#Ergaa_Baga_Geessanii
#Bulchaa_Bulchiinsa_Aanaa_Geeraa
#obbo_Xaahir_A/Firaa
Ayyaana Moolidaa Sababeeffachuun dabarsan
Hordoftoota Amantaa Muslimaa Biyya keenyaa maraaf Baga kabajaa Ayyaana Guyyaa dDhaloota Nebiyyuu Mohammad waggaa 1,496ffaa kan bara 2014 tiin isiin gahee yeroo isiniin Jedhu Gammachuu Guddaatu itti dhaga'ama .
Ayyanni kun
kan :- #Nagaa,
#Gammachuu,fi
#Badhaadhinaa
akkasumas bara waan hundaan milkoofinu akka tahu hawwii qaban ibsaa! Keessumattuu yeroo biyyi keenya Itoophiyaan Mootummaa itti hundeeffattee jirtu kana keessatti Ayyaana kana yeroo kabajnu Gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama.
Hordoftoota Amantaa Musiliimaa hundaan baga geessan yeroo jennuttis carraawwan guddina gama Misoomaa, Dinagdee fi Hawaasummaa Aanaa keenya keessatti fiduun waliin taanee Hawaasa Misoomaan fayyadamaa taasisuun qooda fudhachuun gahee keenya haa ba'annuun dhaamsa keenya.
Ayyaana Keenya Yemmuu kabajnu Kan Rakkate Nyaachisuun,Kan Daare Daara Baasuun Duudhaa keenya ganamaa kan ta'e aadaa woliin jireenya keenyaa kan keessatti gabbifannu akka ta'u hawwii qaban dabarsanii jiru.
#Ayyaanaa_Gaarii
OBBO XAAHIR A/FIRA
BULCHAA BULCHIINSA AANAA GEERAA