Gali Ababor Official
10.6K subscribers
374 photos
110 videos
125 files
288 links
Hubannoo sirrii uumuuf
Download Telegram
Muslimoonni Harargee Lixaa Magaalaa Ciroo hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun sagalee isaanii dhageessisan.
የምዕራብ ሀረርጌ ዞን ጭሮ ከተማ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል!!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Muslimoonni Harargee Lixaa aanaa doobbaa hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun sagalee isaanii dhageessisan.
የምዕራብ ሀረርጌ ዞን ዶበ ወረዳ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል!!
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Muslimoonni Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiir hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun sagalee isaanii dhageessisan.
የምስራቅ ባሌ ዞን ጊንዲር ከተማ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል!!
Muslimoonni Magaalaa Shaashamanee hoggantoota majlisa federaalaa haaraa deeggaruun ibsa ijjannoo baasafatanii, dhaadannoo adda addaas jechuudhaan sagalee isaanii dhageessisan.
የሻሸመኔ ከተማ ሙስሊሞች ለአዲሱ የስራ አስፈፃሚ አባላት የድጋፍ ድምፃቸውን አሰምተዋል!!