Forwarded from Tesfaye Negewo
CM INCOMPLET.xlsx
9.5 KB
CM incomplete
IT INCOMPLET.xlsx
12 KB
IT Incomplet
Barattoota CM baratan kan qormaanni isin Jala darbe har'a(16/10/2018) qofa sa'atii 6:00 irratti akkam mana barumsaa dhuftani xumurattan isiin beekaifna.
ለCM ተማሪዎች በሙሉ ፈተና ያመለጣችሁ ዛሬ (16/10/2018)ብቻ 6.00 ሰዓት ላይ በመገኘት እንድትፈተኑ እናስታውቃለን፡፡
ለCM ተማሪዎች በሙሉ ፈተና ያመለጣችሁ ዛሬ (16/10/2018)ብቻ 6.00 ሰዓት ላይ በመገኘት እንድትፈተኑ እናስታውቃለን፡፡
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf qormaanni online exam waan jiruuf iddoo qormaataa abbaa gadaatti boru gaafa guyyaa 18/10/2018 barattootni NS ganama sa'aatii 3:00 fi SS waaree booda sa'aatii 8:00 irratti argamuun akka qoramtan manni barumsaa cimsee isiin beeksiisa.
ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ነገ ማለት በቀን 18/10/2018 ጠዋት 3:00 ሰዓት Natural science እና ከሰዓት በኋላ 9:00 ሰዓት Social science በአባ ገዳ መፈተኛ አዳራሽ በመገኘት online exam እንድትፈተኑ ት/ቤቱ እጠብቅ ያሳስባል።
ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ነገ ማለት በቀን 18/10/2018 ጠዋት 3:00 ሰዓት Natural science እና ከሰዓት በኋላ 9:00 ሰዓት Social science በአባ ገዳ መፈተኛ አዳራሽ በመገኘት online exam እንድትፈተኑ ት/ቤቱ እጠብቅ ያሳስባል።
Forwarded from Oromia Education Bureau (Oromia Education News)
#Beeksisa.
Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome.
-------------
BBO - Waxabajjii 13/2018 Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 23/2018 kan eegalu yoo ta'u, barattootni 'online'n /#CBT/ barattootni Saayinsii Uumamaa/Natural Science/ kan jalqabaa yoo ta'an marsaa 3n kan qorman ta'uun beekameera. Marsaa 3ffaa, 4ffaa, 5ffaafi 6ffaa barattootni Saayinsii Hawaasaa/Social Science/ kan qoraman ta'a.
Sagantaan qormaatichaa gabateen dhihaateera.
💙 Oromia Education Bureau 💠
💙 Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱 Facebook | |📱 WhatsApp | |📱 YouTube | |📱 Telegram | | 🤖 Bot | |
Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome.
-------------
BBO - Waxabajjii 13/2018 Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 23/2018 kan eegalu yoo ta'u, barattootni 'online'n /#CBT/ barattootni Saayinsii Uumamaa/Natural Science/ kan jalqabaa yoo ta'an marsaa 3n kan qorman ta'uun beekameera. Marsaa 3ffaa, 4ffaa, 5ffaafi 6ffaa barattootni Saayinsii Hawaasaa/Social Science/ kan qoraman ta'a.
Sagantaan qormaatichaa gabateen dhihaateera.
| |
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Barattoota kutaa 12ffaa saayinsii uummamaa(natural science) hundaaf(idilee, galgalaa fi dhunfaa ykn private) boru gaafa 22/10/2018 ganama sa'a 2:30tti BBO abbaa gadaatti argamuun hubannoo ykn 'orentation' akka fudhatan isiin beeksiifna. ለጎሮ 12 ክፍል የተፈጥሮ ሳይንስ / 'Natural science' / የቀን፥ የማታ እና የግል(private)ተማሪዋች በሙሉ ነገ በ22/10/2018 ጠዋት 2፡30 አባገዳ በሚገኘው ኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ በመገኘት ኦረንቴሽን እንድትወስዱ እናስታውቃለን፡፡
Barattoota kutaa 12ffaa Marsaa 3ffaa qoramtan hundi keessan gaafa guyyaa 01/11/2018 ganama sa'a 12:00 irratti mooraa mana barumsaa keessatti akka argamtan manni barumsaa cimsinee isiin beeksiisna. ለ12ኛ ክፍል 3ኛ ዙር ተፈታኞች በሙሉ ነገ 01/11/2018 ጠዋት 12፡00 ላይ ት/ቤት ግቢ እንድትገኙ ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል፡፡
Barattoota kutaa 12ffaa Marsaa 4ffaa(social science )qoramtan hundi keessan gaafa guyyaa 03/11/2018 ganama sa'a 3:00 irratti oranteshiiniin waan jiruuf iddoo qormaataa ykn abbaa gadaatti akka argamtan manni barumsaa cimsinee isiin beeksiisna. ለ12ኛ ክፍል 4ኛ ዙር(social science) ተፈታኞች በሙሉ ነገ 03/11/2018 ጠዋት 3፡00 ላይ አባ ገዳ ግቢ(የመፈተኛ ቦታ) እንድትገኙ ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል፡፡
Barattoota kutaa 12ffaa Marsaa 4ffaa qoramtan hundi keessan gaafa guyyaa 06/11/2018 ganama sa'a 12:00 irratti mooraa mana barumsaa keessatti akka argamtan manni barumsaa cimsinee isiin beeksiisna. ለ12ኛ ክፍል 4ኛ ዙር ተፈታኞች በሙሉ ነገ 06/11/2018 ጠዋት 12፡00 ላይ ት/ቤት ግቢ እንድትገኙ ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል፡፡
ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ የመማሪያ መፅሐፍ እስከ ቀን 20/12/2018 ብቻ እንድትመልሱ እያልን ከዚህ ውጭ ትራንስክሪፕት የማይሰጥ መሆኑን አጥብቀን እናሳስባለን።
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf guyyaan tiraaniskiriptii kennamu 18/12/2018-22/12/2018 qofa waan ta'ef yeroon dhuftanii akka fudhatan manni barumsaa cimsee isin beeksiisa.
ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ትራንስክሪፕት የሚሰጥበት ከቀን 18/12/2018 እስከ 22/12/2018ዓ.ም ብቻ እንድትወስዱ እያልን ከተባለው ቅን ውጭ የማናስተናግድ መሆኑን ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል።
ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ትራንስክሪፕት የሚሰጥበት ከቀን 18/12/2018 እስከ 22/12/2018ዓ.ም ብቻ እንድትወስዱ እያልን ከተባለው ቅን ውጭ የማናስተናግድ መሆኑን ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል።
Baratootni qormaata CBT dhaan qoramaan keessaa dogoggorri qabxii baratootaa tokko tokko irratti waan mul’ateef keessattu baratootniqabxii isaanii irratti shakkii qaban gosa barnoota Baayooloojii, Keemistriifi Fiiziiksii akka yeroon ol-iyyannoo(“complain”) (Hanga Hagayya 27,2018 hanga sa’a 11:30) osoo hin xumuramin dhuunfaadhaan akka iyyatan jajjabeessa.
በCBT የዩኒቨርስቲ መግቢያ ፈተና ወስዳችሁ በተለይ Bio,Chem, Phy ቅሬታ ቀን ሳያልፍ በግል online ላይ እስከ 27/12/2018 ብቻ እንድታመለክቱ ይሁን።
በCBT የዩኒቨርስቲ መግቢያ ፈተና ወስዳችሁ በተለይ Bio,Chem, Phy ቅሬታ ቀን ሳያልፍ በግል online ላይ እስከ 27/12/2018 ብቻ እንድታመለክቱ ይሁን።