๐ป iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
แจแแณแฉแตแ แจแแซแฉ แแญแแฝ แฅแแแ แแธแ
=Luq 10:23
=แแแต 10:23
โณ______________โณ
๐ ๐๐ ๐
โฌโฌโฌโฌโฌ
โ= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee
โ iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira
Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona
โ yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
๐ป Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
โโSana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate #Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
โโ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.โ
โโ #Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.โ
(Yoh 8:56)
โ #Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.
Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu #Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.
isaan ofii isaanii #tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)
โ Namoonni kun hundi #amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti #keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan
โ Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).
โโจ Namoonni kun hundi sababii #amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)
โ โจ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin #afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna
โ Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna
โ wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas #Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.
โ Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf #ija jabina qabna
โ #ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna
โ Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis #maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
โจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธ
โจ๏ธGalani Waaqayyofโจ๏ธ
๐ผ dubro Maariyaamiifi ๐ผ
โจ๏ธโจ๏ธHaataโu โจ๏ธโจ๏ธ
โจ๏ธAmeenโจ๏ธ
โณ.......................โณ

๐น๐ kutaa-28ffยชยช.๐๐น
โ=gaaffi fi deebi=โ
โMuslimoota*
โงโ=Yohaannis 8:42๐
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
โ#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu #na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....โโ
kanafuu inni #raajidha jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌ
๐น=deebii keenya๐
โ #ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika bira hin qabuu.
โงFakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo #Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
โงfooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male
1=โFiliphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos) #bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa #duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.
๐นโงyookiin #ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.
๐นSababiin isaa #Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.
โ#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo taโe jiru
jecha " #Ergama" jechuun ibsame jira.
๐ RAGAA KITABBA
QULQULLUU๐
2=โYohaannis 14:26๐
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis #Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa
โงkanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha๐
๐นAffuurri Qulqulluun #ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.
โค๏ธ gaaru Affuuri Qulqulluun #Waaqayyo
3=โYohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โkanafu #jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.
๐น#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo taโe jiru
yoo, #ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โHaaluma wali fakkaatun
akkuma Affuurri Qulqulluun #osoo Waaqayyo taโe jiruu gara namoota dhufee.
โ#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo taโe jiruu garaa
namoota dhufee jira.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐ #hiika jecha ani
isaa #biraa dhufee jedhu
โงKiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.
๐ #Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo #bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa โ
Kitaabni Kuni afaanii #Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo #bira_dhufne jedhu" #ฮฮตฯ ฮฎฯฮธฮฑ #ฮฑฯฯ)
โงkanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu #Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.
๐jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira
4=โYohaannis 1:6
Yeroo sanatti #namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.
๐น#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi #Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba
๐kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.
5=โYohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: โNamni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.
#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura #ergame
sana dha maleeโ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.
#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.
#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.โ
#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.
#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.
#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
โkanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.
โsamii irraa kan
dhufee๐
โ=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
โ=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42
Yohaannis 3:31
โ=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงKiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqi๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

โBaga Geessan :
โถโปYohaannis 1:30
inni ani, ยซ Namni na duubaan dhufu na #caala; inni na #dura tureetiiโ jedhee waaสผee isaa dubbadhe sun isa kana
=๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ข๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ข๐ข ๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐๐ข๐๐ ๐ก๐ข๐๐.
โgaruu immoo foonii nama uffatteef ,barii lakkaaโame waggaa 30tti cuuphame.
โโปLuqaas 3:23
#Iyyaasuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture:
ilma Eelii
๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐:
โโปYohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur_turetti ol baสผuu argitan akkam taสผinna ree?
โโปYohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii irraa #gad hin buuneetii.
๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐๐ก๐'๐ข.