Forwarded from Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️
Dhimma Maalummaa fi Eenyummaa Yesuus kiristoos irratti: 🔸️🔸️ #Kutaa_47ffaa 🔸️🔸️
Yesuus Seexanaan qoratamee jira. Macaafni Qulqulluun akka hin qoratamne hamaan hin ammoo Waaqayyo seexaanaan dubbata.
"ማንም ሲፈተን፦ በእግዚአብሔር እፈተናለሁ፡ አይበል፤ እግዚአብሔር በክፉ #አይፈተንምና፤ እርሱ ራሱስ ማንንም #አይፈትንም።
"Namni kamiyyuu yommuu qoramutti, 'Waaqatu na qoraa jira' hin jedhin; Waaqayyo waan qoratamuutii; Inni nama tokkollee hin qoru." (Ergaa Yaaqoob 1:13) (Hiika Waalta'aa Haaraya)
#Faallaa_kanaatin
"ከዚያ ወዲያ ኢየሱስ ከዲያብሎስ #ይፈተን ዘንድ መንፈስ ወደ ምድረ በዳ ወሰደው፥
"Ergasii Yesus Seexanaan #qoramuudhaaf, hafuura qulqulluudhaan lafa onaatti geeffame." (Maatewoos 4:1)
🛑 Waaqni gara lafa seexaanaan akka hin qoratamne dubbatamee osoo jiru, maarree Yesuus osoo waaqa ta'ee akkamitti seexaanaan qoratamaa ture?
🔴 Hayyee! Yesuus Osomaa seexaanaan qoratamu waaqa jedhama moo ree? Bakkuma tokkotti illee Yesuus" Amala namummaa isaatu qoratame"hin jedhu.
🔴 Maarree Yesuus akka waaqa hin ta'in hin agarsiisuu?

❤1
صلاة الفجر خير من النَّوم ومن المال ومن العمل ومن الكلام ومن السَّهر ومما تملك
صلاه الفجر خيرٌ من الدُّنيا وما فيها، وأعظم طريق يوصلك إلى رضوان الله، وأعظم مفتاح للرِّزق والتَّوفيق والسَّعادة والطُّمأنينة والرَّاحة.
صلاه الفجر رضي الله عنكم وارضاكم وتمم اموركم

البدعة أحب إلى إبليس من المعصية؛ لأن العاصي يعلم أنه عاصٍ فيتوب، والمبتدع يحسب أن الذي يفعله طاعة فلا يتوب..
شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله ..
🕊🩷🕊
شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله ..
🕊🩷🕊
❤2
«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له»
- سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة.
لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً
لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃

Forwarded from ᴢᴀᴀᴅᴜʟ ᴍᴜᴛᴛᴀǫɪɪɴ زاد المتقين (🦋"𝙰𝙻𝙷𝙰𝙼𝙳𝚄𝙻𝙸𝙻𝙻𝙷"🦋)
Seenaa Faaximah (r.a) Intala Nabii keenyaa (s.a.w)
❇️ Faaximaa bint nabii keenyaa (r.a) haadha manaa Aliyyi bin Abii Xaalib. haadha hasaniifii huseen. Sadarkaa guddoo qabdi.
🎁 Aa'isharra odeeffame akkana jette: “Guyyaa tokko Faaximaan deemaa nutti dhufte deemsi isii deemsa nabiiti fakkaata. Nabiin intala tiyya baga nagayaan dhufte jedhee simatee mirga yookaa bitaa isaa teessise. Eegasii dubbii wahii hasaasee itti himee booche, eegasii dubbii biraa hasaasee itti himee kofalte. Maalif booche jedheen gaafadhe. Iccitii ergamaa Rabbii hin facaasu jette...
✅ Eegasii eega nabiin du’ee itti deebi’ee gaafadhe. Wanni abbaan kiyya iccititti naan jedhe “jibriil wagga waggaan qur’aana yogguu takka narra fida ture baranammoo yogguu lama narra fide, kuni umrii kiyya dhumuu na agarsiisa, Ati ammoo maatii kiyya keessaa du’aan kan dura natti dhufu sihi” jennaan booye. Eegasii “Ati caaltuu dubartii jannataa tahuu hin jaalattuu yookaa caaltuu dubartii mu’iminaa tahuu hin jaalattuu naan jedhe”, Nin kofle jette.
(Bukhaariitu galmeesse)
🫶🥰Yaa dubartoota Muslimaa! isinis warra seenaa diin galmeessu Rabbi isin haa godhu. 🤲🤲
https://t.me/Zaadul_muttaqiin
Telegram
ᴢᴀᴀᴅᴜʟ ᴍᴜᴛᴛᴀǫɪɪɴ زاد المتقين
#Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammadﷺ]
#Barachuun of Misoomsuudha.!!!
✓Waliin taanee
✓Waliif taanee
✓Amantii teenya barannee haa barsiifnuu.
✓Qur'aana fi hadiisa
In-box @Alhamdulillaah45

ﺇﺫﺍ ﻭﻓﻘﻚ ﺍﻟﻠﻪ ﺃﻥ ﺗﺼﻠﻲ ﺍﻟﻔﺠﺮ ﻓﻲ ﻭﻗﺘﻪ
ﻓﺄﺑﺸﺮ ﻭﺍﻟﻠﻪ!
ﻓﺈﻥَّ ﺍﻟﺬﻱ ﺭﺯﻗﻚ ﺻﻼﺓً ﻫﻲ ﺧﻴﺮٌ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ،
ﻟﻘﺎﺩﺭٌ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﻳﺮﺯﻗﻚ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ.
- هنيئاً لكم يا أهل الفجر.

Forwarded from MADDA BEEKUMSAA
🌹 MUSLIMA TA’UU KEETIIF RABBIIF GALATA GALCHI! 🤲🕌
✅ Warra qabeenyaan dhaadatu gaafa argite, warra gosaa fi shanyiin dhaadatu gaafa argite, ati Diina Rabbiitiin dhaadadhu! Diin Islaamaa irra jiraachuu keetiin booni. Karaa Rabbii qabachuu caalaa wanti guddaan hin jiru.
🎙Muslima ta’uu keetiif Rabbiif galata galchi.
🏞 Rabbiin Diina kana nama jaalatuuf kenna; nama jaalatus iimaanaan badhaasa. Karaan gaariin kan nu walitti fidu Islaama qofa. Karaan biraa garuu nu addaan facaasa.
🪐Muslima taanaan, gurraachis adiinis obboleessa. Dureessis hiyyeessis tokko.
🤝❤️ Wal bira dhaabbanna; akka qaama tokkootti, akka dhaaba tokkootti.
💦Gaafa gariin keenya dhibamu, kan biraa ni dhukkubsata. Gaafa gariin keenya tolu, kan biraa ni gammada. Kanaaf, karaa Islaamaa kana haa jabeessinu! 🕌❤️
إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَن تُغْنِيَ عَنْهُمْ أَمْوَالُهُمْ وَلَا أَوْلَادُهُم مِّنَ اللَّهِ شَيْئًا ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمْ وَقُودُ النَّارِ
“Dhugumatti, warri kafaran qabeenyi isaanii fi ilmaan isaanii homaa isaan irraa azaaba Rabbii hin deebisan. Isaan qoraan ibiddaati.”
(Al-Qur’aana, Aali-Imraan 3:10)📖
🌤Qabeenyaan dhaadachuun bu’aa hin qabu. Ilmaan, gosti fi shanyiinis guyyaa Qiyaamaa nama hin fayyadu. Gama Rabbii deebinee, gabroottan dhugaa ta’uun qofatu nu baasa.
🌟Kanaaf, ajandaa ganda keessaa fi dhaadannoo addunyaa kanaa dhiifnee, Diina Islaamaa haa qabannu; Diina kanaafis haa dhaabbannu. 🤲
☀️Namni haqa kana balleessuuf itti duule, dhumarratti salphinni isa mudata. Deeggertoonni inni addunyaa tana irratti qabu hundi guyyaa Qiyaamaa isa hin fayyadu.
🌼Warri jajjabaan kaleessaa illee du’a irraa of baasuu hin dandeenye. Kanaaf:
🌿.Muslima dhugaa ta’i!
🌿.Iimaana kee jabeessi!
🌿.Qur’aanaa fi Sunnah baradhu!
🌿.Haqa qoradhuu itti amani!
🌿.Obboleessa kee Muslimaa jaalladhuu jabeessi!
🌺Ati Muslima ta’uu baattus, amantii biraa hordoftus, dhugaa Islaamaa qoradhuu wal bari. Haqa jiru qalbii qulqulluudhaan qoradhu.
🌸Karaan addunyaa fi Aakhirattis milkaa’ina namaaf fidu, karaa Rabbii qofa.
🌳Rabbiin hundi keenya Islaama irratti nu haa jabeessu; iimaana guutuu nuuf haa kennu; dhuma keenya Islaama fi iimaana irratti haa godhu. 🤲❤️
آمِين يَا رَبَّ الْعَالَمِينَ
🥰 Isin jaaladha; Rabbiin isin haa jaallatu. 🤲❤️
https://t.me/maada_beekumsaa

“Ani Muslima!” jedhi. 🤍

Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedhe:

Qabaa Rabbii jalaa eenyutu bahuu danda’a?
🌼Warri jajjabaan kaleessaa illee du’a irraa of baasuu hin dandeenye. Kanaaf:
🌿.Muslima dhugaa ta’i!
🌿.Iimaana kee jabeessi!
🌿.Qur’aanaa fi Sunnah baradhu!
🌿.Haqa qoradhuu itti amani!
🌿.Obboleessa kee Muslimaa jaalladhuu jabeessi!
🌺Ati Muslima ta’uu baattus, amantii biraa hordoftus, dhugaa Islaamaa qoradhuu wal bari. Haqa jiru qalbii qulqulluudhaan qoradhu.
🌸Karaan addunyaa fi Aakhirattis milkaa’ina namaaf fidu, karaa Rabbii qofa.
🌳Rabbiin hundi keenya Islaama irratti nu haa jabeessu; iimaana guutuu nuuf haa kennu; dhuma keenya Islaama fi iimaana irratti haa godhu. 🤲❤️
آمِين يَا رَبَّ الْعَالَمِينَ
🥰 Isin jaaladha; Rabbiin isin haa jaallatu. 🤲❤️
📲Chaanaalii keenya hordofaa:-
https://t.me/maada_beekumsaa
Telegram
MADDA BEEKUMSAA
📚𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐥𝐢 صلي الله عليه وسلم 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧"𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮𝐧 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐢𝐫𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚!"
https://t.me/maada_beekumsaa
𝗖𝗼𝗻𝘁𝗮𝗰𝘁:- @maada_beekumsaa
https://t.me/maada_beekumsaa
𝗖𝗼𝗻𝘁𝗮𝗰𝘁:- @maada_beekumsaa
«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له»
- سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة.
لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً
لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃
- سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة.
لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً
لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃
Forwarded from 𝙲𝙰𝙰𝚈𝙰𝙰 𝙳𝙸𝙸𝙽𝙰𝙰𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼 🇵🇸 (🦋"𝙰𝙻𝙰𝙼𝚄𝙳𝙳𝙸𝙸𝙽"🦋)
🌺 BARAKAA QUR’AANAA FI KABAJA WARRA QUR’AANAA 🌺
Guyyaa Qiyaamaa namni hundi bakka tokkotti walitti qabama.
Garuu warri Qur’aana qara’an, Qur’aana حفظ (hifz) godhan, beekumsaa fi hojii gaarii irratti jabaatan kabaja addaa qabu.
💠 Malaayikota kabajamoo fi qulqulluu waliin ta’u.
💠 Guyyaa Qiyaamaa namni hundi walirraa dheessa; garuu warri Qur’aanaa fi warri beekumsa Diinii qaban kabaja fi badhaasa addaa argatu.
💠 Qur’aanni Jannata seensisee qofa sirraa hin hafu; si wajjin tura, hanga sadarkaa Jannataa keessa ol fagaatutti. Guyyaa sana akkana jedhama:
“Qara’i, olkori; akkuma addunyaa irratti qara’aa turte.”
💎 QUR’AANNI QANANII FI BARAKAA DHA
Osoo namni beekee warri Qur’aana irraa fagaatan yeroo Qur’aana qara’uu jalqaban maal akka argatan — gammachuu fi qananii isaa — silaa yeroo tokko illee Qur’aana irraa duuba hin deebi’an.
Namni Qur’aana qara’uu dadhabe, wanta guddaa of jalaa dabarseera; osoo inni carraa argachuu danda’u.
🌷 BARAKAA QUR’AANAA IRRAA
🌺 Rabbiin Subhaanahu wa Ta’aalaa sammuu nama Qur’aana qara’uu fi hifz godhu keessatti barakaa godha.
🔹 Abdul-Malik bin ‘Umayr irraa odeeffamee:
“Namni sammuu isaa guutuu ta’ee turu, warra Qur’aana qara’an keessaa ta’a.”
🔹 Oduu/madda biraa keessattis akkana jedhameera:
“Namoonni sammuu isaanii irra qulqulluu ta’an, warra Qur’aanaati.”
🔸 Imaam Al-Qurtubii (Rahimahullaah) akkana jedhan:
“Namni Qur’aana qara’u, sammuu isaatiin qanani’a; osoo waggaa dhibba illee gahe.”
🔶 Imaam Ibraahiim Al-Maqdisii barataa isaa Abbaas ibn ‘Abdud-Daa’im (Rahimahumallaah) dhaamsa akkana jedhu itti dhaaman:
“Qaraatii Qur’aanaa heddummeessi; isa hin dhiisin. Wanti ati barbaaddu, hanga qaraatii keetiin siif laafutti siif laafaa deema.”
🔶 Abuz-Zinaad akkana jedhe:
“Yeroo obboroo gara Masjida Rasuulallaah ﷺ yeroo ba’u, mana tokko illee hin darbu; mana sana keessa nama Qur’aana qara’u yoo jiraate malee.”
🔹 Sheekhul-Islaam Ibn Taymiyyah (Rahimahullaah) akkana jedhan:
“Ani wanta sammuu fi ruuhii dhihatu, qaama tiksu, gammachuu fidu, Qur’aana baay’inaan dubbisuu caalu hin argine.”
🔹 Gariin warra Qur’aana hiikan (Mufassiroota) akkana jedhan:
“Nuti Qur’aanaan shaakalamnee jennaan, barakaan kheeyrii hedduun addunyaa keessatti nu haguugde.”
🌺 DU’AA’II 🤲🤲
🔶 Yaa Rabbi! Nu warra Qur’aanaa godhi.
🔶 Qur’aana qara’uu, hubachuu, hifz gochuu fi ittiin hojjachuu nuuf laaffisi.
🔶 Qur’aana nuuf ifaa, rahmata, shafaa’aa fi barakaa godhi.
🔶 Warra Qur’aanaa fi warra karaa Rabbii irra jabaatan nu haa taasisu.
Rabbiin warra Qur’aanaa, warra hallayaa Rabbii nu haa taasisu. 🌷🤲
Aamiin Yaa Rabbal ‘Aalamiin. 🤲
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam

📲 Chaanalii keenya hordofaa:
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
Telegram
𝙲𝙰𝙰𝚈𝙰𝙰 𝙳𝙸𝙸𝙽𝙰𝙰𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼 🇵🇸
#Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammadﷺ]
#Barachuun of Misoomsuudha.!!!
✓Waliin taanee
✓Waliif taanee
✓Amantii teenya barannee haa barsiifnuu.
✓Qur'aana fi hadiisa
In-box:- @Alamudinabe28

👈قيل في صلاة الفجر :
كيف تستيقظ من النومِ لرزقِك
ولا تستيْقظ لرازقك !! 🍁🕊..
- صلاة الفجر
كيف تستيقظ من النومِ لرزقِك
ولا تستيْقظ لرازقك !! 🍁🕊..
- صلاة الفجر
Forwarded from 𝙲𝙰𝙰𝚈𝙰𝙰 𝙳𝙸𝙸𝙽𝙰𝙰𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼 🇵🇸 (🦋"𝙰𝙻𝙰𝙼𝚄𝙳𝙳𝙸𝙸𝙽"🦋)
🌿 DHUGUMATTI, JANNANNI HARKA NAMAATII HIN TA’U! ALHAMDULILLAAH 🌿
Ollaa Imaama beekamaa Abuu Haniifaa jedhamu keessaa namni tokko nama dhugaatii alkoolii dhuguun machaa’u ture. Imaamni Abuu Haniifaan yeroo hedduu isa gorsaa turan. Garuu namichi gorsa isaanii dhaga’uu hin dandeenye. Dhumarrattis, gorsuu irraa dadhabanii itti dhiisan.
Guyyaa tokko halkan, akka tasaa, balballi mana Imaama Abuu Haniifaa rukutame. Yeroo balbala banan, haadha warraa namicha machaa’aa ollaa isaanii taate argan.
“Yaa Abuu Haniifaa! Abbaan warraa koo du’ee jira. Salaata Janaazaa isaa irratti naaf salaataa.”
“Nama khamrii dhugaan machaa’u irratti ani hin salaatu.”
Guyyoota muraasa booda, Abuu Haniifaan abjuudhaan namicha sana bakka baay’ee miidhagaa ta’e tokko keessatti, gammadaa fi bashannanaa osoo jiruu argan. Yeroo inni Abuu Haniifaa argetti akkana jedhe:
“Yaa Abuu Haniifaa! Baguma Jannanni harka kee hin ta’in. Alhamdulillaah!”
Abuu Haniifaan ganama hirribaa ka’anii gara haadha warraa namicha sanaa deemanii akkana jedhanii gaafatan:
“Abbaan warraa kee yeroo addunyaa irra ture maal dalagaa ture?”
“Dalagaa addaa baay’ee qabaachuu baatus, guyyaa Jumu’aa yeroo hunda yatiimota ganda keenyaa walitti qabuun nyaachisaa ture. Akkasumas mataa yatiimotaa sanaa harka isaa lamaan qaqqabaa fi isaan gammachiisaa ture.”
Kana booda Abuu Haniifaan baay’ee gaddanii akkana jedhan:
“Sababa hojii kanaatiin Rabbiin Jannata isaaf kenne ta’uu mala.”
Ergasii Imaamni Abuu Haniifaan ummata gorsuu jalqaban:
“Nama tokko ‘badii hojjeta’ jettanii maqaa isaa hin balleessinaa; wal hin arrabsinaa. Rabbiin hojii inni ittiin Jannata seensisu eenyullee hin beeku.”
🌿 Dhugumatti, Jannanni harka namaa hin jiru!
Namni tokko badii hojjachuu isaa qofa ilaallee, dhuma isaa irratti murtii kennuu hin qabnu. Akkuma namni tokko badii hojjatu, hojii gaarii inni dhoksaatti hojjatu jiraachuu danda’a.
Rabbiin qalbii fi hojii namaa hunda ni beeka. Inni nama fedhe araara; nama fedhes rahmata isaatiin ol kaasa.
🤲 Yaa Rabbii! Hojii gaarii Si biratti fudhatama argatu nuuf godhi; hojii keenya isa nuuf milkaa’ina ta’u nuuf qabadhu; Jannata kee nuuf kenni. Aamiin!
#Alhamdulillaah 🤍
#Jannanni_Harka_Namaatii_Hin_Ta’u
#Gorsa
#Daawaa
#Caayaa_Diinaal_Islaam

Isheenis akkana jette:
“Yaa Abuu Haniifaa! Abbaan warraa koo du’ee jira. Salaata Janaazaa isaa irratti naaf salaataa.”
Isaanis akkana jedhanii didan:
“Nama khamrii dhugaan machaa’u irratti ani hin salaatu.”
Guyyoota muraasa booda, Abuu Haniifaan abjuudhaan namicha sana bakka baay’ee miidhagaa ta’e tokko keessatti, gammadaa fi bashannanaa osoo jiruu argan. Yeroo inni Abuu Haniifaa argetti akkana jedhe:
“Yaa Abuu Haniifaa! Baguma Jannanni harka kee hin ta’in. Alhamdulillaah!”
Abuu Haniifaan ganama hirribaa ka’anii gara haadha warraa namicha sanaa deemanii akkana jedhanii gaafatan:
“Abbaan warraa kee yeroo addunyaa irra ture maal dalagaa ture?”
Haati warraa isaas akkana jette:
“Dalagaa addaa baay’ee qabaachuu baatus, guyyaa Jumu’aa yeroo hunda yatiimota ganda keenyaa walitti qabuun nyaachisaa ture. Akkasumas mataa yatiimotaa sanaa harka isaa lamaan qaqqabaa fi isaan gammachiisaa ture.”
Kana booda Abuu Haniifaan baay’ee gaddanii akkana jedhan:
“Sababa hojii kanaatiin Rabbiin Jannata isaaf kenne ta’uu mala.”
Ergasii Imaamni Abuu Haniifaan ummata gorsuu jalqaban:
“Nama tokko ‘badii hojjeta’ jettanii maqaa isaa hin balleessinaa; wal hin arrabsinaa. Rabbiin hojii inni ittiin Jannata seensisu eenyullee hin beeku.”
🌿 Dhugumatti, Jannanni harka namaa hin jiru!
Namni tokko badii hojjachuu isaa qofa ilaallee, dhuma isaa irratti murtii kennuu hin qabnu. Akkuma namni tokko badii hojjatu, hojii gaarii inni dhoksaatti hojjatu jiraachuu danda’a.
Rabbiin qalbii fi hojii namaa hunda ni beeka. Inni nama fedhe araara; nama fedhes rahmata isaatiin ol kaasa.
🤲 Yaa Rabbii! Hojii gaarii Si biratti fudhatama argatu nuuf godhi; hojii keenya isa nuuf milkaa’ina ta’u nuuf qabadhu; Jannata kee nuuf kenni. Aamiin!
#Alhamdulillaah 🤍
#Jannanni_Harka_Namaatii_Hin_Ta’u
#Gorsa
#Daawaa
#Caayaa_Diinaal_Islaam
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
Telegram
𝙲𝙰𝙰𝚈𝙰𝙰 𝙳𝙸𝙸𝙽𝙰𝙰𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼 🇵🇸
#Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammadﷺ]
#Barachuun of Misoomsuudha.!!!
✓Waliin taanee
✓Waliif taanee
✓Amantii teenya barannee haa barsiifnuu.
✓Qur'aana fi hadiisa
In-box:- @Alamudinabe28
#Barachuun of Misoomsuudha.!!!
✓Waliin taanee
✓Waliif taanee
✓Amantii teenya barannee haa barsiifnuu.
✓Qur'aana fi hadiisa
In-box:- @Alamudinabe28
Forwarded from 𝙲𝙰𝙰𝚈𝙰𝙰 𝙳𝙸𝙸𝙽𝙰𝙰𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼 🇵🇸 (🦋"𝙰𝙻𝙰𝙼𝚄𝙳𝙳𝙸𝙸𝙽"🦋)
"Namni salawaata takka narratti buuse, Rabbiin salawaata kudhan isa irratti buusa jedhan Rasuulli Rabbiiﷺ."
#𝐒𝐚𝐥𝐥𝐮_𝐀𝐥𝐚𝐚__𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢_ﷺ
#𝐒𝐚𝐥𝐥𝐮_𝐀𝐥𝐚𝐚__𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢_ﷺ
❤4
يارب في فجر الجمعة اللهم إنّا نسألك أن ترزقنا راحة البال والرضا بما كتبته لنا وحُسن الظن فيما هو آت واليقين بك حتى تطمئن نفوسنا
صلاة الفجر يرحمُكُم الله 🤍 🌿 🕊
صلاة الفجر يرحمُكُم الله 🤍 🌿 🕊
«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له»
- سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة.
لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً
لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃
- سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة.
لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً
لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃
Forwarded from MADDA BEEKUMSAA
Namni Jalqaba Mowlida Jalqabe Eenyu?
Mowlida Jechuun : Dhaloota: jechuudha,
Garuu dhaloonni kuni kan (Nabi Muhammad ﷺ ) Jechuu itti baanan,
Namni jalqaba mowlida kabajuu jalqabe hijraa irraa amata 500 lakkaawatee amata 600 keessa ykn amata 700 xummura irratti Gadaa Ummata (faaximiyyootaa) namticha Abuu sa'iid kowkabuurii je'amutu takka je'ee karaa mowlidaa bane, inni kan mootummaa tureedha,
Akkuma Ibnu kasiir Kitaaba ﺍﻟﺒﺪﺍﻳﺔ ﻭﺍﻟﻨﻬﺎﻳﺔ je'amu keessatti galmeessanitti , Akkasuma Ibnu Kalkaaniifii qorattootni seenaa nuuf himanitti,
Abuu shaamaan akki je'an: Namni biyya mowsil keessatti qaawwa haflaa mowlidaa bane nama Sheekh Umar bin muhammad Al-malaa je'amuudha, Inni duraan nama gaarii ture , Sheekh Umar kanatti Abuu sa'iidiin sunis hidhate,
Ibnu kasiir Kitaaba AL-BIDAAYATU WA-NIHAAYAA keessatti yoo waa'ee Abii sa'iid kowkabuurii addeessan akki je'an: Ji'a Rabii'ul Awwal keessa dhaloota Nabiyyii kabajamaa ulfeessuuf haflaa guddaa tokko qopheessa.
Namni gaafa sana achi jiru nuuf odeessee jira. . Mataa horii kuma shan 5000 wadda. . Lukkuu kuma kudhan bilcheessa. . Saanii/qorii kudraaf mudraan guutamte kuma soddoma qopheessa . . . je'an. .
Kanaafuu Mowlidni waan guyyaa keessa argame malee waan sahaabotaaf taabi'oonni akkasuma salafni gaariin hojjatanii miti, . . .
Isa kabajuu dhiisii "Baga ittiin isin gahe " jaraan jechuun Dilii gurguddaadha. .
Namni Bid'aa Jibbitan Share Godhi
https://t.me/maada_beekumsaa
Mowlida Jechuun : Dhaloota: jechuudha,
Garuu dhaloonni kuni kan (Nabi Muhammad ﷺ ) Jechuu itti baanan,
Namni jalqaba mowlida kabajuu jalqabe hijraa irraa amata 500 lakkaawatee amata 600 keessa ykn amata 700 xummura irratti Gadaa Ummata (faaximiyyootaa) namticha Abuu sa'iid kowkabuurii je'amutu takka je'ee karaa mowlidaa bane, inni kan mootummaa tureedha,
Akkuma Ibnu kasiir Kitaaba ﺍﻟﺒﺪﺍﻳﺔ ﻭﺍﻟﻨﻬﺎﻳﺔ je'amu keessatti galmeessanitti , Akkasuma Ibnu Kalkaaniifii qorattootni seenaa nuuf himanitti,
Abuu shaamaan akki je'an: Namni biyya mowsil keessatti qaawwa haflaa mowlidaa bane nama Sheekh Umar bin muhammad Al-malaa je'amuudha, Inni duraan nama gaarii ture , Sheekh Umar kanatti Abuu sa'iidiin sunis hidhate,
Ibnu kasiir Kitaaba AL-BIDAAYATU WA-NIHAAYAA keessatti yoo waa'ee Abii sa'iid kowkabuurii addeessan akki je'an: Ji'a Rabii'ul Awwal keessa dhaloota Nabiyyii kabajamaa ulfeessuuf haflaa guddaa tokko qopheessa.
Namni gaafa sana achi jiru nuuf odeessee jira. . Mataa horii kuma shan 5000 wadda. . Lukkuu kuma kudhan bilcheessa. . Saanii/qorii kudraaf mudraan guutamte kuma soddoma qopheessa . . . je'an. .
Kanaafuu Mowlidni waan guyyaa keessa argame malee waan sahaabotaaf taabi'oonni akkasuma salafni gaariin hojjatanii miti, . . .
Isa kabajuu dhiisii "Baga ittiin isin gahe " jaraan jechuun Dilii gurguddaadha. .
Namni Bid'aa Jibbitan Share Godhi
https://t.me/maada_beekumsaa
Telegram
MADDA BEEKUMSAA
📚𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐥𝐢 صلي الله عليه وسلم 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧"𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮𝐧 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐢𝐫𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚!"
https://t.me/maada_beekumsaa
𝗖𝗼𝗻𝘁𝗮𝗰𝘁:- @maada_beekumsaa
https://t.me/maada_beekumsaa
𝗖𝗼𝗻𝘁𝗮𝗰𝘁:- @maada_beekumsaa
❤1
Forwarded from Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️
Dhimma Maalummaa fi Eenyummaa Yesuus kiristoos irratti:
🔴🔴 #Kutaa_48ffaa 🔴🔴
Haati ilmaan Zabdeewoos Yesuusin ilmaan ishee lameen mootummaa samii keessatti mirgaafi bitaa isaatiin akka isiif kaa'u gaafattee akkana jechuun deebiseefii jira: "Yesuusis deebisee, Xoofoo kiyya irraallee ni dhuddu; garuu karaa harka mirga kiyyaa yookiin karaa harka bitaa kivyaa taa'uu kennuun hujii kiyyaa miti. Bakki kun kan warra Abbaan kiyya isaaniif jedhee isa qopheesseeti." (Maatewoos 20:23) [Hiika Waalta'aa Haaraya]
Maarree Kiristaanonni akka jedhanitti Yesuus Waaqa yoo ta'e, akkamitti mootummaa samii seensisuun "Hujii kiyyaa miti" jedhee deebisa? Kiristaanonni akka jedhanitti yeroo hedduu wantoota hedduu raawwachuu kan dadhabe "Foon uffatee nama ta'ee gara lafaa waan dhufeef."
Haa ta'u malee, keewwata kana irratti "Hujii kiyya miti yoo jedhu akka hin dandeenne kan dubbate yeroo foon uffatetti osoo hin taane bara dhumaa mootummaa samii keessattiidha."
🛑 Maarree "Waaqa" yoo ta'e, innis akkuma Abbaa maaliif jannata seensisuu kan hin dandeennef?

👏1
صلاة الفجر📿
اللهم اجعلنا ممن قُلت فيهم
﴿ وَالذين هُمْ عَلَىٰ صَلَواتِهِمْ يُحَافِظُونَ﴾🌿
اللهم لا تحرمنا لذة الوقوف بين يديك في كل صلاة واجعل صلاة الفجر وقرآن الفجر أحب لنا من الدنيا وما فيه 🍃🕊️
Ragaa tokkichummaa Rabbii ibsu:
Macaafa Isaayas Raajicha;- 43;11
"ላድናችሁ የሚችል እኔ እግዚአብሔር ብቻ ነኝ"
#Ana_duwwaatu Waaqayyoodha, ana malee #fayyisaan kan biraa hin jiru".
Akka keyyata kanaatti;- Waaqni; kan isin fayyisuu danda’u #Ana_qofa” yennaa jedhu, tokkichummaa isaa dubbate. Kanas jecha “Ana qofa/ብቻ ነኝ” akka fayyadame ilaalaa! Osoo fayyisaa kan biraa jira ta’ee, ‘ana qofa’ jedhee hin ibsu. Isaayaas raajii/mudhata isaa kana keessatti #fayyisaan_waaqa_qofa” akka ta’e barsiise.
Kiristanootni “Yesuus nama fayyisa” jedhan keyyata kana hin argine moo macaafa biraa qabu? As irratti jechi “Ana qofa” jettu maal akka agarsiiftu hubachuun barbaachisaadha.
https://t.me/Gare_shahada_official

Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
❓ 𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐂𝐎𝐌𝐏𝐀𝐑𝐀𝐓𝐈𝐕𝐄:
📖 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢, 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐢 "𝐈𝐥𝐦𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐚" (𝐒𝐨𝐧 𝐨𝐟 𝐌𝐚𝐧) 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐚𝐥 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐨𝐥 𝐜𝐚𝐪𝐚𝐬𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚?
Adds; 👇👇
@Rafiiqul_Islaam