Gali Ababor Official
10.6K subscribers
374 photos
109 videos
125 files
289 links
Hubannoo sirrii uumuuf
Download Telegram
Forwarded from Ibn Abbas Academy
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Muhaadaraa Guddicha Magaalaa Sheekhii
Godina Jimmaa Aanaa Dedoo Masjida Bilaal
22👍6
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Muhaadaraa Guddicha "Markaza Bilaal Magaalaa Sheekii" irratti aktiivistoota keenyaa waliin mari'ataa oolle.
Amajjii 10/2018
Godina Jimmaa Aanaa Dedoo Istaadiyoomii Magaalaa Sheekiitti kan geggeeffamu ta'a Inshaa Allaah.
Rabbi nu haa milkeessu.
👍16
Tafsiira Suurat Ar-Ra'ad aayata 1-13 caqasuu dandeessu
👍3
Tafsiira Suurat Ar-Ra'ad aayata 14-29 caqasuu dandeessu
👍2
Tafsiira Suurat Ar-Ra'ad aayata 30-43 ykn hanga dhuma suuraa caqasuu dandeessu.
Guutuu isaa argachuuf:
https://t.me/IAAtefsir
4👍4
Amajjii 10 Godina Jimmaa Magaalaa Sheekhii
ጥር 10 በጅማ ዞን ሼኪ ከተማ
**

Godina Jimmaa Aanaa Dedoo Magaalaa Sheekhiitti Markazni Bilaal kan Masjidaafi Madrasaa bulmaataa of keessaa qabu ijaaruuf sagantaan Muhaadaraa gaafa Amajjii 10, 2018 qophaa'ee jira. Istaadiyeemii Magaalaa Sheekiitti geggeeffamuuf qophii xumuree jira.
Kaayyoon sagantichaas Madrasaa dhaloota ammaa leenjisu masjidaa waliin ijaaranii dhaloota lafaa dhufaa jiru qaruudha. Barumsa amantii Islaamaa barsiisuufi darasoota baratan qarooma adda addaa leenjisuu irrattis ni xiyyeeffata. Ilmii sharii'aa barsiisuufi Qur'aana haffazchiisuunis kaayyoo isaa keessatti argama.
Barattoota naannoo Kibba Lixaa kanneen lakkoofsi Muslimaa muraasaas Inshaa Allaah ni hammata.

Guyyaa sagantichaa irratti keessummoonni gurguddoon biyyattii ulamoonni, hoggantoonni majlisa federaalaa, Majlisa Oromiyaafi Majlisa Finfinnee, akkasumas du'aatonni gurguddaan akka biyyaatti beekaman affeeramanii akka achirratti argaman waadaa galaniiru.

Kanaafuu Muslimoonni ergaa keenya dhageessan kanneen biyya keessaas ta'ee biyya alaatti argamtan guyyaa sanatti irratti akka hirmaattan kabajaa wajjin isin affeerra.

Amajjii 10/2018
18
🥰137
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Tafsiira Suuratu Ibraahiim aayata 1-12 caqasuu dandeessu.
Guutuu isaa argachuuf:
https://t.me/IAAtefsir
10
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Tafsiira Suuratu Ibraahiim aayata 13-27 caqasuu isin affeere.
Guutuu isaa argachuuf:
https://t.me/IAAtefsir
10🥰4
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Tafsiira Suuratu Ibraahiim aayata 28-52 ykn xumura isaatti caqasuu isin affeere.
Guutuu isaa argachuuf:
https://t.me/IAAtefsir
5👍5
Galmeen Hajjii bara kanaa dhumuudhaaf guyyaa 14 qofatu hafe.
Kun murtii majlisaa osoo hun taane Ministeera Hajjii Sa'uudiiti.
Booda galmeen dhumee warri dhuftanii nama rakkiftan ammuma galmaa'aa. Ergicha waliifis dabarsaa.
👍95
Godina Jimmaa Aanaa Dedoo Magaalaa Sheekhii Markaza Bilaal Amajjii 10 guddaa fuuldura keenyaa
ጥር 10 በጅማ ዞን ሼኪ ከተማ
**

Godina Jimmaa Aanaa Dedoo Magaalaa Sheekhiitti Markazni Bilaal kan Masjidaafi Madrasaa bulmaataa of keessaa qabu ijaaruuf sagantaan Muhaadaraa gaafa Amajjii 10, 2018 qophaa'ee jira. Istaadiyeemii Magaalaa Sheekiitti geggeeffamuuf qophii xumuree jira.
Kaayyoon sagantichaas Madrasaa dhaloota ammaa leenjisu masjidaa waliin ijaaranii dhaloota lafaa dhufaa jiru qaruudha. Barumsa amantii Islaamaa barsiisuufi darasoota baratan qarooma adda addaa leenjisuu irrattis ni xiyyeeffata. Ilmii sharii'aa barsiisuufi Qur'aana haffazchiisuunis kaayyoo isaa keessatti argama.
Barattoota naannoo Kibba Lixaa kanneen lakkoofsi Muslimaa muraasaas Inshaa Allaah ni hammata.

Guyyaa sagantichaa irratti keessummoonni gurguddoon biyyattii ulamoonni, hoggantoonni majlisa federaalaa, Majlisa Oromiyaafi Majlisa Finfinnee, akkasumas du'aatonni gurguddaan akka biyyaatti beekaman affeeramanii akka achirratti argaman waadaa galaniiru.

Kanaafuu Muslimoonni ergaa keenya dhageessan kanneen biyya keessaas ta'ee biyya alaatti argamtan guyyaa sanatti irratti akka hirmaattan kabajaa wajjin isin affeerra.

Marii godhaa jirra.

Amajjii 10/2018
👍113
13😁2
Namoonni Hajjii VIP galmaa'u barnaaddan amma isiniif gadhiifamee jira.
https://www.facebook.com/share/p/19xUDgVXKs/
Guyyaa galmeen hajjii xumuramu Amajjii 18.
👍152
Hadiisa Abuu Hureyraan odeesse keessatti Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "Wallaahii guyyaa Qiyaamaa haqqii hundaa kaffaluuf jirtu. Inumaa reettii baajii (gaafa hin qabneef) reettii gaafa qabdu irraa ni kafalama." Muslimtu gabaase.

Yaa Rabbi miidhuufi miidhamuu irraa nu eegi.
14
Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii

Hijraa 1000055510001
Raammis 1010058603001
Daashin 3947595618211
CBO 1041900364441
CBE 1000735392038
Hijraa 1000055510001
👏2310