Gali Ababor Official
10.6K subscribers
374 photos
109 videos
125 files
289 links
Hubannoo sirrii uumuuf
Download Telegram
๐Ÿ‘25โค10
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡

Beeksisa Galmee Dippiloomaa Tafsiira Qur'aanaa Barattoota Haaraaf
****
Ibn Abbaas Akkaadiimiin online irratti sagantaa barumsa Dippiloomaa Tafsiiraa barsiisaa turee jira. Barnootichi duraan waggaa lamatti akka xumuramuuf irratti hojjataa turre. Amma garuu qabatama hedduu ilaaluudhaan waggaa tokkotti akka xumuramu murteeffame. Shawwaal irraa kaasee Ramadaana itti aanu dura xumurama jechuudha Inshaa Allaah.

Kanaafuu Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa online Afaan Oromootiin barsiisuuf galmee haaraa eegalee jira.
Barumsi kan jalqabu yoo Rabbiin jedhe gaafa Shawwaal 15  ta'a. Galmeenis hanga gaafa sanaatti itti fufa.

Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan gadiiti:
****
1. Tafsiira Qur'aanaa,
2. Aqiidaa,
3. Usuul Attafsiir,
4. Fiqhii fi
5. Hadiisa.

Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kan kennamu ta'a.

Ulaagaalee barattoota irraa barbaadaman:
***
. Qurโ€™aanaa Ilaalchaan qaraโ€™anii xumuruu,
. Afaan Oromoo sirriitti barreessuufi dubbisuu,
. Qorumsa yeroo isaa eeganii qoramuu,
. Sagantaa barnootaa harka caalu irratti argamuu dandaโ€™uu.

Wantoota galmeef barbaachisan
****
1. Email mataa keessanii banachuu
2. Foormii guutuu
3. Kafaltii galmee birrii 1,000 fi kan baatii tokkoo birrii 1,000 kafaluu.
Namni danda'e kan Semisteeraa 6,000 bakka tokkotti kaffaluu qaba.


Liinkii Unka Galmee (IAA) barattoota haaraa

https://forms.gle/1JPMBuUyjKoJxPg6A


Lakkoofsa baankii armaan gadii irratti galchaatii receipt ergaa.
*  1000638101827  * CBE Fuad Muhamed

Receipt teleg. lak. +251913819109, 0952418212 ergaa.
โค11
ุนูŠุฏูƒู… ู…ุจุงุฑูƒ ูƒู„ ุนุงู… ูˆุฃู†ุชู… ุจุฎูŠุฑ ๐ŸŒ™โœจ

Eid Mubarek!
แ‹’แ‹ต แˆ™แ‰ฃแˆจแŠญ!
ุชู‚ุจู„ ุงู„ู„ู‡ ู…ู†ุง ูˆู…ู†ูƒู… ุงู„ุตูŠุงู… ูˆุงู„ู‚ูŠุงู…ุŒ ูˆุฌุนู„ู†ุง ูˆุฅูŠุงูƒู… ู…ู† ุงู„ู…ู‚ุจูˆู„ูŠู†.

ุฃุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุฃู† ูŠุนูŠุฏู‡ ุนู„ูŠู†ุง ูˆุนู„ูŠูƒู… ุจุงู„ุฎูŠุฑ ูˆุงู„ูŠู…ู† ูˆุงู„ุจุฑูƒุงุชุŒ ูˆุฃู† ูŠู…ู„ุฃ ู‚ู„ูˆุจู†ุง ุณุนุงุฏุฉู‹ ูˆุทู…ุฃู†ูŠู†ุฉุŒ ูˆูŠุฌู…ุนู†ุง ุจุฃุญุจุงุจู†ุง ุนู„ู‰ ุงู„ุฎูŠุฑ ุฏุงุฆู…ู‹ุง.

ุนูŠุฏ ูุทุฑ ุณุนูŠุฏ ๐ŸŒธ๐Ÿค

ุฃุฎูˆูƒู… ุบุงู„ูŠ ุฃุจุงุจูˆุฑ
โค36
Ibn Abbaas Akkaadaamiin barnoota idilee bor jalqaba waan ta'eef seenaatii galmaa'aa.
๐Ÿ‘5
Dararaan akka manguddoo kana irra ga'ee buufata konkolaataa baay'ee keessatti raawwatama. Naannoon tajaajilli geejjiba hawaasaa kennamu baay'een isaa miidhaa akka kanaatiif saaxilamaadha. Waraabamuu dhabuutu dhokse malee baay'een isaa ulfaataadha.
Kanaafuu qaamni mootummaa naannoo buufata konkolaataa osoo sakatta'ee gaariidha.
๐Ÿ‘48โค8๐Ÿ˜ญ4๐Ÿ’ฏ3
Markazni Bilaal Magaalaa Sheekii sadarkaa sadarkaadhaan kanarra ga'ee jira. Namoonni waadaa seentanii turtan waadaa keessan guuttadhaa. Namoonni biroos niyyadhaa. Baankii Rabbii keessa keeyyadhaa.

Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii
***
Hijraa 1000055510001
Raammis 1010058603001
Daashin 3947595618211
CBO 1041900364441
CBE 1000735392038
Hijraa 1000055510001
Awash 014251723927801

Dedo Bilal Mesjid
โค10๐Ÿ‘6