tokko Waaqa
βgara tokko nama
ββ nutti orthodoksi biratti
π °Gara tokko waaqa β
π ±Gara tokko namaβ
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
π Ύ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1οΈβ£ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu π
π ° nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa
1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?β
πΊRaji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)