Gali Ababor Official
10.5K subscribers
374 photos
110 videos
125 files
288 links
Hubannoo sirrii uumuuf
Download Telegram
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Muslimoonni Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiir hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun sagalee isaanii dhageessisan.
የምስራቅ ባሌ ዞን ጊንዲር ከተማ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል!!
Muslimoonni Magaalaa Shaashamanee hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun ibsa ijjannoo baasafatanii, dhaadannoo adda addaas jechuudhaan sagalee isaanii dhageessisan.
የሻሸመኔ ከተማ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል!!