Gadaa Bank
30.5K subscribers
2.71K photos
85 videos
43 files
660 links
Download Telegram
Baankiin Gadaa qaqqabummaa isaa daran babal’isuun kutaalee biyyattii hunda keessatti dameelee isaa banuun Tajaajila baankii mijataa fi si’ataa hawaasa bal’aaf kennaa kan jiru yoo ta’u , Baankichi guyyaa har’aa Guraandhala 14 bara 2018 Damee Hosaanaa kan Naannoo Giddugaleesssa Itoophiyaa, Godina Hadiyyaa Magaalaa Hosaanaaatti argamu, bakka Hoggaanaa Olaanaan Tajaajila Maamiltoota Obbo Isheetuu Dheeressaa fi Kantiibaa Magaalaa Hosaanaa Obbo Saamu’el Shugguxee akkasumas Maaneejimantii Baankichaa fi Aanga’ootni olaanoon Naannoo, Godinichaa fi magaalatti argamanitti haala ho’aan eebbisiisuun ifatti hojii eegalchiiseera. Akkasumas Baankichi Abbootii Aksiyoonaa, Mamiltootaa, Abbootii qabeenyaa fi Kutaalee hawaasaa garagaraa waliiniis haala baankicha walii hojjachuu danda’amu irratti marii bal’aa taasiseera.
ገዳ ባንክ የተደራሽነት አድማሱን በማስፋፋት በሁሉም የሀገሪቷ ክፍል ቅንጫፎቹን በመክፈት ፈጣንና ምቹ የባንክ አገልግሎት እየሰጠ የሚገኝ ሲሆን በዛሬዉ ቀን ቅዳሜ የካቲት 14, 2018 ዓ.ም በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልላዊ መንግስት ሀዲያ ዞን በሆሳዕና ከተማ የሚገኘዉን ሆሳዕና ቅርንጫፍ የባንኩ ቺፍ የደንበኞች አገልግሎት ኦፊሰር አቶ እሸቱ ዴሬሣ እና የሆሳዕና ከተማ ከንቲባ አቶ ሳሙኤል ሽጉጤ እንዲሁም የባንኩ ማኔጅመንት አባላት እና የክልሉ፣ የዞኑ እና የከተማው አስተዳደር ከፍተኛ የመንግስት ስራ አመራሮች በተገኙበት ሆሳዕና ቅርንጫፍ በማስመረቅ በይፋ ስራ አስጀምሯል፡፡ እንዲሁም ባንካችን በሆሳዕና ከተማ እና አካባቢ ከሚገኙ ባለአክሲዮኖች፣ ደንበኞች፣ ባለሀብቶች እና ከሌሎች ባለድርሻ አካላት ጋር ከባንኩ ጋር መስራት በሚቻልበት ሁኔታ ላይ ጥልቅ ውይይት አድርጓል ፡፡

#GadaaBank #NewGenerationsBank

Follow Gadaa Bank on:
Facebook:
https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram:
https://www.instagram.com/gadaabanksc/
LinkedIn:
https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram:
https://t.me/GadaaBankOfficial
X:
https://x.com/gadaabanksc
Youtube:
https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank
👏26🔥5