#Ati_kophaa_kee_miti!
Wantoonni akka ati barbaaddetti akka hin deemne sitti himuu dandaʼu. Hojiin kee, barnoonni kee, gaa’elli kee, hariiroon jaalalaa kee si rakkisee jira ta’uu danda’a; Ati kophaa kee miti Hundi keenya mudaa qabna.
Guyyaa guyyaan of fooyyessuuf wantoota xixiqqoo itti dabaluun yoo itti fufne, rakkina kana hunda taruun ni danda'ama. Jijjiiramni dhugaa tasaa osoo hin taane suuta suutaan dhufa! Kanaaf carraaqqii keenya itti haa fufnu.
Yeroo gaarii isiniif haa ta'u!
@gadaa_motivation
Ni danda'ama

#Dorgommii_dhaabaa!
Manni dorgommii halkan banaa bula. Namoota biroo wajjin yoo of wal bira qabde yoomiyyuu gammachuu hin argattu. Yoo gammaddellee gammachuun kee yeroo dheeraa hin turu!
Garuu nama ofiin dorgomu eenyullee dhaabuu hin danda'u. Jijjiirama keessanitti gammadaa. Mukkeen hundi wal qixa hin guddatan, garuu hamma guddachuu danda’anitti dheeratu.
Hiriyaa koo, ija kee namoota biroo irraa kaaftee yoo of ilaaltee, saffisaan tarkaanfatta. Hunda caalaa tasgabbii sammuu qabaatta!

👍2
#Ofitti_amani
Milkaa'ina keetif warri yeroo rakkinaa sirraa fagaatan yoo si marsan hin ajaa'ibsiifatin. Warri yeroo hamaa keessatti callisee yeroo gaarii keessatti jaalalaan qabamuun yoo xumuran hin ajaa'ibsiifatin.
Har'a miti waggoota kumaatamaan dura namoonni akkana turan. Har'as borus akkasuma. Kanaaf eenyurraayyuu homaa hin eeginaa! Uumaa kee cinaatti of amani! Wanti akka of shakkuu abjuu nama ajjeesu hin jiru!

#Dogoggora_keenya
Namni dogoggora hin hojjenne hin jiru. Wanti garaagarummaa fidu dogoggora keenya akkamitti akka fudhanudha. Dogoggora keenyaaf of komachuu yoo itti fufne of fudhachuun rakkina. Dogoggora keenya irraa barannee gara fuulduraatti maal fooyyessuu akka qabnu yoo yaadne of fudhannee gara fuulduraatti tarkaanfanna.
Kanaaf rakkoo, kufaatii fi wantoota badaa jireenya keenya keessatti nuu fi namoota biroo mudate hundaaf ofii fi namoota biroo balaaleffachuu mannaa waan badaa irraa waan gaarii barannee gara fuulduraatti tarkaanfachuun filannoo gaarii dha.

👍1
#Milkaa'ina_jireenyaa
Jireenya keessatti milkaa’inni waan hojiidhaan ykn maallaqaan ykn safartuu addunyaa maraan beekamtii qabu kamiinuu galmaan gahuu dandeessu osoo hin taane, dandeettii jireenya gammachiisaa jiraachuu kan ati ofii keetii murteessitudha.

👍2🙏1
#Jabaachuu_qabda!
Jaappaanonni "Qabeenyi muka obsaa irratti biqila" jedhu. Jireenya keessatti garaagarummaa guddaa kan fidu cimina. Of jijjiiruuf, namoota jaallatan bira ga’uuf dammaquun kan jalqaban baay’eedha; Garuu muraasa qofatu xumura; Ati isaan keessa tokko ta'uun kee mirkanaa'adha!
Halkan gaarii isiniif haa ta'u!

Namicha tokkotu akkas jedhe "bakka ati hin jirretti waan dubbatamaa oolu osoo beekte namoota hedduu waliin kolfuu dhiista"
Halkan gaarii isiniif haa ta'u!
@gadaa_motivation
Ni danda'ama
Halkan gaarii isiniif haa ta'u!
@gadaa_motivation
Ni danda'ama
Jaalallee keetiin maal jechuu barbaadda? ❤
HBD jechuuf; 🎂
Hawwii kee ibsuuf; 🚶 ♀ ❤
Dhiifama gaafachuuf;🤦 ♂ 🤩
Osoo siin ta'ee maal gootu?
Jechoota jaalalaa barbaaddan nuuf ergaa @inboxwk 📬 bor irraa maxxansina.
⚠️ Namni ergitaniif miseensa yoo hin taane dursa link @gadaa_motivation tti ergaa.
Halkan gaarii isiniif haa ta'u!
@gadaa_motivation
Ni danda'ama
HBD jechuuf; 🎂
Hawwii kee ibsuuf; 🚶 ♀ ❤
Dhiifama gaafachuuf;🤦 ♂ 🤩
Osoo siin ta'ee maal gootu?
Jechoota jaalalaa barbaaddan nuuf ergaa @inboxwk 📬 bor irraa maxxansina.
⚠️ Namni ergitaniif miseensa yoo hin taane dursa link @gadaa_motivation tti ergaa.
Halkan gaarii isiniif haa ta'u!
@gadaa_motivation
Ni danda'ama
❤1
#Carraan_nuuf_kennameera!
Uumaan haa galateeffamu, har'a hirribaa dammaqne, kaleessa irraa ceenee, carraan biraa jiraachuu, jijjiiramuu fi gammaduu nuuf kennameera! Kanaaf uumaa keenya faarsinee ol haa jennu!
Guyyaa gaarii isiniif haa ta'u!

#Xumura_haaraa
Eenyullee duubatti deebi'ee jalqaba haaraa jalqabuu hin danda'u, garuu namni kamiyyuu har'a jalqabee xumura haaraa gochuu danda'a.

#Osoo_siin_ta'ee_maal_gootu?
Maqaan koo Iyeerusin jedhama, umuriin koo waggaa 22 yoo ta'u, finfinnee keessattin dhaladhee guddadhe. Jaalalleen koo inni jalqabaafi kanan baay'ee jaaladhu Yoonii jedhama. Inni garuu miira tokkollee naaf hin qabu. Ofii balleessee anatu dhiifama gaafata.
Dhiheenya kana waldhabdee guddaa nu giddutti uumameen si hin barbaadu nan jedhe. Baay'ee yaadda'een intala obboleessa kootii akka nu araarsituuf yeroo hedduu ergan kadhadheen booda tole jette bilbilteefi baay'ee akkan miidhame itti himte. Innis rakkina hin qabu wal argineetu irratti dubbannaa jedhe bilbila isaa cufe.
Yeroo qaamaan wal argan intalli obboleessa koo baay'ee bareedduu waan taateef itti tolte natti fakkaate waliif bilbiluu jalqaban. Gaaf tokko yeroon 'feesbuukii' intala obboleessa koo ilaalu 'teekistii' akkas jedhu tokkon dubbisee "qarshii naaf ergi jedhii ishee dhiphisi isheenu yoos si dhiistee deemti"
Halkan wal waamanii bahuu eegalan. Waliin rafuu fi dhiisuu isaanii hin beeku. Gaafan Ishee gaafadhu wal hin arginuu maal taate ati si dhukkuba moo naan jetti, inni immoo akka waliin jirrutti dubbata, garuu na hin dhungatu halkan waliin akka dabarsinu gonkumaa hin barbaadu. Wanti baay'ee nama aarsu bilbilli isaa galgala sa'aatii 5'nii booda hojiin itti baay'ata. Kan intala obboleessa kootiis akkasuma. Yoon itti hime gonkumaa na dhiisa jedheen sodaadhe!!
Osoo bakka koo jirtu ta'ee maal gootu? Maal naaf wayyaa?

#Gammachuu!
Jijjiiramni dhugaa qormaataa fi rakkinaan kan guutamedha. Namni kanniisa irraa damma fudhachuu barbaadu ciniinnaa ishee obsuu qaba. Hiriyaa koo yeroo haalli sitti jabaatu yoo sitti dhaga'ame, yoo komatte, yoo of miite homaa hin gootu! Qormaatatti gammadaa, warra ciccimootu qorama!

#dogongorri_kallattii_lama_qaba.
Tokko abdii kutachuutti nama geessa. Inni lammaffaan isa gara milkaa'inatti si geessudha. Wanti guddaan dogongora raawwachuu osoo hin taane, dogoggora keenya dura dhaabbannee irraa barachuudha.
Sirritti akka hin hojjenne yoo beekne, wanti nuti gochuu qabnu haala wal fakkaatu keessatti dogoggora keenya gadi fageenyaan ilaallee gara fuulduraatti sirreessuudha.
Itti aansee waan baranne irra deddeebinee yaadnee kallattiin hojiitti fiduu danda’uudha. Dogoggora tokko irra deddeebinee yoo hojjenne tilmaamaan jiraachaa jirra jechuudha.

👏4👍2🔥1
'Combo' Guyyaa har'aa 'coin' 5,000,000 dha. Yoo ammallee hin jalqabne ta'e osoo yeroon hin darbiin amma jalqabi.
https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId473000390

👍6
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=1363812273
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards!

Telegram
TronKeeper
TronKeeper is your secure Tron wallet on Telegram. invite friends, and earn USDT rewards! Simple, fast, and secure . 🚀