FOCUS FINFINNEE
1.28K subscribers
945 photos
90 videos
21 files
391 links
Welcome!
This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel!

Library: @focuslibrary
Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee
Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh
Contact us: 0967464945
Ask Anything: @focusfinfinnee_bot
Download Telegram
FOCUS FINFINNEE
Gaaffiilee keessan Jimaata darbe barreeffamaan nuuf kennitaniifis deebiin ni kennama!
Gaaffiilee keessan gaafattaniif deebiin quubsaan naaf hin kennamne, yookiin immoo deebiin naaf kenname gaaffii kan biraa natti uumee😊, tarii immoo gaaffiin gaafadheeyyu dagatamee deebiin itti hin kennamne kan jettan yoo jiraattan:

User name armaan gadii irratti irra deebiin gaaffii kan isinitti tahe yoo nuuf ergitan gaaffii keessan ilaallee nama nu barsiisan, dabalataanis namoota kan biroo gaaffii keessan deebisuu dandahan siniif dubbisnee wal isin qunnamsiisna.

@TheMoExSt
@ElAvi3492

Eebbifamaa! 🤩
👍10
Nagaa Gooftaa isiniif haa ta'u maatii Focus Finfinnee!

Bor waaree booda sa'atii 8 irraa eegalee sagantaan GC akkuma itti fufetti jira, addatti immoo bor #dhimmotaa_hojii_fi_addunyaa_hojiin walqabatan irratti nama muuxannoo qabu obboleessa keenya Nagaa waliin kan leenjii gabaabaa qabaannu ta'a! barattoonni barana eebbifamtan akka irratti argamtanii muuxannoo qooddattan jaalala Waaqayyoon isin beeksisna.

Hiriyyoota keessan affeeruun irratti argamaa.


🗓 Dilbata - Eebila, 25/2018
⛪️  Waldaa Divine Word
4kilo                           
⏱️: Waaree booda 8:00 - 10:0LT

‼️Hin Hafamu Hin Barfatamu!

We are focused, We Live for God, We reach all Nations
👍5
Nagaa Gooftaa isiniif haa ta'u maatii Focus Finfinnee!

Bor waaree booda sa'atii 8 irraa eegalee sagantaan GC akkuma itti fufetti jira, addatti immoo bor #dhimmotaa_hojii_fi_addunyaa_hojiin walqabatan irratti nama muuxannoo qabu obboleessa keenya Nagaa waliin kan leenjii gabaabaa qabaannu ta'a! barattoonni barana eebbifamtan akka irratti argamtanii muuxannoo qooddattan jaalala Waaqayyoon isin beeksisna.

Hiriyyoota keessan affeeruun irratti argamaa.


🗓 Dilbata - Eebila, 25/2018
⛪️  Waldaa Divine Word
4kilo                           
⏱️: Waaree booda 8:00 - 10:0LT

‼️Hin Hafamu Hin Barfatamu!

We are focused, We Live for God, We reach all Nations
4
Jaallatamoo fi eebbifamoo Maatii Goooftaa,ayyaannii fi nagaan isiniif haa baay'atu!

Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Kristos Yesus kana gochuu keessan in fedha.

1Tasaloniiqee 5:17-18

Egaa akkuma beekamuu boru ganamas kadhati feeloon keenya qabdu yeroo isaa eegate itti fufee jira; Waaqayyoo yeroo eebbifamaa fi bareeda ta'ee nu kennaa jira, kanaaf hundi keessan iyyuu argamuun waliin fuula abbaa keenyatti dhi'aanne akka kadhannu jaalala Gooftaan isin yaadachifna.

⛪️  Waldaa Guutuu Wangeelaa 6kiiloo, kiloo 5tti argamuu                                 
⏱️ Ganama:12:00 - 1:30 LT


YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF!  

We are focused, We Live for God, We reach all Nations


Follow us on:-

Telegram: @focusfinfinnee

Our Library: @focuslibrary

Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee

Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh

Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZM2co4pqR
🥰4
Waaqayyo Abbaan keenya, Gooftaan keenya Yesus Kristos ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!
Jaallatamoo ijoollee Waaqayyo!🤩

“Isinis nuu wajjin tokkummaa akka qabaattaniif, isa arginee fi isa dhageenye sana isinitti in himna; tokkummaan keenya immoo abbaadhaa wajjin, ilma isaa Yesus Kristosii wajjinis.”

— 1Yoh. 1:3

#Bor

Sagantaan keenya jimaata itti fufee waan jiruuf
#Macaafa_Qulqulluu fi #Yaadannoo keessan qabaachuun yeroon akka argamtan jaalala Gooftaa keenyaan isin beeksifna!


#Hin_haftan_hin_barfattan😊

⛪️ Waldaa G/G/M/W
⏱️: 11:30 - 1:45 LT

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF! 🙌

We are focused, We Live for God, We reach all Nations!

Follow us on:-

|TELEGRAM|
|OUR LIBRARY|
|FACEBOOK|
|YOUTUBE|
|TIKTOK|
|INSTAGRAM|
4
Waaqayyo Abbaan keenya, Gooftaan keenya Yesus Kristos ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!
Jaallatamoo ijoollee Waaqayyo!🤩

“Isinis nuu wajjin tokkummaa akka qabaattaniif, isa arginee fi isa dhageenye sana isinitti in himna; tokkummaan keenya immoo abbaadhaa wajjin, ilma isaa Yesus Kristosii wajjinis.”

— 1Yoh. 1:3

#Harra

Sagantaan keenya jimaata itti fufee waan jiruuf
#Macaafa_Qulqulluu fi #Yaadannoo keessan qabaachuun yeroon akka argamtan jaalala Gooftaa keenyaan isin beeksifna!


#Hin_haftan_hin_barfattan😊

⛪️ Waldaa G/G/M/W
⏱️: 11:30 - 1:45 LT

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF! 🙌

We are focused, We Live for God, We reach all Nations!

Follow us on:-

TELEGRAM
OUR LIBRARY
FACEBOOK
YOUTUBE
TIKTOK
INSTAGRAM
🔥61
Nagaan siniif haa tahu!
Jaallatamoo ijoollee Waaqayyo!🤩

“Dubbii gargaaru, yeroo barbaachisutti kan cimsu, warra dhaga'uufis ayyaana kan kennu malee, dubbiin hamaan afaan keessan keessaa hin ba'in!”

Efe. 4:29

Akkuma har'a beeksisa irratti sin beeksisne obboloonni gorsa #Dhimma_hafuuraa
#Dhimma_hawaasummaa #Dhimma_barnootaa
#Dhimma_hariiroo fi kan biroo irratti gorsa barbaaddan dhimmoota kana irratti namoonni gorsa siniif kennuu danda'an sin gargaaruuf sin eegaa jiru!

Maarree "Username" armaan gadii irratti dhimma keessan haasoofsiisu ni dandeessu!

@Solas11111
@ElAvi3492
@tokucara88

Eebbifamaa!😊

We are focused, We Live for God, We reach all Nations!

Follow us on:-

TELEGRAM|OUR LIBRARY|FACEBOOK
|YOUTUBE|TIKTOK|INSTAGRAM|
5
Nagaaf Araarri Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu!
#CHRISTIAN_RELATIONSHIP
#BORU
Ergasii Waaqayyo gooftaan, “Namichi kophaa isaa ta'uun gaarii miti; kan akka isaatii kan isa gargaartu, ani isaaf nan tolcha” jedhe.
Kanaafis dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa, haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u.
Uumama 2:18, 24

Guyyaa boruu waaree booda sa'atii 8 irraa eegalee Leenjiin Walitti Fufaa kutaa 2ffaan #Christian_Relationship irratti kennamuu waan itti fufuuf hundumti keessan akka irratti argamtanii barattan jaalala Waaqayyoon isin beeksisna.

Hub: Gaaffii gama kana irratti qabdan kamuu barreessitanii dhufuun waraqaa keessan dursitanii akka kennitan isin beeksisna!


🗓 Dilbata - Eebila, 18/2018
⛪️  Waldaa Divine Word
4kilo                           
⏱️: Waaree booda 8:00 - 10:0LT

Hundinuu Affeeramtaniirtu!


‼️Hin Hafamu Hin Barfatamu!

We are focused, We Live for God, We reach all Nations
7
Gooftaatti kan jaalatamtan eebbifamoo maatii Waaqayyoo, nagaan isiniif haa baay'atu!
#HAFUURAAN_GEGGEEFFAMU
#Barii_bareeda
Nuyi jireenya hafuuraatti yoo jiraanne, hafuura kana duukaa bu'uu keenya.
Galaatiyaa 5:25

Fedhaaf jaalala Gooftaa yoo ta'ee boru ganamas kadhati feeloon keenya qabdu, mata-duree #Hafuuraan_Geggeeffamu jedhuun bifaa addaan yeroo isaa eegate itti fufee jira; Kanaaf hundi keessan iyyuu argamuun waliin fuula abbaa keenyatti dhi'aanne akka kadhannu jaalala Gooftaan isin yaadachifna.

⛪️
  W/Guutuu Wangeelaa 6kiiloo, kiloo 5tti argamuu                            
⏱️ Ganama:12:00 - 1:30 LT

#Hafuun_jaalalan_nama_gaafachiisa!

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF!  

We are focused, We Live for God, We reach all Nations
15
“Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha.”

Yoh. 14:3

Nagaan siniif haa tahu! Jaallatamoo ijoollee Waaqayyo!

Akkuma Jimaata darbe sin beeksisne Galgala Waaqeffannaa mata duree [#YERUSAALEM_HAARAA] jedhuun Jimaata dhuftuu waan qabaannuuf hiriyoota keessan, namoota jaallattan affeeruun yeroo eebbifamaa Gooftaa keenya duratti waaliin akka qabaannu sin beeksisu jaallannaa!


⛪️ Waldaa G/G/M/W
⏱️: 11:30 - 1:45 LT

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF

We are focused, We Live for God, We reach all Nations!

Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
10🔥3
#YERUSAALEM_HAARAA
#ONLY_2_DAYS_LEFT

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF

We are focused, We Live for God, We reach all Nations!

Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
🔥101
#YERUSAALEM_HAARAA
#ONLY_1_DAY_LEFT

#BOR
⛪️ Waldaa G/G/M/W
⏱️: 11:30 - 1:45 LT

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF

We are focused, We Live for God, We reach all Nations!

Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
11
Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha.”

Yoh. 14:3

#YERUSAALEM_HAARAA
#HIN_HAFAMU!
#HIRIYOOTA_KEESSANIS_AFFEERA!😊
#Har'a
⛪️ Waldaa G/G/M/W
⏱️: 11:30 - 1:45 LT

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF

We are focused, We Live for God, We reach all Nations!

Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
🔥8
Jaallatamoo obboloota eeruu barattoota gorsa kennuu danda'anii "form" armaan gadii irratti akka nuuf guuttan jaalala Waaqayyoon sin gaafanna!

#Yeroo_beellamaa_darbeef_dhiifama!

Eebbifamtaniittuu! 😊
👍1
Guyyaan muramte gaafa gahetti Waaqayyo akkuma dhala namaaf kakate ilma isaa gara biyya lafaa erge. Inni durba irraa dhalatee akkuma keenya qorumsa hundaan qorame.
Seera kan kenne Waaqayyo amma nama ta'ee seera ofiima kenne jalatti bitame. Ofiima isaatiis waan seerichi nurraa barbaadu hundaa raawwate. Nuunis garbummaa seeraa jalaa nu baase.

Karaa ilmasaa kanas Waaqayyo nuutiin ilmaan isaa nu godhate.
Ilma erga taaneemmo karaa yesuus qabeenya abbaa keenyaatti darbinee dhaaluuf jirra.

Kun hundi kan ta'uuf garuu Warreen maqaa isaatti amananii isa simataniif
(Yoh 1:12)

Dilbata gaarii! 😊
31
Gooftaatti kan jaalatamtan eebbifamoo maatii Waaqayyoo🥰🥰🥰
Nagaan isiniif haa baay'atu!

#KRISTOS_YESUSIN_BEEKUU
#Barii_Bareeda
Yesus deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos?...
Yoh 14:9a

Fedhaaf jaalala Gooftaa yoo ta'ee boru ganamas #Kristos_Yesusin_Beekuu mata-duree jedhuun bifaa addaan walii wajjin yeroo Waaqayyoo barbaadanu ta'a; Kanaaf hundi keessan iyyuu argamuun akka kadhannu jaalala Gooftaan isin yaadachifna.

⛪️
  W/Guutuu Wangeelaa 6kiiloo, kiloo 5tti argamuu                            
⏱️ Ganama:12:00 - 1:30 LT

#Kristos_wan_jaallannuf_isa_barbaadana!
#Hafuun_jaalalan_nama_gaafachiisa!

YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF!  

We are focused, We Live for God, We reach all Nations
10
FOCUS FINFINNEE
Gooftaatti kan jaalatamtan eebbifamoo maatii Waaqayyoo🥰🥰🥰 Nagaan isiniif haa baay'atu! #KRISTOS_YESUSIN_BEEKUU #Barii_Bareeda Yesus deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos?... Yoh 14:9a Fedhaaf…
#PRAYER_REQUESTS
#Prayer_Team

Yaa michuu ko! Akkuma karaa lubbuu sitti tole, karaa hundumaan akka sitti tolu, akka ati fayyaa taatus nan kadhadha.
3Yoh 1:2
Yoos dhukkubattii akka fayyifamtanitti cubbuu keessan walitti himadhaa, waliifis kadhadhaa! Kadhannaan nama qajeelaa waan baay'ee hojjechuu in danda'a.
Yaaq 5:16


Waaqayyoo isa dadhabi keenya hundumaatti nu gargaaruf galanni haa ta'uu!
Akkuma irraa deddeebi'ee beeksifama ture Gartuun kadhata addatti #prayer_requests fudhachuun torbee guutuu irratti kadhachuuf haala mijeessine jirra.
Kanaaf,dhimma garaagara irratti akka isinif kadhatamuu obboolonni barbaadan yeroo kamitti iyyuu karaa username kanan gadi jirani nu haasofsisu dandeessu!
Username:
@Jesus_at_first
@Focusrehobot

Ayyaanni warra gooftaa keenya Yesus Kristosin jaalala hin badneen jaallatan hundumaa wajjin haa ta'u!
3
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
🥰7
FOCUS FINFINNEE
Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
#JAALALA_ISA_HANGA_LUBBUU😍

Namni tokko firoota isaatiif jireenya isaa dabarsee kennuu irra kan caalu, jaalala guddaa qabaachuu hin danda'u.

Yohannis 15:13

Jaalalli inni kun jaalala miiraa yookaan dubbii afaanii miti; jaalala of-kennuu, jaalala furii, jaalala mootummaa samii irraa gara lafa abaarsaa fi cubbuun guuteetti gad bu’ee ilman namaa fayyiisuudha.

Kiristoos inni mootummaa samii keessatti bara baran ulfina fi aangoo qabu, jaalalan foon uffatee gara biyya lafatti gad-bu`ee; seera jala galee qajeelummaa guutuu raawwate.

Dhuma irratti fannoo irratti of kennuun adabbii keenya ofirra kawwaatee, karaa araaraa fi jireenya bara baraa nuuf bane.

Fannoo irratti dhiigni Kiristoos inni dhangala’e balbala araaraa banu qofa osoo hin taane, hariiroon namaa fi Waaqayyoo cubbuun addaan cite deebisee haaromsuu isaadha. Duuti isaa mallattoo jaalala isa dhumaa ti; mootummaa du’aa onsuun mootummaa jireenyaa dhaabuudha.

Kanaaf warri maqaa isaatti amananii isa simatan mootummaa dukkanaa keessaa gara mootummaa ifaa Isa dinqisiisaatti ce’u; garbummaa cubbuu keessaa gara bilisummaa ayyaanaatti darbu.

Jaalalli Kristos, jaalala bara baraa keessaa madde, fannoo irratti furii ta’e mootummaa Waaqayyoo laphee namoota keessatti fidedha.😊

Wiixata Gaarii!😊

Eebbifamtaniittuu!
18🥰2👏1