๐นkutaa-8-ffaa:
๐gaaffii fi deebii Muslimoota.
โ=gaaffii isaanii akkasii ture ยซ Kiristoos barattoota isaa Pheexiroos, Indiriyaas, Yohaannis fi Yaaqoob iddoo kami waamee.โ
A๐Galiilaa..โ
B๐Geensereex..โ
C๐Beetisayidaa... โ
โMaarqoos 1:16
Iyyaasuus utuu qarqara Galaana #Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa #Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii.
โMaarqoos 1:19
Iyyaasuus takka adeemee, #Yaaqoobii fi #Yohannisin ilmaan Zabdewos, bidiruu isaanii keessa taa'anii kiyyoota isaanii utuu tottolfatanii arge.
[Maatewos 4:18-22] dubbisaยซ kani #Maarqoos wajjiin tokkummaa ยป
โLuqaas 5:1
Gaaf tokko Iyyaasus utuu Haroo #Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaสผanii dubbii Waaqayyoo dhagaสผaa jiranuu
โLuqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota #Simoon turan jechuunis #Yaaqoobii fi #Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasus Simสผooniin, โHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataaโ jedhe.
โYohaannis 1 :44
Fiiliphoosis akkuma #Indiriiyaasii fi #Phexros nama magaalaa #Beetisayidaa ture
๐ท=Deebi keenya=๐
baratootanni 4n kuni namoota Magaalaa Beetisayidaatti.
Beetisayida jechuun immoo hikaa isaa ยซ Mana Qurxummii ยปjechudha, sababi mana Qurxummii jedhameef Qurxummii nannoo sanatti ni bittaa, ni gurguramaa kanaafi.
โ haroo #Gaalilaa jechuu fi haroo #Geensereex jechuun tokkummaa.
maqaan bara durii haroo Gaalilaa ittin wamama turee Geensereex jedhama.
geensereex jechun immoo baganaa Farfannaa jechudha
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐
Kitaabni walitti bu'ee ykn wali falleessa isaa jedhufi. deebi gara olii sirriitti ilaali.
Kiristoos barattoota jalqabaa kani argee Magaalaa beetisayidati.(Yohaannis 1:44)
#lamaffaa immoo haroo Gaalilaati. (Maarqoos 1:19)
#sadaffa immoo ammasi (Geenerseex) Luqaas 5:1
baratoonni guutummaatti Kiristoos wajjiin kani deemanii iddoo kani isaa booda gara mana isaanitti hin deebine.
Luqaas 5:8
Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Iyyaasuusiti kufee, โYaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!โ jedhe.
Luqaas 5:10-11
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasuus Simสผooniin, โHin sodaatin; #ati_ammaa #jalqabdee qabduu namootaa ni taataaโ jedhe. Isaanis bidiruuwwan isaanii gara qarqaraatti ol baasanii waan #hunda_dhiisanii isa duukaa buสผan. [Mat 4:22,Marq 1:20]
โ๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข ๐๐
โ๐ค๐๐ โ๐ข๐๐๐ ๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข ยซ ๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ : ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐'๐ ๐๐๐๐.
๐น=Kanaafuu Kiristoos barattoota isaa kana jiratoota magaalaa beetsayida kani ta'ani fi namoota Qurxummii hojjatan Haroo nannoo magaalaa isaanii jiruu Gaalilaa(geenresex) irraa waamee. (hundu sirriidha).
link telegrama๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐kutaa-9-ffaa:-
๐Gaafii fi Deebii Muslimoota.
1=๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐๐ฃ๐ ๐๐ ๐ ๐๐จ๐ ๐ฉ๐ช๐ง๐"ยซ #Kiristoos gara #Qifirnaahom kani deemee kophaa isaa mooโbarattoota isaa wajjiin jedhuu โ
๐ง๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐๐ฃ๐ ๐๐ข๐ข๐ค ๐ ๐๐ฃ๐ ๐ฉ๐ช๐ง๐.
โโMaarqoos 1:21
Achiis gara #Qifirnaahom #deeman. Akkuma guyyaan Sanbataa gaสผeenis mana sagadaa seenee barsiisuu jalqabe
=โiddoo kanatti jechii ยซ#Deeman ยป jedhuu #Kiristoos fi #barattoota ibsa.
โโLuqaas 4:31
#Innis gara #Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buสผe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise
=โiddoo kanatti jechi ยซ#inniยป jedhu #Kiristoos qofa ibsa.
๐น๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
โ jechi #Qifirnaahom jedhuu jechoota #Ibraayisxiitti lama irraa kani argamee sii taโu " #Qifir " jechuun #ganda jechudha.
" #Naahom jechun immoo #mijataa(#qananii) jechuudha.
walitti immoo =Ganda mijata ykn Ganda Qanani qabdu jechudha. ykn magaalaa qanani qabdu jedhudha.
โganda Qifirnaahom Kiristoos fi barattootni dhaqanii jiruu. Maarqoos Kiristoos fi barattoota jedhe ibse, Luqaas immoo Kiristoos jedhee malee barattootnii hin jiran hin jenne.akka barattootni wajjin jiran qabxii ibsu.
๐ jecha #guyyaa_Sanbataas #mana_sagadaa jedhuu Maarqoos(Mar 1:21) fi Luqaas(Luq 4:31) irratti ni argama. โ kana booddee mana sagadaa keessa yeroo gadi bahan eessaa dhaqanii
โตโMaarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma #mana #sagadaatii baสผaniin #Yaaqoobii fi #Yohannis wajjin mana #Simoonii fi #Indiriiyaas dhaqan. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; #isaanis yommusuma waaสผee ishee Iyyaasusitti(kiristoos) himan.
=โeenyudha Kiristoositti kan himme barattoota ๐ฏ
โถโLuqaas 4:38
#Iyyaasuus #mana sagadaatii #baสผee mana #Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; #isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa #kadhatan.
=โeenyuudha Kiristoos kani kadhatan barattoota๐ฏ.
๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐โ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐, ยซ ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐ข๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข๐โ๐, ๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ข ๐ค๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐โ๐.
Fakkeenyaaf.-
Luqaas yeroo ibsuu Adaam jalqabee hanga Kiristoos jiruu dhaloota jiru Luqaas ibsee jira (luq 3:26-38).
Maarqoos garuu hin ibsinee. Kiristoos akka foonii nama uffatee walalle miti Maarqoos
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐.
yaada dabalataa tokkoo yoo bareesse tokkoo immoo bareessu dhisuu danda'a.
โทโYohaannis 20:30-31
Iyyaasuus(kiristoos) barattoota isaa duratti mallattoowwan biraa kanneen #kitaaba kana keessatti #hin barreeffamin hedduu hojjete. Wantoonni kunneen garuu akka #Iyyaasus inni Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผe akka amantaniif, amanuudhaanis akka #maqaa isaatiin #jireenya qabaattaniif barreeffame.
โธโYohaannis 21:25
Kana malees Iyyaasus(kiristoos) waan biraa #baayสผee hojjeteera. Utuu #tokkoon tokkoon isaanii barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf #iddoo gaสผu qabdu hin seสผu.
๐ฏ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐