Gaammee Media 1
4.54K subscribers
372 photos
6 videos
86 files
291 links
Join our Gaammee Media community for the
Latest news
Tech-Info
Education info

Owner👉 @Bek_i
I write educational and Technology Informations.
Buy ads: https://telega.io/c/Gaammeemedia

Buy Ads https://t.me/ChannelBuzzBot?start=GaammeeMedia
Download Telegram
Forwarded from OTechs
🤑$Not kana Booda Abbaa hin qabu.

Kana booda Notcoin🤑 abbaa akka hin qabneefi kan Community akka ta'e Karaa Channel isaanii beeksisanii jiru. Kanaafis Kana booda $Not 🤑 yeroo ammaa Gabaa keessa naanna'aa jiru 102B $Not malee kan biraa gara gabaatti dabaluun hin danda'amu. Kunis immoo namoota $Not Hold goochaa jirtaniif baay'ee isin gargaara. Kanaboodas yoo dandeessan akka hold gootan malee akka gurgurtan an karaakoo isin hin goorsu.

⚠️ #Ilaalcha Mataakoodha isin waan barbaaddan murteessuuf Mirga qabdu.


✉️@O_Techs
✉️@O_Techs
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM