Forwarded from Gutema Gelana
βΌοΈπΌ βΌοΈTiskeen keenya innii bilisa nuu,baasee #Kiristoos akka taβe hubatee jirta
π warri osoo Waaqayyo taβe maalif yaa,#Abba jedhee
Osoo Waaqayyo taβe maalif #kadhate kan jedhuu irraatti ragaan keenya isaa olii hundumaa dubbisaa
π ilma namaa isa samii irraa gadibue malee, namni gara samiitti ol bae tokko illee hin jiru (Yoh 3:13)
β Kiristoos samii irraa akka dhufe hubbadha, Waaqayyo ta'u isaa hubbadha
π» Lakki kan hin ta'u yoo jeette ati #saree dha
12π2 Phe 2:20-22
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β #Beekumsa sirrii waaee
#Gooftaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoos argachuudhaan #xurii_addunyaa jalaa erga baanii booda, #lammata wantootuma kanatti yoo
deebianii fi isaaniin yoo moaman haalli isaanii inni dhumaa isa jalqabaa irra akka hammaatu beekamaa dha
πΉ #Daandii_qajeelummaa sirriitti erga beekanii booda ajaja Qulqulluu isa fudhatan sana irraa garagaluu mannaa, daandii qajeelummaa
sana utuu sirriitti hin beekne taee isaaniif #wayya ture.
π #Mammaaksi dhugaan, β #Sareen_diddiga ishiitti
deebiti; #booyyeen_dhiqamtes_dhoqqee keessa gangalachuu ishiitti deebitiβ jedhu sun isaan irratti #raawwatameera
13π1 Phe 3:18-19
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ #Kiristoos inni #nama Qulqulluu tae warra #jalootaaf jedhee #cubbuudhaaf
yeroo hundumaaf akka tautti #ali_tokkicha_du'eera; kana kan godhes gara Waaqayyootti isin geessuuf jedhee ti. Inni fooniin ajjeefame, garuu #Affuuraan jiraataadha . Haala kana keessa utuu jiruus, dhaqee #lubbu_mana hidhaa keessa jiraniif lallabe
14π1 Yoh 4:1-2
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ Obboloota jaallatamo, #raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti waan baaniif, dubbii geggeessaa
hafuuraatiin dubbatame hunda hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame
Waaqayyo biraa kan dhufe tauu fi dhiisuu isaa beekuuf qoradhaa.
π #Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame #Waaqayyo biraa kan
dhufe tauu isaa kanaan ni beektu: Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatamee fi Iyyaasuus Kiristoos
#fooniin akka dhufe amanee fudhatu hundi Waaqayyo biraa kan dhufe dha
15π2Yoh 1:7
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β¨οΈdogoggorsitoonni #Iyyaasuus Kiristoos #fooniin
dhufuu isaa amananii hin fudhanne hedduun gara addunyaatti baaniiru. Inni dogoggorsuu fi Kiristoosiin mormu sun isa kana
β.........πΉjalate dhiistee
β..........πΉKiristoos
tiskeedha

βΌοΈFiroottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
β¨οΈ α¨αααα½ ααα α αα α΅α α¨α°α α« α¨αα
β=Luq 1:61
β=ααα΅ 1:61
β¬β¬β¬β¬ββ¬β¬β¬β¬
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen
π» dhaloota isaa
akkana tureπ»
πΌ #Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan #maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan
π» #Haati isaa garuu deebistee, βHin tau! Yohaannis jedhamuu qabaβ jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beekuβ jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan
π» innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa #Yohaannisiβ jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate
π» #Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi, #Mucaan kun
maali taa laata?β jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas #Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture
π» Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa #Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1βyaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif #xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2β inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa #fayyinaa nuu kaaseera
3β kunis akkuma #afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha
4β #Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5βAkkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti #gara_laafina nutti argisiisa
6β kakuu isaa isa #Qulqulluus ni yaadata
7β Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya #Abrahaamiif kakate dha
8β akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9β sodaa malee #tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna
10β kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya #hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11β Ati garuu yaa mucaa
nana, #daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12β sabni isaa dhiifamni #cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13βKunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis #ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14β inni warra #dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15β Mucaan sunis ni guddate, #Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
β¬β¬β¬β¬ββ¬β¬β¬β¬
Galani Waaqayyof Haataβu
Ameen